Mustefa Harun

Mustefa Harun Eenyummaan Keenya Isaa Dhugaa Hanga Barutti, Iddoo Dhaquuf Karoorsine Hin Geenyu. !!!!!
(1)

27/03/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Qabsawaa Sabaa, Falmataa Muddassir, Abdi Bushra Aliye, Obsa Adem Kasim, Abdihakim Ali, Ajiiboo Dabalaa

07/03/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Tafari Ayela, Ahmed Hassen, Ahmad Nasir Bilaal, Sultan Abrahim, Absee Aliyyii, Mootuu Tsfayee

06/03/2024

ยกMuchas felicidades por estos 122 aรฑos de historia, familia madridista! ยกHala Madrid!

28/02/2024
๐Ÿ•Œ Maashaa Allaah ๐Ÿ‘ŒMasjiidi guddaan Afrikaa Aljeeriyaatti ijaarame eebbifame******Masjiidi Afrikaatti guddinaan kan jalqa...
27/02/2024

๐Ÿ•Œ Maashaa Allaah ๐Ÿ‘Œ
Masjiidi guddaan Afrikaa Aljeeriyaatti ijaarame eebbifame
******
Masjiidi Afrikaatti guddinaan kan jalqabaati jedhame kun, The Great Mosque of Algiers jedhama.

Masjiidi guddaan Aljeeriyaatti ijaaramuun gaafa Dilbataa eebbifame kun adddunyaarrattis guddinaan sadarkaa sadaffaarratti kan argamuudha jedhame.

Afrikaatti guddinaan isa duraa kan ta'e Masjiidi The Great Mosque of Algiers, lafa hektaara 28 irratti kan ijaarame yoo ta'u, yeroo tokkotti amantoota hanga 120,000 qabachuu danda'a

Waltajjiin Gamagamaa Kurmaana 2ffa Mana Murti Aadaa Gaggeefama Turee XumurameQorannoo raawwii hojii kurmaana 2ffaa manne...
22/02/2024

Waltajjiin Gamagamaa Kurmaana 2ffa Mana Murti Aadaa Gaggeefama Turee Xumurame

Qorannoo raawwii hojii kurmaana 2ffaa manneen murtii aadaa gaggeeffameen kurmaana kana dhimmoota dhihaatan 1875 keessaa dhimmoonni 774 furmaata argachuun himame.

Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggootti manni murtiifi waajjirri aadaafi turuzimii aanichaa waliin gamaaggama raawwii hojii kurmaana 2ffaa manneen murtii aadaa gaggeessuun himame.

Gamaaggamichi bakka ittigaafatamaan waajjira Paartii Badhaadhinaa aanichaa Obbo Hamdii Husseen, Pirezidaantiin mana murtii aanichaa Kabajamoo Qananiisaa Mahammadiifi ittigaafatamtuun waajjira aadaafi turuzimii aanichaa Aadde Halimaa Diinoo argamanitti kan gaggeeffame yoo tahu, gamaaggamichartatti jaarsooliin manneen murtii aadaa sadarkaa jalqabaafi oldabarfataa akkasumas barreessitoonni manneen murti aadaa qooda fudhataniiru.

Ittigaafatamaan waajjira Paartii Badhaadhinaa aanichaa Obbo Hamdii Husseen aanichatti manneen murtii aadaa erga hundeeffamee as hojiilee boonsaan jajjabeeffamuu qaban hojjatamuu himuun kana caalattis bu'a qabeessa taasisuuf xiyyeeffannoon hojjatamuu akka qabu dhaamaniiru.

Pirezidaantiin mana murtii aanichaa Kabajamoo Qananiisaa Mahammad hawaasni manneen murtii aadaarraa fayyadamaa tahaa jira jedhan.

Kana caalattis fayyadamaa taasisuuf keessattuu manneen murtii aadaa haala mijataa uumuuf gandoota aanichaa gaaddisa ijaaruuf hojjatamaa jiraachuu himan.

Hojii hojjatamaa jiruunis gandoota aanichaa muraasatti ijaaruun kan jalqabe tahuu himuun gandoota hafanis akka ijaaramu jalqabsiisuuf itti deemamaa jiraachuu dubbatan.

Gamaaggamarratti gabaasni raawwii hojii waliigalaa manneen murtii aadaa kurmaana 2ffaa ittigaafatamtuu waajjira aadaafi turuzimii aanichaa Aadde Halimaa Diinootiin kan dhihaate yoo tahu, Aadde Halimaa Diinoo gabaasa dhiheessan keessatti kurmaana kana manneen murtii aadaarratti dhimmoonni 1875 dhihaachuun isaan keessaa dhimmoonni 774 furmaata kan argataniifi kanneen hafanis beellama kan jiran tahuu ibsaniiru.

20/02/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Lina Mahammed, Magarsa Mohammed

14/02/2024
12/02/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Muntaha Kadir, Kiyyaa Hararge, Darartuu Abdurazaq

Address

Adaama
Hirna

Telephone

+251930938761

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mustefa Harun posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mustefa Harun:

Videos

Share