𝙇𝙐𝘽𝘽𝙐𝙮𝖾 Pages

𝙇𝙐𝘽𝘽𝙐𝙮𝖾 Pages Imalli kenya gara fulduratii akkuma itti fufeti jiraa

17/06/2023
1 walloo2 shawaa3 HarargeeFilannoo kamtuu cala
17/06/2023

1 walloo
2 shawaa
3 Harargee
Filannoo kamtuu cala

Namoota harra Masjiida Anwaritti Ajjeefaman keessaa mucaan kun Nama isa beeku hin Arganne mee waliif dabrsa.
03/06/2023

Namoota harra Masjiida Anwaritti Ajjeefaman keessaa mucaan kun Nama isa beeku hin Arganne mee waliif dabrsa.

Post
22/04/2023

Post

IID MUBAARAK Warra Baranaa Kan Bara Hegeree !! ኢድ ሙባረክ!💔❤🕌✔
21/04/2023

IID MUBAARAK
Warra Baranaa Kan Bara Hegeree !!

ኢድ ሙባረክ!💔❤🕌✔

20/04/2023
  Baga guyyaa dhaloota keessan lammaffaan isin gaheDar_Aliyyi AbdiiDub_Dursaa Jemaal🥀🛌🛌🥀🥀💔💔💘🎊💯
23/12/2022


Baga guyyaa dhaloota keessan lammaffaan isin gahe
Dar_Aliyyi Abdii
Dub_Dursaa Jemaal🥀🛌🛌🥀🥀💔💔💘🎊💯

24/08/2022

KATKAA’ BOOJI’AME
÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷
Namootni lama walquunnamtii saalaa godhanii erga raawwatan booda qaamni saalaa isaanii wal gadhiisuu (walittii ba’uu dide) oduu jedhu dhageessanii beektuu? “Anas na quunnamaa laata?” jettanii yaaddanii beektuu? Kan isin quunnames jiraachuu dandeessu.

Yeroo saalqunnamtii godhanitti qaamni saalaa dhiiraa (katkaan) bokokee (ka’e) qaama ishee keessa seenuun asii fi achi jedhuun ofis ishiis gammachiisuuf yaala. Qaamni saalaa ishee gaafa fiixee gammachuu irra ga’u maashaalee gamaa gamana jiran hirqinfachiisuun (kottoon fachuufi diriirafachuun) gammachuu isaa ibsatan. Gaafa nagaa hirqinfuun maashaalee qaama dhalaa kanaa akkuma qaama saalaa dhiiraa hammaachuu (dhungachuutti) ilaaluun ni danda’ama.
Egaa yoo maashaaleen qaama saalaa dhalaa bitaa fi mirga irra jiran gammachuun hirqinfatanii [kottoonfatanii] walitti maxxananii wal-gadhiisuu didan katkaan bokokee keessa socho’aa ture sochiin isaan ni huggurama [ muddamee qabama, bookkisni isaas ni dhaabbata] jechuudha.Taatee kanaan’ katkaa ‘ booji’ame [p***s captivus] jennaan.

Taateen kun taateewwan walquunnamtii saalaa keessatti nama kamiinuu mudachuu danda’an keessa isa tokko dha.Gaarummaan isaa carraan nama mudachuu isaatii baayyee xiqqoo dha;addunyaa kana keessatti namoota muraasa qofa mudate.
Kanaaf qorannoo hedduun kanaan walqabatu hin geggeeffamne. Ta’us obsaan yoo eegan yeroo muraasa (daqiiqa 10 gaditti) keessatti kan sirratu ta’uu isaatii fi miidhaa hamaa kan hin geessisnee ta'uun beekama. Darbees saalqunnamtii gara fuulduraatiif kan nama hin yaaddesine ta’uun beekameera.

FURMAATA
÷÷÷÷÷÷÷÷
Akka tasaa ta’ee’ katkaan’ keessan qaama saalaa jaallee ykn haadha warraa keessaniin yoo isin jalaa booji’ame [saal-quunnamtii booda yoo walittii ba’uu dadhabdan] kanneen armaan godhaa:

∆Hunda dura haalli keessa jirtan waanta hamaaf isin kennu ykn yeroo dheeraa fudhatu akka hin taane of yaadachiisuun gaariidha. Kun tarkaanfii duuba itti gaabban fudhachuu irraa nama oolcha.
∆Tasgabbiin haga maashaan qaama saala dhalaa diriirfatutti (relax) eeguun baayyee barbaachisa dha. Dhiphachuu / nahuun akka maashaan ishee hin diriirfanne gochuun taatee kana ni hammeessa .Sosocho’uu fi humnaan keessaa ba’uuf yaaluun dhukkubbii (dhahannaa) qaama saala lamaan irraan gahuu irra darbee rakkoo qaamni ofii tarsa’uu ykn cituu keessa nama gatuu danda’a.

∆Yeroo baayyee maashaan ishee daqiiqaa kudhanii gaditti waan diriifatuuf obsaan yoo eegan utuu gargaarsaaf nama hin waammatin rakkoo kana irraa furamuun nidanda’ama.
∆Yoo yeroo dheeraa fudhatee fi rakkoo biraan kanaan wal qabatee umame [dhiiguun jiraate,dhukkubbii hamaan jiraate] gargaarsa ogeessa fayyaa argachuun ni danda’ama.
÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷÷
FAYYAA SAMMUU MALEE FAYYAAN HIN JIRU
Melba psycheD

22/08/2022

Haati ulfaa ji'a 6 booda dugdaan cisuun dhorkaadha.
*********************
JI'a 6 booda akkuma beekamu gadameessi daa'ima baatu wayita guddachaa deemu, yoo dugdaan ciisan ujummoo guddaa dhiigaa kan onnee irraa dhiiga fuudhee karaa garaa keessa oliif gadi darbu waan cafaqamuuf (compressed) hammi dhiigaa gara onnee fi akkasumas gara daa'imaa deemuu ni hir'ata. Wayita kana mallattooleen haadha ulfaa kana irratti mul'atan; gar-malee dafquu, ballaqqamuu, mataan itti salpachuu ,onneen garmalee dha'achuu ykn rukkutuu,of wallaaluuf kkfn dha.
Akkasumas hammi dhiigaa gara daa'imaa deemus waan hir'atuuf daa'imnis miidhamuu ni danda'a. Kanaaf wayita dugdaan ciisan yoo mallatton kun itti dhagaa'ame atattamaan gara cinaacha bitaa isaaniitti yoo deebi'an daqiiqaa 5 - 10 gidduutti furmaata argatu.
*******************
Fayyaan Faaya

Address

E̶t̶o̶
Hirna
1

Telephone

+251917281490

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 𝙇𝙐𝘽𝘽𝙐𝙮𝖾 Pages posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to 𝙇𝙐𝘽𝘽𝙐𝙮𝖾 Pages:

Share



You may also like