LULE TUBE

  ||   Comedy Komedii/baacoo gabaaba nama barsiisu fi bashanansisu waa'ee dhimma hojii dhabuu, barbaadu fi haala ammaa d...
23/03/2024

|| Comedy
Komedii/baacoo gabaaba nama barsiisu fi bashanansisu waa'ee dhimma hojii dhabuu, barbaadu fi haala ammaa dargaggessi itti jiraata jiruu bifa gabaaba ta'een kan mul'isudha.
Taato fi barreessan komedii kana Ko'isaan Bekele Sol ti.
Dawwachudhaan yaada keessan nuf qooda!
Akkasumas channel YOUTUBE keenya subscribe gochuudhaan nu hordofa.
Thanks dhugaa hin dandeessa ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Komedii/baacoo gabaaba nama barsiisu fi bashanansisu waa'ee dhimma hojii dhabuu, barbaadu fi haala ammaa dargaggessi itti jiraata jiruu bifa gabaaba ta'een k...

Gaarummaan Ofiifi! || แˆ˜แˆแŠซแˆแŠแ‰ต แˆˆแˆซแˆต แŠแ‹แข  ****** ***** **** ***** Rakkoo tekinika nu muudaten isin dura badne kan turre amma...
02/02/2024

Gaarummaan Ofiifi! || แˆ˜แˆแŠซแˆแŠแ‰ต แˆˆแˆซแˆต แŠแ‹แข


****** ***** **** *****
Rakkoo tekinika nu muudaten isin dura badne kan turre amma deebinee jirra.
Youtube channel keenya subscribe, like, share & comment nu gochuudhan jaalala keessan nutti agarsiisa.
GALATOOMAA!!!

Dokumentariin gabaaban kun; Gaarumaan ofii keenyaaf akka ta'e gabaabinan kan nu barsiisu fi hubachisudha. Kanaaf dawwachudhaan yaada keessan nuf qooda. Akkas...

HAPPY NEW YEAR!!! BAGA GEESSAN!!! Dawwaadhaa! by Gutu Shifera
02/01/2024

HAPPY NEW YEAR!!!
BAGA GEESSAN!!!
Dawwaadhaa! by Gutu Shifera

Waaqeffannaa dinqii, baayyee namatti tolu, nama eebbisu, nama haareesuu bara haaraa 2024 sababeffachuun tti karaa ...

Sirna Eebbaa kitaaba  Bikiltu Wakesa OliBilisuma Mesfin Fite Rache Tesfaye Monet Beksisa Ejeta Ebba T.
25/12/2023

Sirna Eebbaa kitaaba
Bikiltu Wakesa Oli
Bilisuma Mesfin Fite

Rache Tesfaye

Monet Beksisa Ejeta
Ebba T.

Sirni eebbaa kitaaba bakka artistonni fi barreesittonni kitaaba argamanitti haalaa gaariin geggeffamera.

Walaloo aja'ibaa Waloo   dhiyaate sirna eebbaa kitaaba   irraatti.
11/12/2023

Walaloo aja'ibaa Waloo dhiyaate sirna eebbaa kitaaba irraatti.

Walaloo ajaa'iba akka aja'ibaatti walalleeffame.

 Sirna Eebbaa Kitaaba LEETOO irraatti agarsiisa adda qaamasa akka barbaade mimicciruudhaan dandeetti adda kan qabu   kan...
11/12/2023


Sirna Eebbaa Kitaaba LEETOO irraatti agarsiisa adda qaamasa akka barbaade mimicciruudhaan dandeetti adda kan qabu kan dhiyaate.
Bilisuma Mesfin Fite

Bilisummaan qaamasa akka qunceedha; bifa barbaadetti, akkata barbaadetti mimicciruu fi daddabsuudhan akka fedhasa nama godhudha. Dandeetti fi ga'uumsa adda n...

POWER of VISION || HUMNA MUL'AATAEpisode 03Kutaa 3ffaan waa'ee humna mul'aata gadfageenyan kan ibsu, mul'aata keessaa ke...
08/12/2023

POWER of VISION || HUMNA MUL'AATA
Episode 03
Kutaa 3ffaan waa'ee humna mul'aata gadfageenyan kan ibsu, mul'aata keessaa keenyaa jiru akkamitti akka hubannu kan nu barsiisudha.
DAWWADHAA!!! || GALATOOMA!!!

