Geda Desisa

Geda Desisa Ani Oromoodha Dhabniikoo ABOdha❤️💚♥️

https://vm.tiktok.com/ZMMY1qtmy
This is the official Facebook page of Geda Desisa
This is the official Facebook profile of Gadaa Dassiisaa
♥️♥️♥️♥️💚💚💚💚♥️♥️♥️♥️
Oromummaan bar miidhagummadha!👌

Iyyoolee   Gutu Abera ✍️✍️✍️Ijoollee Leeqaa gamaa iyyooleen sirba sirbaa Bareedduu dungushee durbaa -  iyyooleeIjoollee ...
08/06/2024

Iyyoolee Gutu Abera ✍️✍️✍️

Ijoollee Leeqaa gamaa iyyooleen sirba sirbaa
Bareedduu dungushee durbaa - iyyoolee
Ijoollee Leeqaa gamaa iyyooleen sirba sirbaa
Bareedduu dungushee durbaa - iyyoolee
Gammadaan kumkummee sirbaa reejjii dudduuba dhaabbatee
Bullukkoo adii uffatee - Qabi ibboo qabi ibboo
Agartuu iyyoolee itti sirbaa intalan jaal’u dhungatee
Gurbaan kun bar si tuffatee jette ijoolleen iyyoolee
Iyyoolee iyyoolee iyyoolee iyyoolee iyyooleekaa
xaafiin warra gamasii daraareera
iyyoolee iyyoolee iyyoolee iyyooleee iyyooleekaa
Dargaggoon shaanfoo qaraa haammateera

Utuun ka´ee sirbee ehehee
Sirba mormaan hawwee Iyyooleen galgalaa
Magaalleettan sirbaa lo’ee shaggee morma lawwee
Qarree warra Leeqaa bareedduu soyyomee sabaan boontuu ijoollee
Galgala naa kottuu karaa boroo lo´ii sirbina iyyoolee
Jiini goobanaa’e urjii fagoo baatu bosonuun adamsaa
qabi ibboo qabi ibboo
Fooliin natti urgaa’e urgaa foolii keetii qilleensi afarsa
Qabi ibboo qabi qabi ibboo qabi ibbooka qabi ibboo
Jette ijoolleen Leeqaa koortuun gaafa xiiqii ormi maal sii gooti
Qabi ibboo qabi ibboo qabi ibboo
Gammadaan kumkummee sirba reejjii dudduuba dhaabbatee
Bullukkoo adii uffatee iyyoolee iyyoolee
iyyoolee iyyoolee iyyoolee iyyooleee iyyooleekaa
xaafiin warra gamasii daraareera
iyyoolee iyyoolee iyyoolee iyyooleee iyyooleekaa
dargaggoon shaanfoo qaraa haammateera

Utuun ka’ee deeme eheehe
Naqamteen buluuree atoobisii yaabee
Jaarsummaan baafadha ergee warra keetti dhaamee
Naatoon fuulakeerraa akka urjii qara jiina goobanaa’ee
Maal qaba utuun ta’ee sabbata si hiitu mudhiikeerra lo´ee
Sangaan Abbaa Indaaluu lagarra dhaabata goobana ji´aati
qabi ibboo qabi ibboo
Si fudhee baduulaa onneetu na hammaata waamakee yaadeeti
qabi ibboo qabii ibboo qabi ibboo koo qabii ibboo
jette ijoolleen Leeqaa koortuun gaafa xiiqii ormi maal sii gooti
qabi ibboo qabi ibboo qabii ibboo

Gammadaan kumkummee sirba reejjii dudduuba dhaabbatee
Bullukkoo adii uffatee iyyoolee iyyooleee
iyyoolee iyyoolee iyyoolee iyyooleee iyyooleekaa
xaafiin warra gamasii daraareera
iyyoolee iyyoolee iyyoolee iyyooleee iyyooleekaa
dargaggoon shaanfoo qaraa haammateera

12/05/2024

Dhiironni Har'a suuraa Gotan
Isiinis
Baga Guyyaa Dubaartoota Geessan!

Baga nagaan dhuftee.Ayana Tamiru
06/05/2024

Baga nagaan dhuftee.
Ayana Tamiru

02/04/2024

🤷🤷🤷🤷

10/03/2024
Gadhifameera Dawwadha
08/03/2024

Gadhifameera Dawwadha

Elsa NugusieGudiin Ta'e!Director Fikadu DadiCnimatographer Wase BishawArrengiment and mix Tamirat DiribaMelody Zaynu MehabubLyrics Yaso KababaCerographer Tul...

Anfaarroo leenca malee Baalchan shaashii hin hidhanneeSaafaa loleetu mo’e Gabayyoon hin dhaadanne Warraa faaggaa afufutu...
02/03/2024

Anfaarroo leenca malee Baalchan shaashii hin hidhannee
Saafaa loleetu mo’e Gabayyoon hin dhaadanne
Warraa faaggaa afufutu nan farsitanii fedhaa
Warraa gilgilii baatut saafaa lollefa jedhaa
Kan dhiigaa ittii kennineef bishaan bakka hin buutu
Maqaa gabaattii baddes gabaattii deebifatuu
———————————————————————-
Adawaattii kan adda kenne haa dhaadatu
Warri seena hin qabnemmoo haa saalfatu
💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿

Baga Yaadannoo ayyaana Adawaa geenye!

Address

Dembi Dolo

Website

https://www.facebook.com/gedadesisa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Geda Desisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Nearby media companies


Other Digital creator in Dembi Dolo

Show All