25/03/2023
Qophiin dursaa xumurame
Sher gochun woliif qooda
Magaalaa Jimmaatti sagantaa kitaaba 'Dhaloota Ida'amuu' Sanbata Xiqqaa (Qidaamee) borii eebbifamuuf qophiin dursaa xumurameera.
Kitaabni 'Dhaloota Ida'amuu' Ministira Muummee Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimadiin barreeffame akka Magaalaa Jimmaatti Sanbata Xiqqaa borii (gaafa 16/7/2015) ganama sa'aatii 2:30 irraa jalqabee Paarkii Aweetuutti (Istaadiyeemii xiqqaa Aweetuutti) bakka keessummoonniifi qaamooleen hawaasaa garaagaraa argamanitti haala ho'aan ni eebbifama. Irraa hin hafinaa!
ቅድመ ዝግጅት ተጠናቋል
'የመደመር ትውልድ' መፅሃፍ ምረቃ ሥነሥርዓት ነገ ቅዳሜ በጅማ ከተማ ለሚካሄደው ቅድመ ዝግጅት ተጠናቋል። “የመደመር ትውልድ” መጽሐፍ ነገ ቅዳሜ (16/7/2015) ከጠዋቱ 2፡30 ላይ በአወቱ ፓርክ (በአወቱ ትንሹ ስታዲየም) እንግዶችና የተለያዩ የህብረተሰብ ክፍሎች በተገኙበት በጥሩ ሁኔታ ይመረቃል። እንዳያመልጥዎ!
Sher All Tijani Nasir Friend's