Hangaasaa Mohammed

Hangaasaa Mohammed Motivational Speaker
(4)

  ! Aanichatti, Tarsiimoo Ashaaraa Magariisaa Milkeessuuf, Bulchaa Bulchinsa Aanaa Makkanniisa Oromoo    Dabalatee Bakka...
17/08/2024

!



Aanichatti, Tarsiimoo Ashaaraa Magariisaa Milkeessuuf, Bulchaa Bulchinsa Aanaa Makkanniisa Oromoo Dabalatee Bakka Koreen Olaanoon Aannichaa, Hundi Argamanitti Haala Nama Hawwatuun Guyyaa Arraa Hawaasa, Hoojjattoota Mootummaa fi Qaamolee Nageenyaa Hunda Wal faana Qindeessuun Boolla Biqiltuu Qopheessuu fi Istiraakcharoota Jiidha Qusatan Sirreessuun Hojiin Boonsaan Hoojjatameera.

17/08/2024
17/08/2024

ነሐሴ 17፣ 2016 ዓ.ም በአንድ ጀምበር 600 ሚሊዮን ችግኞችን በመትከል ዓሻራችንን እናኑር::

በአንድ መንፈስ በመላው ኢትዮጵያ ዓሻራችንን እናኑር፡፡ አንድ ከሆን ከዚህም በላይ እንችላለን!

አዋቂዎች ከ20 በላይ፣ ታዳጊወች ከ10 በላይ በመትከል ለሀገር ያለንን ፍቅር፣ ለትውልድ ያለንን ስጦታ በተገቢው ስፍራ እንግለጥ፡፡

Hagayya 17/2016 guyyaa tokkotti biqilruuwwan miliyoona 600 dhaabuudhaan ashaaraa keenya haa keewwannu.

Guutummaa Itoophiyaatti qalbii tokkoon ashaaraa keenya haa keewwannu. Yoo tokko taane kana caalaayyuu ni dandeenya!

Gaheessonni biqiltuuwwan 20 ol, gaammeewwan immoo 10 ol dhaabuudhaan jaalala biyyaaf qabnu, kennaa dhalootaaf qabnu bakka malutti haa mul'ifnu.

16/08/2024
16/08/2024
11/08/2024
09/08/2024

Tajaajila Haqa –qabeessa Badhaadhina Waloof
*******
Paartiin Badhaadhinaa kabaja lammileef dursi kennamuu akka qabu nii amana;ciminaanis ni hojjeta. Paartiin keenya Itoophiyaanotni biyya alaa fi keessatti kabaja maluuf akka argataniif nii qabsaa’a.

Gama kanaan lammileen biyya alaatti kabaja akka argatan,nageenyi isaanii akka mirkanaa’u taasisuu,uummatni biyyatti waltajjii idil-addunyaa irratti akka kabaja akka goonfatan taasisuuf hojii bal’aan hojjetameera;hojjetamaas jira.

Jijjiiramaa asitti cabiinsa ture sirreesuuf Uummatni keenya mootummaa ofiin ijaarrate irratti amantaa guutuu akka qabaatuu taasisuu fi tajaajila mootummaa isaa irraa barbaadu akka argatuuf tajaajilli kennamu haqa qabeessa, si’ataa fi qulqulluu akka ta’uuf Paartiin keenya hojii guddaa hojjetaa turee jira. Kunis Duudhaa kabaja lammileef Paartiin keenya qabuu fi xiyyeeffannoo ilmaan namaatiif taasisu kan mul’isuudha.

Haa ta’u malee, dhaabbilee fi bakkeewwan addaa addaatti kenni tajaajilaa fi akkaataa uummatni keenya mirga isaa ittiin kabachiifatu guutuu akka ta’uuf hojii cimaan nurraa eegama.

Waan ta’eefis hojiin gama kanaan hojjetame cimee itti fufuun uummatni keenya ija tokkoon akka ilaalamanii fi haqa argachuu qaban akka argataniif haalli kenna tajaajila keenyaa ilaalamuu fi sirrachuu akka qabu hojiin eegalame cimee itti fufa. Kunis tarkaanfii waadaa uummataa keenyaaf galle guutummaan akka raawwannu nu dandeessisuudha.

Address

Oromia
Harer
419192

Opening Hours

Monday 11:00 - 15:00
Tuesday 11:00 - 17:00
Wednesday 11:00 - 17:00
Thursday 11:00 - 15:00
Friday 11:00 - 15:00
Saturday 11:00 - 15:00
Sunday 11:00 - 15:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hangaasaa Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share