Ahmed Taju

Ahmed Taju Jaalalli mo'ataadha !!!

Guyyaa 30-12-2016Godina Harargee Lixaa aanaa xuulloo  Caasaa gurmaa'insa haarawaaf iddoo hojii mijjataa uumuuf    waajji...
05/09/2024

Guyyaa 30-12-2016
Godina Harargee Lixaa aanaa xuulloo
Caasaa gurmaa'insa haarawaaf iddoo hojii mijjataa uumuuf waajjira bulchiinsa kan ijaaranii fi waajjira araddaa R/furaa maragiidhaaf horofa jiisaa kan jiraniidha.
Araddaan rakkataa furaa araddaa misoomati.

Godina Harargee Lixaa aanaa xuulloo araddaa R/furaatti mariin haala nageenya araddaa fi hojilee garaagaraa  irratti mili...
03/09/2024

Godina Harargee Lixaa aanaa xuulloo araddaa R/furaatti mariin haala nageenya araddaa fi hojilee garaagaraa irratti milishaa waliin gaggeefama jira

02/09/2024

"Buluun ganda"Bulchuunis ganda"

Jilli Pirezidaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Lixaa, Aanaa Xuulloo Bulc...
18/08/2024

Jilli Pirezidaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Lixaa, Aanaa Xuulloo Bulchiinsa magaalaa Dabbassotti, kilaastara furdisaa sangaa fi dammaa daawwateera.

26/07/2024
Badhaasni Pirezidaanshaal Award marsaa 3ffaan gaggeeffame. *******Raawwii hojii karoora xiiqii bara 2016 tiin Biiroolee,...
26/07/2024

Badhaasni Pirezidaanshaal Award marsaa 3ffaan gaggeeffame.
*******
Raawwii hojii karoora xiiqii bara 2016 tiin Biiroolee, Godinaalee, Magaalota, Aanaalee fi Gandoota raawwii olaanaa galmeessaniif badhaasni Pirezidaanshaal Award kennameera.

Badhaafamtoota Godinaalee
1. Arsii Lixaa
2. Harargee Lixaa
3. Harargee Bahaa

Godina harargee lixaa Aanaa xuulloo araddaa qufaanziqitti  guyyaa 14/11/2016 Suphaa daandii sarara daandii kaarra farsho...
21/07/2024

Godina harargee lixaa
Aanaa xuulloo
araddaa qufaanziqitti
guyyaa 14/11/2016
Suphaa daandii sarara daandii kaarra farshoo-najaata irratti iddoo lolaadhaan(galaanaan)kutamee hallaayyaa'e suphuudhaaf Hirmaannaa ummataatiin suphamee kan jiruudha.

21/07/2024
Jiilli I/A Bulchaa Aanaa Xuulloo   durfamu Piroojektii riqicha laga Dhama'ee daawwate!Adoolessa 13/2016*****************...
20/07/2024

Jiilli I/A Bulchaa Aanaa Xuulloo durfamu Piroojektii riqicha laga Dhama'ee daawwate!
Adoolessa 13/2016
*******************
Godina Harargee lixaa Aanaa Xuullootti fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuun gochaan agarsiifamaa jira;kanarraa ka'uun Jiilli I/A Bulchaa Aanaa Xuulloo Obbo Mahammad Abdallaa fi It/Gaafatamaa Damee Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Aanaa xuulloo obbo Usmaa'il Abdallaa tiin durfamu sadarkaa ijaarsi Pirojeekitii riqicha laga Dhama'ee irra jiru %98 irra gahuu isaa daawwatameera.

Address

0716944268
Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmed Taju posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ahmed Taju:

Videos

Share

Nearby media companies