Qashasham media

Qashasham media Wa,ee keenya

Abbaan Daamaa garmaamaa jira‼️  !!
17/06/2024

Abbaan Daamaa garmaamaa jira‼️
!!

09/02/2024
08/01/2024
masjiidi Aratanya plc mitii jaahilli Aalimaa wajjiin haqa hin qabdanii seera mootummaatis nijiraa beeka keeyriin akkanaa...
08/01/2024

masjiidi Aratanya plc mitii jaahilli Aalimaa wajjiin haqa hin qabdanii seera mootummaatis nijiraa beeka keeyriin akkanaa hin jirtuu achii yaa,a dalagadhaa miskiinummaan isinitti hin bu,inii achii yaa,a dalagadhaa hamaraa masjiida raqa wan du,ee hin taanee waa,ee masjiida Alima akka sheek jamaal faadhaatu beeka

masjiidi Aratanya piroojectii guddoo akka gincii tahuu irra dabree pirojectoota namoota dhunfaatiif galii galchuurattish...
08/01/2024

masjiidi Aratanya piroojectii guddoo akka gincii tahuu irra dabree pirojectoota namoota dhunfaatiif galii galchuuratti
shoora alaana tahu qorannoon irra geenyee jira plc masjiida aratanya warreen feetan gara koree masjida aratanya jarjarfadhaa masjiidi aratanya bakka haqi Aalimaa itti awwaalamee haqi jaahilaa itti leelifamuu tahu darectari olaanan qashasham media gabaaseera

jazaan xarrii xari galtu biyyii tan machiifii aariin bulchaniimiti taan ilaafii ileemeen bulchanii malee
11/12/2023

jazaan xarrii xari galtu biyyii tan machiifii aariin bulchanii
miti taan ilaafii ileemeen bulchanii malee

cubbuu yoo taate malee Ethiopian siyaasa dinagdeefi nageenyan hama tokko caalmati jijjiirama fidee jira hammi hafee suut...
11/12/2023

cubbuu yoo taate malee Ethiopian siyaasa dinagdeefi nageenyan hama tokko caalmati jijjiirama fidee jira
hammi hafee suuta suutaan furamaa deema tayyeen waan
miidiyaarrati yaada saa ibsateef kaafame osoo hin seerumma partiin qabduutu isa kaase angoorraa seera
partii waan cabseef

23/07/2023

Siwidinitti Qur’anni gubachuu hordofuun Iraaq Ambaasaddara Siwidiin biyyaa ariyatte
=====
Siwidin Istookhoolmitti Qur’aanni gubachuu hordofuun waldhabdeen dippilomaasii dhiheenya mudateen, mootummaan Iraaq Ambaasaaddarri Siwidiin Baagdaad keessaa akka bahu ajaje.

Iraaq dippilomaatii Siwidiin keessaa qabdu gara biyyaatti waamuun hojiiwwaan daldala dhaabbilee Siwidiin waliin qabdu addaan kutte.

Hiriirtonni taatee kana morman magaalaa guddoo Iraaq Baagidaad keessatti yeroo lammataaf Kamisa darbe imbaasii Siwiidin weeraruun dallaa Imbaasichaatti ibidda qabsiisan.
⬇️⬇️
https://bbc.in/3Q7jwex

Kan dhabnu dhaloota dhufuufidhaWe are planting for the next generation
17/07/2023

Kan dhabnu dhaloota dhufuufidha
We are planting for the next generation

Jaaloo juce dhalootaf jimaa dhaabanWe are planting for the next generation Kan dhabnu dhaloota dhufuufidha
17/07/2023

Jaaloo juce dhalootaf jimaa dhaaban
We are planting for the next generation
Kan dhabnu dhaloota dhufuufidha

Address

Dandii Musxafa Harawee
Harar

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251920894585

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qashasham media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Qashasham media:

Videos

Share