Afaan Oromoo

Afaan Oromoo Ani Oromoodha. Afaan Oromoo immoo Afaan kooti.

Gaaf-tokko abbaan sooressi tokko ilma isaa fudhatee gara ganda tokkotti imale. Namoonni kaan hagam hiyyeessa akka ta'an ...
19/04/2025

Gaaf-tokko abbaan sooressi tokko ilma isaa fudhatee gara ganda tokkotti imale. Namoonni kaan hagam hiyyeessa akka ta'an itti argisiisu barbaadee, lafa qonna maatii hiyyeessa tokkoo keessatti yeroo dabarsan, Yeroo imala irraa deebi'an abbaan ilma isaan, " imalli akkam ture ?" jedhe gaafate. Ilmisaas" baayyee gaarii ture abbaakoo jedhee deebiseef.
Abbaan: hiyyeessi akkamitti akka jiraatu argitee?

Ilma: eyyee πŸ€™

Abbaa: Egaa imala kana irraa maal baratte mee natti himi?

Ilma: Nuti saree tokkoo qabna isaan afur qabu , nuti kuufama bishaanii xiqqaa qabna isaan lageen qabu, nuti ibsaa qabna isaan urjii qabu. Nuti nyaata ni bitaanna isaan ni oomishatu. Nuti of eegannoof dallaa qabna isaan hiriyyoota qabu. Nuti Televiijinii qabna isaan maatii fi firoota waliin yeroo dabarsu jedheen.
Abbaan mucaa waan dubbatu dhabee afaan qabate. Achiis ilmi isaa akkas jedheen, "abbaa hammam hiyyeessa akka taane waan natti argiisiifteef galatoomi' jedheen jedhama.😌

Artist Elias Shafii Oromoo qulqulluu Ijaajiitti dhalatee dha. Ijoollummaa irraa eegalee Fiilmii isaa ilaalaa guddanne, C...
12/04/2025

Artist Elias Shafii Oromoo qulqulluu Ijaajiitti dhalatee dha. Ijoollummaa irraa eegalee Fiilmii isaa ilaalaa guddanne, Cimaan isa hin ibsu. Keesumaa Diraamaa Zemen irratti hundatu isa dinqisiifate. Ani gama dhugaa dha guyyaa tokko kan keenya ta'a jedhee yaadeen hin beeku.

Kaleessa Podcast Marii Corner jedhamu irratti Afaan Oromoo Mi'awaa tokko yoo inni haasa'u argeen gammade. Ijoolummaan dhufee Finfinnee walakkaatti guddatee Afaan fi Aadaa isaa garuu hin daganne. Afaan Oromoo sirriitti dubbata, sababa Oromummaa isaan waan hedduu akka dabrses hima.

