Gurbaa Gattiraa

Gurbaa Gattiraa Seenaan hin daagatu kan Oromoo
❤️💚❤️
❤️💚❤️
❤️💚❤️
❤️💚❤️
🔴🟢🔴
🔴🟢🔴
🟥🟩🟥
🟥🟩🟥

19/06/2023

Gurbaa Gattiraa

19/06/2023

👂👈👇 Dhageefadhu mee 👇

07/06/2023

👂👈👇

07/06/2023

07/06/2023

06/06/2023
06/06/2023

Arraata Biyyoolessaa Oromiyaa

25/05/2023

dhira sagalee dhala fakeessu👂👈👇

14/05/2023

Naajii Kaliil
01/05/2023

Naajii Kaliil

01/05/2023

Video kanaan Bohaara mee koo
Naajii Kaliil Sololo Oromia

17/04/2023
17/04/2023
16/04/2023






16/04/2023
  " Oddefannoo kana dabarsiHaleellaa Xayyaaraa Godinaalee Shawaa Afran Irratti Bor Irraa Kaasee  Haleellaa Obbooroo ( Ba...
16/04/2023


" Oddefannoo kana dabarsi
Haleellaa Xayyaaraa Godinaalee Shawaa Afran Irratti Bor Irraa Kaasee Haleellaa Obbooroo ( Barii) Sa'a 11:00 -1:00 Ganamaatti, Guyyaa Sa'a 6 -7 Galgala Sa'a 11- 2:00 Halkanitti Haleellaa Daguu ( Unintentional Attack) Haleellaa Tasaa Godhuuf Jiru.

Ganama Irraa Qabuun Kaartaa Samiirraa Xayyaaronni Hedduun Samii Irraan Bakkoota Hedduu Kaasaa Oolan.

1. Shawaa Lixaa ( Waddeessaa, Ilfataa, Booni Jalduu, Midaaqanyii, Nyamar Fi Ada'aa Bargaa Meettaa Walqixxee Qaxqaxoo Bakkeewwan Lafa Ol Ka'oo, Lafa Gammoojjii Diriiraa Irratti Raawwatuuf Jiru) Magaalota Xixiqqoo Baadiyyaa Jiran Irrattis Haleellaa Banuuf Jiru.

2. Shawaa Bahaa ( Boosat, Fantaallee, Gammoojjii Daangaa Affaari Fi Oromiyaa, )

3. Shawaa Kaabaa ( Kuuyyuu, Dagam, Birriitti, Magaalota Xixiqqoo Baadiyyaa Jiran Maratti)

4. Shawaa Kibba Lixaa ( Ammayyaa, Dallee Daak, Culullee Fi Naannawaa Ishee Magaalota Xixiqqoo Baadiyyaa Jiran)

Maal Godhuu Qabna

1. Uummanni Manneen Amantii, Manneen Barnootaa Fi Gabaa Irraa Fagaachuu

2. Bakkoota TV Fi Raadiyoo Jiran Signal Waan Dadhabuuf Hatattamaan Samiirraa Faan Furga'u Ilaaluun Kallattii Addaa Addaati Fiiguu

3. Waantota Calaqqisan Huccuu Adii Waantota Ifa Balaqqeessisan Irraa Fagaatuu

4. Lafarra Ciisuu Dhiisuu

5. Bakka Tokkotti Walitti Qabamuu Dhiisuu

6. Fageenya Meetira 30-50 Walirraa Fagaatuun Naannoo Ofii To'atuu

7. Mana Keessatti Aara Aarsuu Dhiisuu,

Waantota Kana Akka Tooftaatti Fayyadamuun Hanga Tokko Lubbuu Lammilee Nagaa Baraaruuf Dhimma Itti Haa Fayyadamnu."