Kan hanga yoona subscribe hin godhin jirtan subscribe nuf godha.
Akkasumas namootaf qooduudhan jaalala keessan nutti argisiisa.
GALATOOMA!
โ€”โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€”โ€”
แ‰ปแŠ“แˆ‹แ‰ฝแŠ•แŠ• แˆฐแ‰ฅแˆตแŠญแˆซแ‹ญแ‰ฅ แ‹ซแ‹ตแˆญแŒ‰แข
แแ‰…แˆซแ‰ฝแˆแŠ•แˆ แˆˆแˆŒแˆŽแ‰ฝ แ‰ แˆ›แŠซแˆแˆ แ‹ซแˆณแ‹ฉแŠ•แข
แŠ แˆ˜แˆฐแŒแŠ“แˆˆแˆ
โ€”โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€”โ€”
If you haven't subscribed yet, please subscribe.
And show us your love by sharing it with others.
THANK YOU!
โ€”โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€”โ€”

Kitaabni HUMNA MUL'AATA akka nuyi mul'aata keessa keenya jiru ykn kaayyoo keenya arganu nu taasisa. Isaa kanaaf dubbisan affeerraa keenya. GALATOOMA!

EPISODE - 2 Ogummaa Itti fayyadamaa YEROODawwaadhaa! Subscribe nuf godha! Share nuf godha! Comment nuf godha! Like nuf g...
01/12/2023

EPISODE - 2
Ogummaa Itti fayyadamaa YEROO
Dawwaadhaa! Subscribe nuf godha! Share nuf godha! Comment nuf godha! Like nuf godha!
-------- ----- ------ ------ ------ ------ ------
Kan hanga yoona subscribe hin godhin jirtan subscribe nuf godha.
Akkasumas namootaf qooduudhan jaalala keessan nutti argisiisa.
GALATOOMA!
โ€”โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€”โ€”
แ‰ปแŠ“แˆ‹แ‰ฝแŠ•แŠ• แˆฐแ‰ฅแˆตแŠญแˆซแ‹ญแ‰ฅ แ‹ซแ‹ตแˆญแŒ‰แข
แแ‰…แˆซแ‰ฝแˆแŠ•แˆ แˆˆแˆŒแˆŽแ‰ฝ แ‰ แˆ›แŠซแˆแˆ แ‹ซแˆณแ‹ฉแŠ•แข
แŠ แˆ˜แˆฐแŒแŠ“แˆˆแˆ
โ€”โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€”โ€”
If you haven't subscribed yet, please subscribe.
And show us your love by sharing it with others.
THANK YOU!
โ€”โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€” โ€”โ€”โ€”โ€”

Ogummaan Itti fayyadama yeroo waa'ee itti fayyadamaa yeroo, faayidaa itti fayyadama yeroo, miidhaa itti fayyadamuu dhiisuu yeroo fi dhimmaa yeroon walqabata...

24/11/2023

DAANDII MO'ATTOOTAA๐Ÿ†
Daandiin Mo'attootaa Youtube channel Lule tube irraatti Kutaan jalqaaba (episode 01) har'a galgala sa'aatti 12:30 irraa kaasee gadhiifama.
Kanaaf link armaan gadii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ fayyadamudhaan subscribe, like, comment fi share gochuudhaan maatii keenyaa ta'a.

https://youtu.be/YF8UF0-Vigo?si=AFSlFQYERbkV7iak

New project Please subscribe, like, share and comment this YouTube channel. LULE TUBE ||LULE TUBE || LULE TUBE
20/11/2023

New project
Please subscribe, like, share and comment this YouTube channel.
LULE TUBE ||LULE TUBE || LULE TUBE

New Youtube channel Please Subscribe ....LULE TUBE

24/07/2023

"Waaqayyoon ala jireenyi kaayyoo hin qabu; kaayyoon ala jireenyi hiika hin qabu. Hiikaan ala jireenyi barbaachisummaa yookaan abdii hin qabu! "

14/07/2023

Jijjiramaaf ana caalaa namni sirriin,
Amma caalaa yeroo sirriin,
Addana caalaa bakki sirriin hin jiru!!