Akka kanaan garuu Solomon Boggaleenfaas suuta jedhanii dhufuun hin hafu.😁

Dr. Hayilee fidaa nama biyya Oromoo meeqan keessantu jaallata? ❀❀❀
12/04/2025

Dr. Hayilee fidaa nama biyya Oromoo meeqan keessantu jaallata?
❀❀❀

06/04/2025

Kottaa Afaan Oromooo haa guddisnuu!
πŸ™

06/04/2025

Afaan Oromoo Haa Guddifnu
=====!================
1) Ishii___Tole
2) Beqqaa___Ni ga'a
3) Qidaamee___Sambata xiqqaa
4) Xifirqelemii___Halluu qeensaa
5) Tsagur mayizhaa___Qabsiisa rifensa
6) Xuux mayizhaa___Qabsiisa harmaa
7) Dabtara_ Itti bartuu
8) Kaalsii____Shurraaba miillaa
9) Surree____Kofoo
10) Caammaa___Kophee
11) Temaarii___Barataa
12) Shaanxaa___Borsaa
13) Congaarraa___ Garaacha
14) Shint beet___Mana fincaanii
15) Waxii___Ittoo
16) Miizana___Madalaa
17) Gaxarii___Baadiyyaa
18) Ketamaa___Magaalaa
19) Meedaa___Dirree
20) Birdilibsii___Uffata qorraa
21) Biradistii___Distii sibiilaa
22) Waraaj____Na buusi
23) Qannasi___Hir'isi
24) Goodenya___Hiriyyaa
25) Sargii___Cidha
26) Fooqii___Gamoo
27) Caakkaa___Bosona
28) Siqaayii___Gidiraa
29) Dawwaluu___Bilbiluu
30) Kuwwaasii___Kubbaa
31) Taragaaga'i___Tasgabbaa'i
32) Mastawaqiyaa___Beeksisaa
33) Qibaatii___Dibata
34) Daanyaa___Murteessaa
35) Barrenyaa___Eegaa goolii
36) Qaxaruu___Mindessuu
37) Raddaatii___Gargaaraa
38) Shufeerii___Konkolaachisaa
39) Masgabii___Galmee
40) Silkii___Bilbila
41) Hakiimii___Ogeessa fayyaa
42) Zabenyaa___Waardiyyaa
43) Damoosa___Miindaa
44) Manooriyaa___Mana jireenyaa
45) Kibriitii___Qarraa
46) Birrii___Qarshii
47) Saantima___ Beesee, Dumbulloo
48) Gizee___Yeroo,Waqtii,Yennaa
49) Mannaariyaa___Buufata konkolaataa
50) Ni dabbara___Ni jibbisiisa
51 weraj ale_____ na buusi
52 Affaanyi____ ukkaamsaa
aarsaa guddaatu itti kanfalamee as gahe. Jechoota afaan oromoo afaan biraatiin walitti laaquun haa dhaabbatu

University lifeπŸ‘‡πŸ’”

26/03/2025
08/03/2025

Qubbee Afaaannii Oromooo seeraaan haa qubeessinu.
In argamamoo?
πŸ˜ƒπŸ˜ΈπŸ˜ΈπŸ˜ΈπŸ˜ΈπŸ˜ΈπŸ˜Έ
😎😎😎😎😎😎😎

Stop killing my  people!
21/11/2024

Stop killing my people!

11/11/2024

Afaan saba guddaa!
Afaan Oromoo!

06/05/2024

A jennee jalqabnee Z jennee xumurra.
Afaan Oromoo koo.

10 Lessons From "Leaders Don't Command: Inspire Growth, Ingenuity, and Collaboration" by Jorge Cuervo"1. Shifting from O...
06/04/2024

10 Lessons From "Leaders Don't Command: Inspire Growth, Ingenuity, and Collaboration" by Jorge Cuervo"

1. Shifting from Outcome to Effort: Move beyond just the final result. Inspirational leaders celebrate the dedication and effort put into a task, fostering a "never give up" attitude and a focus on learning from setbacks.

2. Creating a Safe Space for Vulnerability: Leaders build trust by admitting mistakes and encouraging open communication. This creates a psychologically safe environment where team members feel comfortable sharing ideas and taking risks without fear of judgement.

3. Sparking Innovation with Playful Experimentation: Ditch the rigid approach! Inspirational leaders encourage brainstorming sessions with a lighthearted, "outside-the-box" theme. They embrace wild ideas and foster a culture where creativity thrives.

4. Empowering Through Clear Communication: Leaders avoid confusion with clear communication. They outline project goals, expectations, and deadlines while discussing individual strengths and delegating tasks that align with those strengths. This empowers team members and fosters project ownership.

5. Fueling Motivation with Recognition: Publicly acknowledge a team member's accomplishments! A personalized thank you note or a small reward shows appreciation and motivates others to strive for excellence.

6. Leading by Example: Actions speak louder than words. Inspirational leaders embody the values and behaviors they expect, demonstrating work ethic, integrity, and a positive attitude. This earns trust and inspires commitment from the team.

7. Building Bridges, Not Walls: Inspirational leaders take the time to build genuine relationships. They invest in getting to know their team members on a personal level, fostering connections that create a positive and supportive work environment.

8. Unlocking Potential Through Coaching: Leaders are coaches, not just bosses. They invest in their team's growth by discussing career goals, providing mentorship, and offering opportunities for learning and taking on new challenges. This ensures the team has the necessary skills for long-term success.

9. Encourage Ownership and Autonomy: Instead of micromanaging, leaders empower their team members by giving them ownership of their work and the autonomy to make decisions. This fosters a sense of responsibility and accountability.

10. Stay Humble and Open-Minded: Even the most successful leaders have room for growth. They remain humble, open-minded, and receptive to new ideas and perspectives, continuously striving to improve themselves and their teams.

04/03/2024

Afaan Oromoo Afaan Gaanfa Afrikaati.

Address

FINFINNEE
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Afaan Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Afaan Oromoo:

Share