Sona oromia

Sona oromia Asi irra oddeeffannoo adda addaa ni argatan

  ⁷
19/05/2024

⁷

Odeeffannoo haaraa!!Baraartoonni Iraan iddoo helekoptariin Pireezidaantii Iraan itti kufe jadhamu san dhaqqabaniiru! Xiq...
19/05/2024

Odeeffannoo haaraa!!

Baraartoonni Iraan iddoo helekoptariin Pireezidaantii Iraan itti kufe jadhamu san dhaqqabaniiru! Xiqqo booda haalli Pireezidaanticha fi ministeera dhima alaa biyyattii ni ibsama! Waan jiru isiif qoonna!!

Fiinicaa Lephis
19/05/2024

Fiinicaa Lephis

Eessa fi eessa?Visit OromiaπŸ‘ŒπŸ’•
06/05/2024

Eessa fi eessa?

Visit OromiaπŸ‘ŒπŸ’•

Bakkaa Oolmaa dargagoota Magaalaa Nageellee Arsii
06/05/2024

Bakkaa Oolmaa dargagoota Magaalaa Nageellee Arsii

Lephis Turism
06/05/2024

Lephis Turism

Magaalaa Negele Arsi Magaalaa giddugala tourist
06/05/2024

Magaalaa Negele Arsi
Magaalaa giddugala tourist

Marta to retire from international football at the end of this year. She has won the FIFA Women’s Footballer of the Year...
03/05/2024

Marta to retire from international football at the end of this year.

She has won the FIFA Women’s Footballer of the Year 6 times.

Proper GOAT

Shanghai, China
30/04/2024

Shanghai, China

30/04/2024
Dubai
30/04/2024

Dubai

Sky of dubai is different πŸŒ…β›…οΈ
30/04/2024

Sky of dubai is different πŸŒ…β›…οΈ

Imala Badhaadhina hunda-galeessaa milkeessuuf raawwii hojii keenyaa yeroo yeroon ilaalaa qorachuun hanqinnaaf ciminna ad...
30/04/2024

Imala Badhaadhina hunda-galeessaa milkeessuuf raawwii hojii keenyaa yeroo yeroon ilaalaa qorachuun hanqinnaaf ciminna adda baasuun qulqulleessaa deemuun barbaachisaadha! jedhame.

Oduu Ammee!!Warri DV lootorii bara 2025 warri guuttanii turtan yeroon carraa keessan itti ilaallattan May 4, 2024 ta'uun...
30/04/2024

Oduu Ammee!!

Warri DV lootorii bara 2025 warri guuttanii turtan yeroon carraa keessan itti ilaallattan May 4, 2024 ta'uun beekkamee jira. Kana jachuun guyyaa afur qofaatu jachuudha. Warri guuttan hundi Confirmation Number keessan qopheeffadhaa ilaallachuuf qophaa'aa! Akkuma gadi dhiifameen link isiniif maxxansa! Rabbiin warra milkaa'e nuhaa godhuu wal dhageesisaa! Yeroo baay'ee namni keenya guutuu malee Yeroo ilaallatan irratti odeessa hin argatu waan ta'eef! Yaa Rabbi nu milkeessi!!

Kun finfinneedha mo biyya biraati jarana waan gaarii biyyaaf hojjachuun seenaafis biyyaafis galata guddaa qabaachuudha
30/04/2024

Kun finfinneedha mo biyya biraati jarana waan gaarii biyyaaf hojjachuun seenaafis biyyaafis galata guddaa qabaachuudha

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sona oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sona oromia:

Videos

Share