Raadiyoo Hamarsan

Raadiyoo Hamarsan Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Raadiyoo Hamarsan, Radio Station, Addis Ababa.

Eid Mubarak
21/04/2023

Eid Mubarak

21/04/2023
AYIDDE CAMBALAALLA
20/04/2023

AYIDDE CAMBALAALLA

Akka badhaadhummaa ayyaana isaattis Kristos dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin furamuu, dhiifamuu cubbuus qabna. Efe...
15/04/2023

Akka badhaadhummaa ayyaana isaattis Kristos dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin furamuu, dhiifamuu cubbuus qabna.
Efesoon 1:7




Gazexessaan Oromoo jalqabaa eenyu?  +
08/04/2023

Gazexessaan Oromoo jalqabaa eenyu?

+

ELFF+ Waliin Yeroo gaarii tureeIsiin Qabachuu keenyaf ni galateefanna! +application
05/04/2023

ELFF+ Waliin Yeroo gaarii turee
Isiin Qabachuu keenyaf ni galateefanna!
+application

‘’Televijiinni wanna hunda bifa suuraan nuuf kenna ykn nutti agarsiisa, Raadiyoon garuu sammuun keenya miliyoonotaan suu...
03/04/2023

‘’Televijiinni wanna hunda bifa suuraan nuuf kenna ykn nutti agarsiisa, Raadiyoon garuu sammuun keenya miliyoonotaan suuraa akka uumu taasisa!’’

Yeroo dhihootti sagantaawwan Bashannanaa garagaraa qopheessuun Karaa Raadiyoo Hamarsan guutuu adunyaatti "application EL...
31/03/2023

Yeroo dhihootti sagantaawwan Bashannanaa garagaraa qopheessuun Karaa Raadiyoo Hamarsan guutuu adunyaatti "application ELFF+" jedhamuun dhaggeeffatamuuf qophii keenya xumurree jirra!nuu eeggadhaa! 🎊

Gaarii yaadaa gaarii gaadaa
haa imallu waliif qoodaa!
Hamarsan Raadiyoo

BeeksisaNamoonni gaazexessitoota taatan akkasumas dandeettii qophii bashannanaa Raadiiyoo qopheessuu qabdan.Nu waliin ak...
17/03/2023

Beeksisa
Namoonni gaazexessitoota taatan akkasumas dandeettii qophii bashannanaa Raadiiyoo qopheessuu qabdan.Nu waliin akka hojjettan affeerraa keenya!Raadiyoo Hamarsan kan adda isa godhu karaa "Application ELFF+ "jedhamuun addunyaa guutuutti kan tamsa'u waan ta'ef carraa kanatti fayyadamuun qophiiwwan bohaarsoo ta'an garagaraa akka qabattanii nu waliin dalagdan abdii keenya!Karaa Page Raadiyoo hamarsa nu quunnamuu dandeessu!

Gaarii yaadaa,gaarii gaadaa
Haa imallu waliif qoodaa
Raadiyoo Hamrsan!

Dhabbani BTM(Bashatu Tolemariam multimedia)yeroo dhihootti karaa “application’’ ELFF + Jedhamuun Sagantaa bashannanaa  s...
16/03/2023

Dhabbani BTM(Bashatu Tolemariam multimedia)yeroo dhihootti karaa “application’’ ELFF + Jedhamuun Sagantaa bashannanaa sa’aa 24 dhaggeeffatamu Afaan Oromootiin isiniif dhiyeessuuf waliigaltee yeroo mallatteessinu Gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Raadiyoo Hamarsan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category