Oromia Times

Oromia Times Sabboonummaa, Oromummaa ���

04/06/2024
04/06/2024
Walbaraa Mootiittii Walqunnamtii Saal-aa $ex kan taate Lisa Spark faana.Akka Addunyaatti Galmee Dinqisiisoo addunyaa irr...
04/06/2024

Walbaraa Mootiittii Walqunnamtii Saal-aa $ex kan taate Lisa Spark faana.

Akka Addunyaatti Galmee Dinqisiisoo addunyaa irratti Galmaa'uun record isheen qabatte kan cabse hinjiru. Bara 2004 guyyaa tokkotti Dhiirota 919 faana walquunnamtii goote. Sa'aatii 12 gidduutti Walquunnamtii isaan faana goote keessatti Dhiira tokko faana secondii >45 ture.

Amma umriinshee waggaa 47 yoo ta'u galmee Dinqisiisoo Addunyaa (Guinness book) irratti Galmaa'uunshee reefuu waggaa 20 qofa. Bara 1995 kan Jeff Sparkitti kan heerumte yoo ta'u, kan nama ajaa'ibu Gaa'ila dhaabattee kaatee namoota kana hunda faana guyyaa takkatti Biyya Poolaanditti Walquunnamtii saa-laa gochuu isheeti.

Akka Gorsaatti Shamarran keenya Recordii kana caccabsaa, ittiin duroomaa😂

02/06/2024

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Times posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Nearby media companies