Mũãž Aľŵãñ

Mũãž Aľŵãñ Haron jaalalaa keti donii heduu nyaatee habibi ko jaalalati ke onee ko na fixee

22/11/2023

Wal Hubachuu dhabuu caalaa rakkoon hamaan hin jiru!

💚 Rabbiin (Jalla Jalaalu Rabbii) akkana je'e: ((Dhugumatti Tumsi Rabbii Dhihoo dha)) Suuraa  ' Aayata 214.
07/11/2023

💚 Rabbiin (Jalla Jalaalu Rabbii) akkana je'e: ((Dhugumatti Tumsi Rabbii Dhihoo dha))
Suuraa ' Aayata 214.

03/11/2023

Dinii Khee Hangaa Fadhee Sii Miidhus
Seeqinsi khee isaan miidha...

03/11/2023

Urjii Dachii fii Samii
Xaahaa yaa muniiruu
Bareedaan Akka kee
Hin turres Hin jiru 💚


💚 💚

01/11/2023

Hiriyyummaan yeroo ammaa akka intarneetaati yoo callaa qabaatte malee siif hin banaman

01/11/2023

Hangaa Yeroon Tee Geessuu
Akka si beekan hin hayyamin...

01/11/2023

Yaa Rabb Naa Wajjii Tahii:.
Simalee namuu naaf hin beekhu...

"Haalli fayyaa ilma kootii fooyya'aa jiraachuu doktorri natti himee ture. Yeroo gabaabduuf bahee yeroon deebi'u ilmi koo...
19/10/2023

"Haalli fayyaa ilma kootii fooyya'aa jiraachuu doktorri natti himee ture. Yeroo gabaabduuf bahee yeroon deebi'u ilmi kootis hin jiru; doktorichis hin jiru. Hospitaalluu hin jiru" Filisxeeniin ilmi isaa waraana Israa'iiliin rukutamee yaalchisaa ture.

«ዶክተሩ የልጄ የጤና ሁኔታ እየተሻሻለ መምጣቱን አብስሮኝ ነበር። ትንሽ ወጣ ብዬ ስመለስ ግን ልጄም የለም፣ ዶክተሩም የለም፣ ሆስፒታሉም የለም።» አንድ ፊሊስጤናዊ አባት።
وما كان ربك نسيا.

Yeroo Addunyaan Salaata Guyyatti 5 salaatan nuti Ummanni Palestine yeroo 6 salaanna! SUBHII, ZUHRII ASRII, MAGHRIIB, ISH...
18/10/2023

Yeroo Addunyaan Salaata Guyyatti 5 salaatan nuti Ummanni Palestine yeroo 6 salaanna! SUBHII, ZUHRII ASRII, MAGHRIIB, ISHAA'I fii Salatul Janaza!💔

Jacha Daa'ima Palestine 🇵🇸

Yaa rabbi tumsa kee🥺

Biisaan Gaazaa irraa xalayaa kana barreessitee wareegamte~~Biisaanin jedhama. Waggaan koo 19. Kanin heddu jaalladhu Gaaz...
18/10/2023

Biisaan Gaazaa irraa xalayaa kana barreessitee wareegamte
~~
Biisaanin jedhama. Waggaan koo 19. Kanin heddu jaalladhu Gaazaa keessattin dhaladhe, kanin jiraadhu Gaazaan jaalladhu keessa akkasumas kanin du'us Gaazaan jaalladhu keessatti.

Ani barattuu barnoota damee fayyaa waggaa sadaffaadha. Daandii dheeraan irra hin deemneefi abjuun ammallee hin milkeessinen qaba. Maatii baay'ee dhiphatan kan na jaallataniifi anis jaalladhun qaba.