16/04/2023

Walaloo Jaal Ebla 15 2023 GGO Guyyaa Seena Qabeessa

13/04/2023

Ji’a Torbaa guutuu waliin manneen hidhaa hawaasni jiraachuu isaa quba hin qabnee-faa irra naannessanii nu dararaa turani. Jaal Kennasaa Ayyaanaa duruma yeroo qabaman iyyuu dhiibbaa dhiigaa dhukkubsatu ture. Erga hidhaatti darbatamanii immoo akka dhibeen itti hammaatee dararamaa jiran utuu beekkamuu, akka yaala hin arganne dhorkamaa turani. Sababii dhibeen isaan ittiin dararaman nyaata mana hidhaatti argatan hunda akka nyaatan hin hayyamneef, Yeroo nyaatan irra kan isaan hin nyaannetu baay’ata. Bakka qorraatti hidhamnee waan turreef, qaamni isaanii akka ho’a gahaa argatuuf jecha akka nama du’eetti ciisanii carqii naannootti argame hundaan marree ture kan isaan rafan.

Ifa aduu illee argachuuf torbee Lamafaa eeguun dirqama ture. Nyaanni warra nu hidheen nuuf dhiyaatu waan hin turreef,… kana hunda dubbatanii nutis nyaata illee lagachuun dubbanneefii deebiin nuuf kennamu tokko qofa ture. Innis Koonishiiniin “akka yaalamaniif hin hayyamne!” kan jedhudha. Kun immoo guyyaa Tokko Lamaaf mana hidhaa keessa turre Tokkicha keessatti utuu hin taane,

Bakka dhoksaa 6 Kiiloo( Caffee Araaraa)
Mana Hidhaa[Sirreessaa] Buraayyuu, Saansusii
Mana Hidhaa[Sirreessaa] Sabbata, Daalattii fi
Waajjira Poolisii Magaalaa Galaan itti waliin hidhamne keessatti deebii nuuf kennamu ture. Egaa amma humnaan ol taanaan dhukkuma hamaa tasa nama galaafachuu danda’u waliin hidhaa Waggaa Lamaa olii booda yaalaaf gara Hospitaalaa geeffaman jechuudha.

Haalli Jaal Mikaa’el Baqqalee(Booranaa) keessa turanis kanaan kan wal fakkaatudha. Hanga har’aattis yaala argatanii hin beekani. Manni murtii garuu akka yaala argataniif irra deddeebiin ajaja dabarseera. Akka yaalaman qofa utuu hin taane, akka hiikamaniif ajajni kan darbe tahus kunoo Haceen nu jalaa ajjeefamuu dura to’atamanii hanga yoonaa hin hiikamin jiru💔

Ayii waan jechaa nama dhabsiisa. Warri hiitan cubbuu dhala dhala keessaniif ka’aa akka jirtan beektanii utuu yeroon ajaja mana murtii waggaa Lama dura kenname hojii irra oolchitanii falachuu isiniif taha jedheen amana. HIIKAA t.me/obsaabdiisaa

13/04/2023

Qe'ee Walloo gubachaa jiruuf sagalee haa taanu

ADDA BILISUMMAA OROMOO (ABO-WB0)OROMO LIBERATION FRONTEbla 13 2023Labsii Jarmayaa ABO-WBO Biyya AmbaaGaaffii bu 'uran qa...
13/04/2023