01/07/2023

Seeroota Jireenya Sadan
1. Yeroo gammadde jirtutti waadaa hin senin!
2. Yeroo artee jirtutti deebii hin kenin!
3. Yeroo gadditee jirtutti hin murtessin!

Gaafa kaatu wanta katuf beki. Bira gahuun qaba jedhi of amansisi. Muudannoo fi rakkinni jiraachu danda'a. Gonkuma, tasum...
07/06/2023

Gaafa kaatu wanta katuf beki. Bira gahuun qaba jedhi of amansisi. Muudannoo fi rakkinni jiraachu danda'a. Gonkuma, tasuma, altokkofille harka hn kennin.

09/05/2023
Kana beekta?Bermuudaa Triangle Addunyaan keenya kun yeroodhaa gara yerootti akkaataa uumamaanis taโ€™e dhiibbaa jijjiirama...
10/03/2023

Kana beekta?

Bermuudaa Triangle
Addunyaan keenya kun yeroodhaa gara yerootti akkaataa uumamaanis taโ€™e dhiibbaa jijjiirama qilleensaafii kan kana fakkaatan taateewwaan kanneen akka mancaโ€™uu qabeenyaatii hanga duโ€™a lubbuuti ilmaan namaa irra qaqqabsiisuu irra kan darbe dhugaadha jedhanii amanuun kan namatti ulfaatu taateewwan ajab nama jechisiisan yeroodhaa gara yerootti mullachaa adeemaa jiru, Isaan keesaa tokko Bermuudaa Triangle yoo taโ€™u Bermuudaa Triangle bakkeewwan addunyaa keenya irratti argaman keessaa iddoowwan iccitii ykn dhoksaa ifa hin taane keessaa isa tokkodha. Qorattoonni hedduunis waggoota dheeraadhaaf bakki kun bakka balaafamaa taโ€™uusaa hubachuun qorannoo baayyee irratti adeemsisanii jiru. Iddoon kunis kan argamu kallattii kaabaan gara United States Ameerikaattii Filooridaa kan daangessu yemmuu taโ€™u kallattii biyyoota ardii Ameerikaa kibbaan immoo Poortoriikoo daangessuun kallattii kaabaa bahaan immoo hanga fiixee Bermuudaatti adeema.

Ballini bakka kana walii galatti km 1,300,000 โ€“ 3,900,000 taโ€™a. Akkaataa teessumaanis kallatti garaa garaa sadiitti kan qoodamedha. Kallattii kamiin irra deddeebiin balaan akka mullatus waanti qabtamaan hin jiru. Xiyyaaronnifii dooniiwwan bakka kanattii achi buuteen isaanii dhabame barbaacha gudddaa taasifamus arguun hin dandaโ€™amne. Bakki kun maqaa biroo Triangle seexanaa jedhamuunis ni beekama. Xiyyaarota 150fii dooniiwwan miyoota garaa geejjibsiisanii fi bidiruuwwan hedduun bakka kanatti dhabamaniiru.Baayyee kan nama dhibu ammoo xiyyaarotaafii dooniiwwaan bakka kanatti bishaaniin fudhataman caccabaan miya isaani illee barbaadamee dhabamuu isaati. Egaan bakka kanatti dooniiwwan garba guddaa Atilaantik irra geejjibamaniifii xiyyaarota irras balaa qaqqabeen lubbuun namoota hedduu darbee qabeenyi baayyeenis barbadaaโ€™eera. Haa taโ€™u malee balaan kun sababa qaqqabeef hanga harraatti waanti qabatamaan hin jiru. .. Kutaa 2ffaan itti fufa.

KANA BEEKTUU? Kutaa 2ffaaKutaa 1ffaa isin darbee argachuuf link kana cuqaasa: https://oolleerraa.com/2022/09/02/kana-bee...
04/01/2023

KANA BEEKTUU? Kutaa 2ffaa
Kutaa 1ffaa isin darbee argachuuf link kana cuqaasa: https://oolleerraa.com/2022/09/02/kana-beektuu-kutaa-1ffaa/
-----------------------------------------------------------------
28. Toomaas Edisen namichi baalbii ifaa hojjate, gocha kanaaf kan isa kakaase sodaa guddaa dukkanaarra qaburraa kan kaโ€™edha.
29. Giriik durii leessatti jechi gowwaa ykn wallaalaa jedhu fayyadamanii kan arrabsan nama polotikaa keessa hin jirreef. Bara kana hoo?
Guutummaasa argachuuf linki armaan gadii kana cuqaasa
https://oolleerraa.com/2023/01/04/kana-beektuu/

Biqiltoonni yommuu muuziqaa dhaggeefatan daddafanii guddatu. Giriik durii keessatti jechi gowwaa ykn wallaalaa jedhu fayyadamanii kan arrabsan nama polotikaa keessa hin jirreef. Bara kana hoo?

