Yasir Abdulatif

Yasir Abdulatif Ethiopia Afirca Europa Amerca
Jaja Hararge Ethiopia

07/06/2024

Jummaa mubaarak

19/05/2024

Arteetaa moo Gardiyoolaa?
Tapha 10 garee 20 gidduutti harra saatii walfakkaataa jalqabamu Waancaan lama gara Dirree Arseenaaliif M.Siitii deemee jira.
Arteettaafi Gaardiyoolaan saayiba yoo tahan lamaan isaanii Speen hidda warra kaatalooniidha.
eeyuutu abbaa carraa ta'a ?Gaardiolaatu yeroo arfaffaaf milka'a moo Artettaatu waggaa 20 booda seenaa isaaf garee isaa jijjiira ? Warri Westam yoo Man city qabxii gachiisisanii Arsenal geeba nyaate,doolara mil 5 argatu.Kun walii galtee Arsenaliif Westam gaafa Declan Rice bitan "yoo champions taane doolara mil 5 isiniif daballa" jedhanii waliif galaniidha.Tarii Westam doolara mil 5 argachuuf Man city qabxii gachisiisuuf ni yaalaa ? Kun diraamaa dirreen kubbaa miillaa nu doowwachiistuudha.

17/05/2024

Watch, follow, and discover more trending content.

Jumma mubaarek
10/05/2024

Jumma mubaarek

Watch, follow, and discover more trending content.

J.M
26/04/2024

J.M

Watch, follow, and discover more trending content.

13/03/2024

*|[ Yaa Garbicha Rabbii!. Tola rabbiin sirratti oolerraa,umrii kee as dheereeyse akka jia guddaa kana dhaqqabattu si godhuudha. Hiriyyoota Meeqaa duuti nurraa fageessite?. Jaalalleewwan meeqa biyyoon nurraa gad dhoksite?.

☘🖊. Umrii dheeraachuu fii carraa jireenyaa argatuun turuun Carraa guddaa Galaa kheeyrii heddumeeyfachuu fii hojilee gaggaariin gara rabbii aalamaatti dhihaachuuti.

☘🖊. Qabeenyi ijoon Nama Muslimaa Umrii isaati. Kanaafuu sekondiilee fii sa'atiilee qabdu irratti bololaa ta'i. Bilaash*tti gonkumaa hin balleessin. Nama waggaa darbe nuu wajjiin soomee iida nui wajjiin salaate yaadadhu!. Eega duuti dugdaa fii garaa nu goote as eessa jiru me isaan?. ]|*

12\2 = ?
05/03/2024

12\2 = ?

Ammiin Jai Abo
29/02/2024

Ammiin Jai Abo

06/02/2024

By brain

Like repost
30/01/2024

Like repost

Check out Yasir Yasin Nasser's video.

22/01/2024

The entire football world is in shock after hearing the heartbreaking Mo Salah news. 😢

This is really sad. He needs everyone’s support right now. 💔

Full story: LINK IN COMMENTS 👇

DHUGAADHAA
22/01/2024

DHUGAADHAA

Bulguun maali, nama moo bineensa?
*********
Ijoolleen gaafa amala baddu maatiin, ''Bulguun si nyaata'' jechuun ittiin doorsisu. Waa'eesaa seenaa sodaachisaa ijoollee isaanii boochisu itti himu.
Nama hamaa jennuun ibsuufis, ''nama mitii Bulguu dha inni'' jechuun yeroo ibsinutu jira.

Waa'ee Bulguu ijoollummaarraa dhagahaa guddanne sanaa baruu barbaanne.
Garuu Bulguun waan nama nyaatuuf mana isaa hin deemne, warreen waa'eesaa dhagahan gaafanne.

Bulguun uumama nama fakkaatu kan namoonni bara durriirraa eegalee nuuressa (imagination) isaanii keessatti uumanidha.

Afoolaa fi asoosama warra Roomaa duriirraa qabee hawaasa addunyaa mara keessatti Bulguun fuulaafi seenaa sodaachisaa qaba.
⬇️⬇️
https://bbc.in/3SsBjxG

Where you live
17/01/2024

Where you live

Mabruuk Abdiisaa Umar Baga fuute mabruuk naa jani mee obboleewwan
11/01/2024

Mabruuk
Abdiisaa Umar Baga fuute
mabruuk naa jani mee obboleewwan

What👇☝️
10/01/2024

What👇☝️

Address

Jaaja
Harer

Telephone

+251912177079

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yasir Abdulatif posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Yasir Abdulatif:

Share

Nearby media companies