Abbaa Aaffii

Abbaa Aaffii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abbaa Aaffii, Digital creator, Bole, Addis Ababa.

26/11/2024

Nama kabajuun mallattoo sodaa ykn lugnummaa osoo hin taane, bilchina sammuu fi dandeettii fageessanii yaaduuti.โœ๏ธ

  for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.                                                   โค๏ธ โœ๏ธโ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆโ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”...
22/09/2024

for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.








โค๏ธ
โœ๏ธ
โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆ
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ

Ten Unknown Facts About   1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germ...
22/09/2024

Ten Unknown Facts About

1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.

2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.

3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.

4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.

5. Global Presence: BMW is a global automotive Company

6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.

7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.

8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilities worldwide, including in Germany, the United States, China, and other countries, ensuring a global reach and localized production.

9. Brand Portfolio: In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering to a diverse range of automotive tastes and luxury segments.

10. Cultural Impact: BMW's vehicles often become cultural icons, featured in f

(SMART cityโค๏ธ)capital city of ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡นโ™ฅ๏ธ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ  for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.                                                   โค๏ธ โœ๏ธโ–ˆ...
02/09/2024

(SMART cityโค๏ธ)capital city of ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡นโ™ฅ๏ธ
๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ
for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.








โค๏ธ
โœ๏ธ
โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆ
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ

19/08/2024
  Guyyaa har'aa qofa dhaabbileen Daldalaa daballii gatii hin malle taasiisan kumni 2 fi 17 yoo saamsaman, 2 eeyyamni isa...
08/08/2024


Guyyaa har'aa qofa dhaabbileen Daldalaa daballii gatii hin malle taasiisan kumni 2 fi 17 yoo saamsaman, 2 eeyyamni isaanii dhorkamuu fi 3 ammoo haqamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksisee jira.

Daldaltoonni 25 adabbii hidhaan adabamanii jiru.
Tarkaanfii kanaan alatti dhaabbilee sababa seera cabsuun cufamanii turan keessaa kumni 4 fi 300 hojiitti deebi'uu eeraniiru.

Atileet Dirribee Waltajjii fi Atileet Gudaaf Tsaggaay dorgommii xumuraaf darbaniiru Gulaallii fiigicha meetira kuma 1 fi...
08/08/2024

Atileet Dirribee Waltajjii fi Atileet Gudaaf Tsaggaay dorgommii xumuraaf darbaniiru

Gulaallii fiigicha meetira kuma 1 fi 500 har'a gaggeeffameen Atileet Dirribee Waltajjii fi Atileet Gudaaf Tsaggaay dorgommii xumuraaf darbaniiru.

Gama biraatiin fiigichichaan Atileet Birqee Hayyaaloom dorgommii xumuraaf darbuuf hinmilkoofne.

โ€ข Today's the best Photo ๐Ÿ‚๐ŸŒปโ€ข๐Ÿ”ด Beautiful
31/07/2024

โ€ข Today's the best Photo ๐Ÿ‚๐ŸŒป
โ€ข๐Ÿ”ด Beautiful

Today's best photo ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•Œ            Actres  # jamilanagudu with   and  also known as   in   movie๐Ÿ“ฝ๐Ÿ“บ๐Ÿ‘ˆ
18/07/2024

Today's best photo
๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹๐Ÿ•Œ










Actres # jamilanagudu with and also known as in movie๐Ÿ“ฝ๐Ÿ“บ๐Ÿ‘ˆ

Manni Maree Magaalaa Finfinnee gabaasa raawwii hojii bara baajataa 2016 raggaasise============//======//=====Adooleessa ...
17/07/2024

Manni Maree Magaalaa Finfinnee gabaasa raawwii hojii bara baajataa 2016 raggaasise
============//======//=====
Adooleessa 10-2016 Manni Maree Magaalaa Finfinnee gabaasa raawwii hojii bara 2016 fi kallattii xiyyeeffannoo bara 2017 irratti erga mariโ€™atee booda bulchiinsa magaalichaa mirkaneesseera.

Manni marichaa gabaasa raawwii hojii bulchiinsa magaalichaa kan bara baajataa 2016 kantiibaa Adaanech Abeebeen dhiyaate irratti mari'achuun raggaasiseera.

Manni Maree magaalaa Finfinnee yaaโ€™ii idilee 3ffaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiraachuu Waajjirri Kantiibaa magaalichaa ibseera.

Godina Geedeโ€™ootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lakkoofsi namoota duโ€™anii 9 qaqqabeera.๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ=====================Adooleessa_...
17/07/2024

Godina Geedeโ€™ootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lakkoofsi namoota duโ€™anii 9 qaqqabeera.๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
=====================
Adooleessa_10_2016 Kibba Itiyoophiyaa godina Geedeโ€™oo aanaa Coorsoo ganda Dibaandbee naannoo Shaayisaatti balaa qaqqabeen lubbuun namoota sagalii yoo darbu, namoota afur irra miidhaan qaamaa cimaan qaqqabuu ibsameera.

Konkolaataan gogaa "Sino truck" jedhamu geejjiba uummataa Dilla irraa gara Mooyyalee fi "FSR" Bulee Horaa gara Diillaa deemu walitti bu'uun balaan qaqqabe jedhameera.

Address

Bole
Addis Ababa

Telephone

+251947787885

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Aaffii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abbaa Aaffii:

Videos

Share