ADDA BILISUMMAA OROMOO (ABO-WB0)
OROMO LIBERATION FRONT

Ebla 13 2023

Labsii Jarmayaa ABO-WBO Biyya Ambaa
Gaaffii bu 'uran qabsoon bilisummaa Oromoo kan mirga hiree murtceffannaa bakkaan gahuuf qabsoo hadhooftuu
Waraanni Bilisummaa Oromoo gaggeessa jircachuun beekamaa dha! WBOn Mirga abbaa biyyurmmaa fi mirga hiree ofi
ofin murteefachuu uumata Oromoo, OSoo iraa hin sharafamiin akka hojii ira oolu lubbuu isaa qaalii warvegu
injifanngowwan gurguddoo galeemssaz jira. Haala bara 2018 qabsoo bilisummaa Oromoo mudate waliin wal qabatee
ABOn gara Finfnree gaafa seeng irraa ecgalac WBOn walabummaa jarmayaa qabaachuuf dirgame. Haallan WBOn akka
walabummnu jumayaa qubtu isa dirqgn kessu:
1. ABOa akka paautii siyaxssatti Bordii Filaanoo Itiyophiy ati waan galmazycef, qabsoo hichannoo boggamuuf sceraan
waan dhokaameef;
2. Miscensota Korce Huji Razwwachiftuu AB0 misecnsa PP ta'un fi isaan kecssaa anmoo sadarkaa naannoo fa
federaalatti bulchinsa mootumman PPti wLan dabalamanif:
3. Miseensoti Koree Hujii Raawwachistuu ABO garin caasaa basasaa PP keessa waan galaniif
4. Hoggnootaa ABO cichoon ta'an amnoo mana hidhaatti waan darbatamaniif,
5. Kanncen hafan armoo shira miccirraa siyaasaun mcoturnmichca jalatti waan kufanf.
ABO Finfinneetti degbihe birmadummaa jaa rmayaa fi dilbii siyaasaa waan dhabeef, WBOfkallattii siyaasaa kemuu
waan dadhabeef, humna seeraa, anniisaa siyaasaatii fî dandeetii boji ittiür sochosu dhabe. Qaawwaa hooggansa
siyaasaa uuname cufuuf WBOn Adoolessa bara 2021 Oromiyas diree walaba keessati Kora Guddaa gaggeefate. Kora
kans irrati hogganni siyaasaa WBO, qondaaletaa fi ajajooni waraana WBOfi deggertonni WB0 Oromiysa guutuu
kecssua iratti hinaatani hogganaa siyaasua ã waraanaa Ajajaa Oluna ABO-WBO tolfatan. Kora Kanam, ABO-
WBOn ini gaafatamummaa ol'aantummaan sochii waraana WBO hogganuu, dhimma siyaas aa fi díree diplomuasii
qindoominaan qajaælchuu fudhate. Moggaasni ABO-WBO jedhus siyaasni fi waraanni qaama tokko jalati waaltawee
taliigamuu fi tokkoomuu akeeke.
Haala kanaan WBOn dirqama dachaa ofitti fudhate kana biyya ambaatti taliiguuf; hoji ajajaa ol'aanaa ABO-WBO biyya
ambaa kee ssatti bifa waltomeen qindzessuf didhaneen bedduu turans, har'a Oromoon wal hubatee WBO jabeessuuf
hoggana ayajaa ol'aanaa ABO-WB0 jabcessuun alatti falli akka hin jire hubatee, qeana biyya alaatti dinegdee, beckumsa,
becksisi, tekrology fi halagaa firoomfachuu bifa waaltomeen tolehuun dirqi ta'e.
llmaan Oromoo biyyaambaa keessa jiran 2018 iraa eegake kaka'umsa ofiin WBO qixa dinagdec fi beekumsaan garyaara
turtan marti galata guddaa qabiu. Hata'utii gargaarsi bifa faffuca'en, quba qaboenyz aajaa ol'unaa ABO-WBO alati
miseensa waraaaaf dhaqabua ture, akka waraani waliüfhin abboonmnce fi sima dhablunra babal'isuu keessati waan
gumuache waan qabuu; tokkumaa Waraanaa itichuu fi akka qaana okkoti wal alüiguuf garyaarsii fi deeggarsi akka
bife waaltominaa qabun gajeelfamu, sunis dirree iraa qajeelfemu dirqee jia