Amma siniif barreessuun danda'a. Sekendiiwwan booda, daqiiqaawwan ykn sa'atiilee booda garuu siniif barreessuu hin danda'u. Dhiifama naaf godhaa! Maqaa kootiifi kanneen shahiidotaa hundaa yaadadhaa. Kuusaa yaadannoo keessan keessatti nu qabadhaa

Hubadhaa! Ummanni Gaazaa Rabbiin biratti heddu kabajamoodha. Kanneen nutti xaxan kamiyyuu akka ilma namaatti kabaja hin qaban. Ol iyyannoo keenya gara Allah'tti dhiheeffanna, isaaniif dhiifamas hin goonu.

Ergaa kana erga keessee booda gama fuula Rabbii deemte.

Rabbiin obboloottan keenya diinaan wareegaman jannatal firdawsiin nuuf haa qanansiisu.

Innaa lillaahi wa Innaa ileeyhi raaji’uun!🥲Oduu Gaddaa!Artist hallo Daawwee Galgala kana Adaamaa mana jireenya isheetti ...
14/10/2023

Innaa lillaahi wa Innaa ileeyhi raaji’uun!🥲
Oduu Gaddaa!
Artist hallo Daawwee Galgala kana Adaamaa mana jireenya isheetti lubbuun darbitee jirti!😭
Rabbiin Rahamataa haa godhuuf

13/10/2023

Guyyaan hundi bareedadha. Yeroo ati waan hunda caala of jaalachu eegeltu!.

12/10/2023

Osoo deemu fadhin garuu dirqama guyyaa deemnuutu dhufa!.

12/10/2023

Waan tokkotti yoo aarte hin iyyin ati Saree taane!.

12/10/2023

Jaalallee Lubbuu kheenyarra mararfannu "Nabi MUHAAMMAD" irratti Salawaata buusaa.
( ﷺ )

11/10/2023

OBSA jachuun waan barbaadde yoo dhabdes galateeffachuudha!.

20/09/2023

Yaa Rasuula Rabbii
Yaa Caalaa Anbiyaa
Hedduun sijaaladha
Caalchise lubbuu tiyya
(S.A.W)
(S.A.W)
(S.A.W)

14/06/2023
Hangaa yomii lataa??
04/06/2023

Hangaa yomii lataa??

Allah Jala Jalaluu Akkanaa Jedhaa Auranaa Isaa Jalatamafi Kabajamaa Ugaa Tokkoo Namaa Hin Hifachifinee Kan Hin Harofaman...
27/05/2023

Allah Jala Jalaluu Akkanaa Jedhaa Auranaa Isaa Jalatamafi Kabajamaa Ugaa Tokkoo Namaa Hin Hifachifinee Kan Hin Harofamanee Kessati

  Ejanoo Qabuu  Hajii  Itii Cabsee
27/05/2023

Ejanoo Qabuu Hajii Itii Cabsee

Wayii Numaa Milkotee Wly Shahidumaa Kee  Adunyyaa kanaraa Demitee Rabbin Shahadota wajjin Si Ha Godhuu
26/05/2023

Wayii Numaa Milkotee Wly Shahidumaa Kee Adunyyaa kanaraa Demitee Rabbin Shahadota wajjin Si Ha Godhuu

Nagafi Rahamani Ergamaa Rahamataa Nabii Muhammad Irrati Ha Jiratuu
26/05/2023

Nagafi Rahamani Ergamaa Rahamataa Nabii Muhammad Irrati Ha Jiratuu

Anis Ilmaa Qotee Bulatii
23/05/2023

Anis Ilmaa Qotee Bulatii

Masigidaa Digaani Umaataa Kenyaa Alati Basani  Lalati Jaraa Sanaa Kan Bekkuu Rabbii Sanaa Ataa khayasa Sanaa Hadaa Yaa I...
21/05/2023

Masigidaa Digaani Umaataa Kenyaa Alati Basani
Lalati Jaraa Sanaa Kan Bekkuu Rabbii Sanaa Ataa khayasa Sanaa Hadaa Yaa Ilahii

Address

Hirna
1000

Telephone

+251924507244

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mũãž Aľŵãñ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mũãž Aľŵãñ:

Videos

Share