Dino Hassane

Dino Hassane Page kun kan oromoti ergankenya akka isinbira gahuf Follow gochu hindagatina hora bulaa.

24/04/2024
Qamaatee qamaatiin ammree
24/04/2024

Qamaatee qamaatiin ammree

21/04/2024

Gaaffii 1 Beyiladoota kheeyisaa Khan hijaa akkaan qabu khami?
A. Gaala B. Dibicha c. Khanniisa D. Hunda

26/03/2024

As wr wb gaafii Ramadanaan walqabatu deebisuuf dorgoma maleyikaan warra jannataa isin galmeyisuuf walhaa dorgomtu.
1: Kadiijaan niitin Rasuulaa (S. W. A) Yoom duute?....................

23/03/2024

Itoophiyaan lammiilee 'haala rakkisaa' keessa jiran 70,000 Sa'ud Arabiyaatii deebisuuf

Mootummaan Itoophiyaa 'marsaa sadaffaan' lammiilee Sa’ud Arabiyaatti danqaman 70,000 deebisuuf akka jedhu beeksise.

Lammiileen kuni ''haala rakkisaa'' keessa akka jiran Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa ibseera.

Lammiilee biyyatti deebisuun torban lama keessa akka eegalu ibsameera.
https://bbc.in/4armAco

03/03/2024

Arr

29/02/2024
[2/29, 11:06 AM] Luella Singleton: Hello[2/29, 4:34 PM] Gada Oda: Hi[2/29, 4:35 PM] Luella Singleton: Hello, I'm Natalie...
29/02/2024

[2/29, 11:06 AM] Luella Singleton: Hello
[2/29, 4:34 PM] Gada Oda: Hi
[2/29, 4:35 PM] Luella Singleton: Hello, I'm Natalie, I am work at HR department of Skyward Company. I would like to hire you to work from home in your free time. You can earn 10000 to 50000 ETB for your extra income.
[2/29, 4:41 PM] Gada Oda: yes
[2/29, 4:45 PM] Luella Singleton: Your work costs nothing and you can get 80ETB rewards in just a few minutes.
[2/29, 4:45 PM] Luella Singleton: I will give you an internship task now. Share our stories on our page. You need to send me the screenshot.
[2/29, 4:45 PM] Luella Singleton: It's completely free to join us and we'll pay you after every mission
[2/29, 4:45 PM] Luella Singleton: Are you ready to do a sample task now?

26/02/2024
25/02/2024

FAAYDAA QAARA MURAASA
1. Vitamin An kan badhaadhe waan ta'eef, fayyaa ija keenyaaf ni tola.
2. Vitamin C kan of keessaa qabu waan ta'eef, fayyaa gogaa keenyaaf ni gargaara.
3. Dhibee ofirraa ittisuu qaama keenyaaf.
4. Haalaan daakamuu soorataaf.
5. Utaalloo, qakkee fi kaansarii sombaa nurraa ittisa.
6. Fayyaa fi jabina lafee keenyaaf.
7. Keemikaalota qaama keenyaaf hin barbaachifne ni dhabamsiisa.
8. Gogaan qaama keenyaa akka dafee walitti hin butamnee fi dulluma yeroo malee nurraa ittisa
9. Rammolee garaacha.
10. Dhukkuba ijaa.
11. Dhukkubi ilkaani dabre dabree nama nyataan.
12.Dhiibbaa dhiiga to'achuuf fi k.k.fa'a

25/02/2024

Madda haraashii

25/02/2024

Ar

Address

Addis Ababa
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dino Hassane posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dino Hassane:

Videos

Share



You may also like