Haala kanaan qaamni ajajan o'aanaa AB0-WBOtti dhihoo jiru fi kan qajcifuma jaarmayaa ABO-WBOf qajectfan
kennu, jaal Qajeelaa Siraj Hasan, dinqmx hoji jaaayaa biyya ambea walii galaa iatti ramadamuu isaani ajajaan
ol'aanua ABO-WBO hubachiisa.
Hoji biyyu anbaa kegsan jiru wualtessuuf, humna bakka bakkati faffaca'ee jiru walitti gabuni ammachuuf, caamni
qajeelfana jaal Qajeelaa Siraaj Hasan irraa fudhatani bifa koree yerpon ijaaramaai diuqama Oromoo okoomsuu,
guracha WBO guddiuu, gurnuulee haal-duree okko nalee WBO gargseranii f dirree imaa qjeelfaa fudhachuuf
yophii ta'un mara waliti qabuuf koren yeTUU IHINUOa arnaan gadii imua tol fumee jira; isaanis:
1. Jaal Lelisc Roobaa
2.
3. Jaal Elemoo Odaa
5.
Jaal Coalaa Muhamad
4. Jaal Cichaa Goobaa
6.
Jaal Büftuu Fayisaa
Jaal Morkataa Guutuu
7 Jaal Jireenyaa Guddataa dha.
Quarni dhinni WBO na galha jedhu kamuu, kan diree irraa gajelfama fudhatee, baal duree tokko nalee WBO
garguaruuf quphii ta'e murti, juallan anaan olii quunnamuun odeeffanoo fi kallatti ijurua diree iraa qujcelfarmu
keessatti akka ammatamatan dhaanmachaa;
1. Hayyoota Oromoo biyya amba kocssa jiraatan: beckumsi keessan akka qabsoo hilisurmaa Oromoof gargaanu,
jaarmayaa ABO-WBO biyya ambaa quunnamuun, biyya keessan Oromiyaa ijaaruu kecssetti akka qooda fudhattan
waamicha dhiheesira.
2. Mseensoti ABO biyya ambaa kecssa sosso'aa jitan marti; kayyoo fi akecki dhcabaa keenyaa galmaan gahuuf,
qajeel fama diree gabsoo iaa fudhachuu fi diree qabsoo cimsuun murtcessaa waan ta'eef, gargaarsaa fi gura cha
WBO gumaachitan mara akka karsa jaarmayaa ABO-WBO biyya ambaa tolchtan dhaamsa dabarfanra!
3. Deeggartoota Waraana bilisummaa Orcmoo qixa adda adaan WBOrgumachaa tutan, kan kallartiün WBO waliin
quannamti qabsachaa tutan, akkaataa iti jaamayaa ABO-WBO biyya ambaa walin hoji keessan qindeetattan
qajeel fama ajajaa ol'snas ABO-WBO iaa fuchattani sosscotan waamicha diibessina.
Ebla 13,2023
4. Dhaloata haarayaa Oromoo biyya ambaa keessa jirtan, kan beckumsa teknologiiti dhihoo jitan, bifa hojün
jaarnayaa fi warasnaa teknoogy dhaan deegguamu iratti gumaacha keessan akka cinsitan fi saas karaa
jaarinayaa ABO-WBO biyya anmbaa muufqixeessitan dhamnan
Lnjifannoo Ummata Oromoof!
Ajajaa ol'aaran AHO-WBO

13/04/2023

Walaloo Yaadannoo Gootota Oromoo Ebla 15f Qophaa'e.

Jaal Haqaafan Fayyeeraatiin

YouTube Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Arraata ONM jedhuun isiniif dhiyaata!

Hordofaa!

10/04/2023

Walaloo sirna eebba jajjabee erratti dhihaate caqasi.

😍   nuuf Jiraadhu
10/04/2023

😍 nuuf Jiraadhu





Sulxaan Abbaajoobir otuu qabirii ka'ee waan namni ani Oromoo Jimmaattin dhaladhe ofiin jedhu kun haadha aajjoo Oromoo fu...
10/04/2023

Sulxaan Abbaajoobir otuu qabirii ka'ee waan namni ani Oromoo Jimmaattin dhaladhe ofiin jedhu kun haadha aajjoo Oromoo fuudhee nafxeenyaatti kenne argee maal nuun jedha laata?🤔

Sulxaan Abbaajoobir ilmi mootii Abbaajifaar gaafa nafxenyaatti duuluudhaafi Oromoo keessaa fira dhabu Xaaliyaanii daboo kadhatee nafxenyaa guutuu Oromoorraa cabsee Oromoo bilisa baasee ture.

Faallaa isaa garuu har'a abiyyi..?🥺
ttin

 Karra hayyuu
07/04/2023



Karra hayyuu

Address

Addis Ababa

Telephone

+96893246769

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gurbaa Gattiraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share



You may also like