Ramii harar bar

Ramii harar bar Mal barbadaan

08/12/2022

Guyyaa seena Qabeessa Yadannoo Usmaayyoo muusaa

02/10/2022

Iyyaafannoo.
Ergaa keessoodhaan natti ergame
mucaan asii gadii tti argatan kun maqaan isaa Alaamuddiin Haydar jedhama
G/Jimmaa A/botor xoollaay ganda urjii Oromiyaa keessaa badee ji'a tokko gahee jira umriin isaa waggaa 10 eessa akka inni dhaqe hin beekkamu naannoo kanarraa wanti beekkamu hin jiru. kanaafuu Rabbumaa jedhaatii nuuf iyyaafadhaa sheer waliif godhaa
Abbaan agqrtan bilbila kanaan nu dubbisaa amaana 0982358144 Obboleessa isaa Huseen haydar
GALATOOMA

Haccee Family
01/10/2022

Haccee Family

Leencota
01/10/2022

Leencota

01/10/2022
01/10/2022

Namichatu paarkii bineensotaa ijaaree gatii seensaa 300 $ goonaan namuu seenuu dide. Gatii kana fooyyessee 200 $ goonaanis homtuu dide. 10 $ goonaanis homtuu seenuufii dide. Dhumarra gatii seensaa tola goonaan namni martuu seene. Erga namni martuu seenuu mirkaneeffateen booda Leenca hidhaatti jiru hiikee gadi dhiisee gatii bahumsaa 500$ godhe . Martuu mormii malee kaffalaa baqatee yaa'e.
Jireenya keessatti waanta rakasaafi tola ta'e jaalachuun gatii nama baasisa.

30/09/2022

Address

Harar
Hirna

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251934033240

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ramii harar bar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share