Sololo Times

Sololo Times We Report Truth

02/02/2025
Bilxiginnaan erga gochi sukkanneessaa  daa'ima umuriishee waggaa 10 hin caalle, Sinboo Birhaanuurratti  raawatamuu saaxi...
31/01/2025

Bilxiginnaan erga gochi sukkanneessaa daa'ima umuriishee waggaa 10 hin caalle, Sinboo Birhaanuurratti raawatamuu saaxilamee booda yakkicha dhokisuuf oliifi gadi kaachaa jirachuun beekameera. Diinooti keenyi kora bilxiginnaa jalqababne kun akka milkiin hin xumuramneef duula nutti banaa jiranidha waan ta'eef tarkaanfii ni fudhanna jechuun namoota dorsisuus akka jalqabde irra gahameera.

Daa'ima waraanni Abiyyi Ahimed erga gudeedee ajjeesuun mukarratti reefa ishee fannise kan hunduu karaa danda'uun sagalee mormii dhageesisuu qaba.Qoshaashota yakka kana dhokisuuf oduu Konkolaataa hanga shuum shaari sirna kufee hin dhagahiin, yoo jara qalbeefadhu!

በህጻን ስንቦ ብርሃኑ በቀለ ላይ የተፈጸመዉን  #አስደንጋጭ እና  #ዘግናኝ ወንጀል ሁሉም ልያወግዝ ይገባል፡፡                     =======የብልጽግና ጦር ክትናንት በስቲያ ማለ...
31/01/2025

በህጻን ስንቦ ብርሃኑ በቀለ ላይ የተፈጸመዉን #አስደንጋጭ እና #ዘግናኝ ወንጀል ሁሉም ልያወግዝ ይገባል፡፡

=======

የብልጽግና ጦር ክትናንት በስቲያ ማለትም ጥር 21፤ 2017፤ ከ/ፊንፊኔ/አዲአ አበባ 100 ኪሜ ርቀት ላይ በሚትገኘዉ በም/ሸዋ ዞን፤ ሜታ ወልቂጤ ወረዳ፤ ሚናረ ከተማ እድሜዋ የ10 አመት ያልሞላት ህጻን ስንቦ ብርሃኑ ላይ የአስገድዶ የመደፈር ወንጀል በመፈጸሙ ህይወቷ ለማለፍ ችሏል፡፡ የአብይ አሀመድ ጦር ይህችን በሚደፍርበት ወቅት፤ በእጁ ላይ ህይወቷ ካለፈ፤ በኋላ፤ ፍጹም ጭካኔ በተሞላበት ሁነታ፤ አስከረኗን በዛፍ ላይ አንጠልጢሏል፡፡

ይህን የአብይ አሀመድ አረማኔዊ ድርጊት ወደ ሚመለከትዉ የሚዲያና ሰብኣዊ ተቋማት ጋር መድረስ አለበት፡፡

Dhmma kana warri sirritti quba qabdan, odeefannoo dabalataa yoo qabaatan keessaan naquunamuu dandeessu. Waanta kana akka qoosatti wacuun bira darbuu hin qabnu.

30/01/2025

Shira Chuuchaan kiyyeesseen manni Murtii Olaanaa Bilxiginnaa Qeesis Balaay irratti murtii hidhaa waggaa 5 dabarseera. Qeesii kun gantummaa ajaja Abiyyiiin Oromoorratti raawaateen sagalee illee dhabuun kunoo hidhaatti darbatame. Abiyyitti namni soofate, dhumni isaa salphina dha.

30/01/2025

Dhaamsa ani qabu, Oromoon hunduu waan Jawaar jedhus ta'e, Tsaggayyeen dubbatu haa dhageefatu. Yaada hayyoota kun ibsachaa jiran akka yaadaatti fudhannee kabajuufi qabna. Inummayyuu hayyoota karaa 2n ijaarsaa caasaa impaayerittii suphuu moo diiguutu Oromoof tola isa jedhu argachuun eebbisamuu dha. Karaa tokkorra akka loonii yaa'uun waan nutti fide arginnee jirra.

Yaada Jawaarfi Tsaggayyeen adeemisisaa jiran keessatti waan tasa uumamu hin qabne, afuura jibbaafi gartummaa dha. Addatti immoo Yaadi Hayyoota kanaa haala mija'aa diina kufuuf duufe kana gargaaru ta'u hin qabu. Dr. Tsaggaayee tahes JL jawwuunis ergamtuu issin gidduu deemtee oduu dedeebistu gidduu keesanii baasaa. Keesumaa peendiluumoota bilxiginnaa gargarummaa uummuuf bobbaastetu jira waan ta'eef ofeegachuun dirqama dha. Mallattoolee waraana ololaa al kallattiin al tokko tokko mula'achuu barbaadu kunis dhaabbachuu qaba. Yaadaafi mormiin keenyi hundi bifa OPDO/bilxiginnaa kufisuuf gargaaruun tahuu qaba, Qoshaash*ttin kun baduu qabdi. kana irraa kan hafe Yaadi hayyoota amma deemaa jiru baayyee gaarii dha.Anaaf naata'eera. Hunduu jajjabbeesuufi kabajuu qabna.