Fedhiiโ•‘HawwiiFedhiin dhala namaa daangaa hin qabu! Isa tokko yoo argate isa hin qabne immoo ni hawwa. Kan koo na gaha je...
12/12/2022

Fedhiiโ•‘Hawwii
Fedhiin dhala namaa daangaa hin qabu! Isa tokko yoo argate isa hin qabne immoo ni hawwa. Kan koo na gaha jechuun hin jiru.
Abjuun hawwii onnee keti! Guutumaasaa argachuuf ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Fedhiin dhala namaa daangaa hin qabu! Isa tokko yoo argate isa hin qabne immoo ni hawwa.Kan koo na gaha jechuun hin jiru. Abjuun hawwii onnee keti! Why Because? Sababni isaa maali? โžŠ Dandeettii ofii irra taa'anii kan nama biroo utuu hawwanii kan hafan guutaniiru! Dandeettii qabdu itti cimtee utuu ...

14/09/2022

AMALLI NAMOOTA CICCIMOO MAALI?
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Namootni ciccimoon kaayyoo sirrii ta'een gaggeeffamu. Kaayyoo isaanii kanaafis bulu. Gochi isaan guyyaa guyyaatti hojjetan, dubbii isaan dubbatanii fi barreessan hedduun isaa qaama kaayyoo isaanii kanadha. Sammuu isaanii fi hubannaadhaan gaggeeffamu malee oduu namaan hin bulan. Namoota akkasii irrattis ta'ee biratti yoo odeeffamu, isaaniin hin ajaa'ibu. Wanti ta'aa jiru hedduun isaa wanta isaan duraan yaadaniidha. Maal akka yaadan, maal gochuu akka qaban, rakkoo tokkoof maddi isaas falli isaas maal akka ta'e buusanii baasanii yaadu. Namoota furmaataati malee rakkoo-uumtota miti.

โ Namoonni ciccimoon, wanti hojjetamuu fi odeeffamu kam iyyuu fedhii isaanii malee akka dhiibbaa hin taane irratti hin godhanneef of eeggatu. Maal akka dhaggeeffatan, maal akka dubbisan, maal akka dubbatan, maal akka raawwatanis bareechisanii beeku.

โ Amaloota namoota bebbeekoo keessaa inni biraan tokko immoo, yeroo hundumaa sammuun isaanii banaadha. Beekumsa dabalachuuf, ogummaa fi dandeettii dabalachuuf, gabbifachuuf yeroo hundumaa banaadha. Wanta gaarii irraas, wanta hamaa irraas wanta baratan qabu. Maal akka godhanis irraa hubatu malee ittiin hin miidhamani.

โ Cimina isaanii namoota duratti mirkaneessuufis hin dhiphatani. Namootni yoo isaan hubatanis hubachuu baatanis, isaan, irra caalaa waanuma gochuu qaban godhu malee haalaa fi oduudhaan hin jeeqamani.

โ Of hin tuulani. Siluma iyyuu cimoo waan ta'aniif, ofii isaanii fakkaatu malee, akka nama cimaa hin taanee nama cimaa fakkaachuuf yaaluuf of hin tuulani. Amalli hamma ofiin alatti of tuuluus, amala nama cimaa hin taanee akka ta'e bareechanii beeku.

โ "Of hin jajanis." Hojiin isaanii inni gaggaariin akka isaan boonsu waan beekaniif, ofiin of leellisuuf hagas mara hin dadhabani.

โ Amalootni namoota ciccimoo fi ciccimoo hin taanee illee hedduudha, ammaaf garuu kanuman tuquu barbaade. Mee isin immoo maal jettu? Yaada kana keessatti of ilaaltaniittuu? Madaaltaniittuu? Comment godha.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when LULE TUBE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to LULE TUBE:

Videos

Share