07/12/2023
Harmeenkoo 'bilisummaan isin barbaacha deemtan edaa kanaa' naan jedhan- Obbo Taayyee Danda'aa, Deetaa Ministera Nagaa
Kana dura yeroo qabsoof manaa baane, harmeenkoo 'gabrummaan isin jettan kuni meerre, nuti silaa nagumaan qotanna, nagumaan gabaa deemnee galla,' naan jedhan.
Amma erga manni gubatee, erga loon jalaa qalamee, erga firrii fi obbolaan dararamee โbilisummaan isin barbaacha deemtan edaa kanaa?โ naan jedhan, jedhu rakkoo nageenyaa naannoo Oromiyaa hammate yoo kaasan Obbo Taayyeen. Dhabamuu nageenya naannoo Oromiyaaf eenyu itti gaafatama fudhata?
Maatii Obbo Taayyee rakkoo akkami mudate? Ofii qondaala paartii Badhaadhinaa tahanii akkamiin bulchiinsicha qeequu danda'an?
Addatti BBC Afaan Oromootti kan dubbatan