Jewish biyaጂማ ማንቾ ልጅ

Jewish biyaጂማ ማንቾ ልጅ ❤️Alhamdulilah ❤️ for ♥️ everything ❤️🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

17/12/2023
17/12/2023

Ani jalalaan filadha. Sababni isaas jalala caalaa waan ulfaatuuf.

11/11/2023


👇👇👇
Jewish biyaጂማ ማንቾ ልጅ
🙏🙏🙏💕

11/11/2023

Eeyyee

Nageenyii Qabeenyaa
Gatiinsaa Jabeenyaa

11/11/2023

☞ Waa shan waan shaniin tolan

1-jirenyi fayyaan tola
2-bareedinni haala gaariin tola
3-hirriibni yaada gaariin tola
4-imaltuun saahiba gaariin tola
5-halkan zikrii Rabbiin tola

☞ Waan Shan waa shaniin bekkama

1-Mukni firiin bekkama
2-Jaartiin yeroo jaarsi miskiinawe
3-Saahibni yeroo Rakkoo
4-Mu'uminni yaroo mokkorome
5-Arjaan yeroo itti haajaman bekkama

Obsuudhuman dabarraa Arfaasaa ta'us gannaaWanta taane hundumaa Bara tokko dubbannaa~Akka boonyetti hin hafuu Nii dhufaa ...
28/10/2023

Obsuudhuman dabarraa
Arfaasaa ta'us gannaa
Wanta taane hundumaa
Bara tokko dubbannaa
~
Akka boonyetti hin hafuu
Nii dhufaa barri ulfinaa
Hin gaddiin yaa tiruukoo
Kolfimee nii kolfinaa.......!

10/10/2023

Dhugaan Waan Hundaa Oli. Dhugaan Nama Hundaas Oli. Namni Hunduu Dhugaa Gad Jira. Kan Dogongore Of Sirreessuu Qaba.

05/10/2023
Kan dhaloota qaree Goota seena tiksuu Oolma ati nuuf oolte Jechi kamuun ibsuuDaandiiti irra dhufteeTasa hin fixu himee W...
03/10/2023

Kan dhaloota qaree
Goota seena tiksuu
Oolma ati nuuf oolte
Jechi kamuun ibsuu

Daandiiti irra dhuftee
Tasa hin fixu himee
Waan darbe yaadetan
Qalbiin na dhidhimee

Goota qixxeen qabne
Jabaa qaroon lamaa
Nuuf jiraadhu Raayyaa
Leenca fakkii namaa...

Akkuma aduun guyyaa Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Muhammad (ﷺ) irratti Salawaata buusuu heddummeessaa. "Ergamaan Rabbi...
09/06/2023

Akkuma aduun guyyaa Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Muhammad (ﷺ) irratti Salawaata buusuu heddummeessaa.

"Ergamaan Rabbiiﷺ "Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaatni keessan narra fidamti" jedhe..

San keessatti warri wal-dorgomu wal haa dorgamu

شمس الخميس اذ تغيب زد فى الصلاة على الحبيب ﷺ
قال ﷺ :(أكثروا علي من الصلاة ليلة الجمعة ويوم الجمعة فإن صلاتكم معروضة علي).

وفي ذالك فليتنافس المتنافسون

“ Ajjeesuun utuu furmaata tahee wanni ta'aa dhufee harra gahe barnoota nuu taha ture garu..... eenyu waan dabre ilaala? ...
04/06/2023

“ Ajjeesuun utuu furmaata tahee wanni ta'aa dhufee harra gahe barnoota nuu
taha ture garu..... eenyu waan dabre ilaala? “

Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa

Goota gaafa adwaaOliif gad garmaameBaalchaa maqaa kaaseeGabayyoo Gurmuu waameGootummaa OromooIfaan ifatti dhugoomseSeena...
02/03/2023

Goota gaafa adwaa
Oliif gad garmaame
Baalchaa maqaa kaasee
Gabayyoo Gurmuu waame

Gootummaa Oromoo
Ifaan ifatti dhugoomse
Seenaa awwaalamte
Addunyaatti ifoomse

Hacee qaroo keenya
Jirta ammas nu keessa
Onnee keenya irratti
Kabajamtee teessa

Baraa hanga baraatti
Si waamnee dhaadanna
Waggaa waggaatti miti
Guyyaa guyyaan si yaadanna

14/01/2023
14/01/2023
World cup final:france vs, Argentina
17/12/2022

World cup final:france vs, Argentina

Address

Finfinne
Jimma

Telephone

+251986455409

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jewish biyaጂማ ማንቾ ልጅ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jewish biyaጂማ ማንቾ ልጅ:

Videos

Share