Dhummarratti, Oromoo marti abdii isaa guddaan WEO tahuu qaba. Hojii Hayyootaa diina Oromoo maqaa isa dhahatu kana cabsuuf shoora dagalee diinaa cabsuu malee utubaa diiguu hin ta'u. Yoo illee ta'e, injifannoon humnaan hin tiksamne akkum aknaan duraa isa humna waraanaa qabuun ni butama. Adadargacoo Xiggee dheengada kana " Humni waraanaa meeshaa guddaa humna siyaasaati" kan jedhe ofumaa miti. Goototi dirree irraa jiran, wareegama kennaa jiraniin, mirga keenya harka nugale akka Afaan oromoofi maaphii Oromiyaa yoo gahe. Humni kun osoo hin jiraanne, daa'immitti diina Oromoo kun yoona labsii ifatti dabarsuun diige jetti ture. Akkuma Cudhuurichi Shimelis Abdisa jedhe, diina mogolee kan qabee jiru waraana keenya dha. Kanaafuu sochii qabsoo hayyootaan deemu deegaraa, Sniperoota kee adda diina kee rukutu kana jabbeessadhu!

30/01/2025

Hojii Chuuchaa sirritti namni siihimaa jiru Milkessa Gemechu dha, isa dhageefdhu. Dubbiii keenyarratti Milkessaa Midhagaa ilma Oromoo cimaa, warra Chuuchaafi OPDO/PP hudduu ishee madoo sana qoluu ishee irraa ol qabuun, daabboo ishee maal akka fakaatu Addunyaatti agarsiise keecha nama tokko dha Koree nageenyaa enyutu saaxile seete? Namoota kabaji maluufi haa kabajinnu!

30/01/2025

Suusee ilma Trump😃

Yaadataa JUnadiin kan rakkoo tokko naquuname hin jiru jedhe soba  dha. Maalaqa Baakii irratti cufuu kunooti ragaan, Yaad...
30/01/2025

Yaadataa JUnadiin kan rakkoo tokko naquuname hin jiru jedhe soba dha. Maalaqa Baakii irratti cufuu kunooti ragaan, Yaadaataan nama cimaa gibira illee kanfaluun qaamni isa gitu hin jiru. Abiyyi Ahimed garuu nama kanaan " Baattuu Vaayiresii ABO" yoo jedhu dhagahamee jira. Herreggi Baankii Yaadaataa gadilakkiamus, namoota Baankii doolara argachuuf jecha Gubboo kenniteefitti Dambalaash bira deemuun masakarri jennaan bade.

Yaadataan Ganameera, dhokisuu hin barbaachisu,

27/01/2025

ቆስቁስ!!

24/01/2025

የትግራይ ጦር ሰራዊት ምስሊነ እና ባንዳ ትግራይን ማስተዳደር አይችልም ማለቱ ትክክለኛ እርምጃ ነዉ!! is hero

24/01/2025

Misilineefi gantuun Tigraay hin bulchitu jedhe TDF. Waraana uummataa qabaachuun kanaaf tola.

24/01/2025

WBOn erga labsee, har'a ji'a tokko fixa natti fakaata. Haleellaa Guyyoota 30 kana keessatti gaggeesame hanga kanaa akkamiin milkii argachuu danda'e isa jedhu yoo ilaalle waa hubachuu dandeenya. Duula kana keessatti Deegarsa uummata Oromoo, kutannoo qabsaa'otaafi seelii diinaa keessoo qulqula'uufi kkf ni argina.

23/01/2025

Hoggantooti waraanaa Tigraay (TDF) bulchiinsi cee'umisaa Tigraay amma Geetachoo Raddaa hogganu irra deebiin akka gurmaa'u murteessuu ibsee jira.

Ibsa isaa kana keessatts hoggansiifi miseensonni Mootummaa Cee'umisaa Geetachoo Raddaan dursamu bakka ijoo qabatanii jiran, imaanaa uummataa itti kennameeefi dantaa uummatichaa dhiisuun,gantummaa raawwachuudhaan meeshaa humna alaa ta'aniiru" jedheera.

Maadi: BBC News Tigrinya

Kaamaal Kalchuu uummata Oromoo akka baalaatti harca'uuf homaa hin jenne, Xaarmusii Wuuskii jalaa bargagsiisun kan as baase ibsa kana.

23/01/2025

Beeki! sirni ati firFaariif jettee deegartu kana fakkaata! Guyyaa sana lakki anoo kana hin seene akka hin jenne!

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sololo Times posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share