31/01/2025
dhaabbachuu qaba!
Sirna dhabdummaan namummaa namarraa mulqa! Namni yoo namummaa dhabemmoo bi°neensa bosonnaa irra ha°maadha! Namni nama ta'uun isaa kan beekkamu yoo naamusa namummaa qabate. Saniin achi bi°neensa bosonaa irraa homaanuu adda hinbahu.
Yakki suu°kanneessaan daa'immaan/ol adeemtoota irratti raawwatamu kun daangaa darbeera. Ta’iin akkanaa kun har’a qofa Osoo hin tane kan waggootaaf ta’aa dhufeedha. Ya°kki daa’imaa ol adeemtuu tana irratti raawwatame kun rifaasisaaf cigaasisaadha.
Ya°kkoonni akkanaa kun ya°kka qor qalbii haawasa keenyaa mii°dhuuf itti yaadamee raawwatamu! Kanaaf seerri yoo Jiraate qaama ya°kka kana raawwate seeraaf dhiyeessee adabbi isa madaalu irratti fudhachuun qaba!
Viidiyoo asii gadiin ilaalaa
👇👇
https://youtu.be/3oZsei_uCY0?si=B8j4P5cxmtIFrtGI