Media Gumii Aagaa-MGM

Media Gumii Aagaa-MGM ‛‛Dhugaan hin qadhatti malee hin citu:)

‛Dhugaa waaqa hin dhoksanu, saalas lafa hin dhoksanu.)Mamks✌

connect with woyyuu voice and get fact informatio about such issues.

28/02/2024
28/02/2024

Yooyyaa Gujii ❤️ Yooyyaa Angafa🥰

🥰

Aagollee🥰
24/01/2024

Aagollee🥰

Jabaa sabaan dhaaddatu
Guddaa ardiin waammatu
Beekkaa biyyi gaafatu
Hayyuu aadaan dhaaddatu
Kan seenaan bara baraan yaadatu
Aagollee kallacha eennummaa
Abbaa nama hundaa nuuti ilmaan teeti siyaada yeroo hunda.🥺

Suuri kuni kan kaafame bara 2008ti ardaa jilaat gaafa Addisuun Bulaalaa faa mana hidhaatii hiikkamaniidha.!

24/01/2024

In Gujii Oromo culture, Ciicoo holds deep significance as a Grass Woven Milk Jar employed for both storing and transporting milk. Handcrafted with meticulous weaving techniques, Ciicoo serves as a traditional vessel, revered for its practicality and cultural importance. Its design embodies the essence of sustainability, utilizing locally sourced grass materials to create a sturdy and eco-friendly container. Beyond its utilitarian function, Ciicoo symbolizes community, hospitality, and the cherished tradition of milk sharing among the Gujii Oromo people, showcasing their rich cultural heritage and reverence for nature's resources.

Join Waloma on this journey into the heart of Guji Oromo culture and taste the difference quality makes. Try milk in a Ciicoo during the 75th Guji Gadaa power transfer!

Visit Oromia

Photo credit: Harmuufa

24/01/2024

Akkam bultan buliin badhaadhaa?
Gadaa Hookkuu Girjaa
Gujii Pictures

Gujii PicturesWaloma Media Gumii Aagaa-MGM
02/01/2024

Gujii Pictures
Waloma
Media Gumii Aagaa-MGM

Waloma
23/12/2023

Waloma

The Baallii Power Transition is a revered Oromo tradition symbolizing the transfer of leadership from one Gadaa class to the next every eight years. It's a vibrant celebration of culture, involving rituals, dances, and songs. This event honors outgoing leaders while empowering new ones, fostering unity and passing down cultural wisdom. It's a testament to Oromo heritage, emphasizing democracy, community engagement, and the preservation of tradition across generations.

Are you ready for these historical events happening once in eight years?


@
Waloma

21/12/2023
Gujii Pictures...🖊‼
08/12/2023

Gujii Pictures...🖊‼

Faanti telle milkii gadaan kelle milkii ture🥰
03/12/2023

Faanti telle milkii gadaan kelle milkii ture🥰

Gujii Pictures Galatoomaa🥰
02/12/2023

Gujii Pictures Galatoomaa🥰

ሳቂታው #የጉጂ አባት🥰 - 1951 ዓ.ም

Portrait of a man from , standing, leaning on a stick, back in 1959

Gujii Pictures
Oromia Tourist Attractions
Oxford University/Pitt Rivers Museum/Wilfred Thesiger Photograph:
https://www.prm.ox.ac.uk/collections-online #/item/prm-object-357850

  kiyya💔😭  sagalee barbaadda sagalee haataanuuf🙌  's mineral
25/05/2023

kiyya💔😭
sagalee barbaadda sagalee haataanuuf🙌

's mineral

Woyyuu-Voice  Biniyam Huluka24.5.2023 ALAyaa Gujii kiyyaaJabeefadhu irreemala dhawadhuuqopheefadhu dirreedinni ifatti hi...
24/05/2023

Woyyuu-Voice
Biniyam Huluka
24.5.2023 ALA

yaa Gujii kiyyaa
Jabeefadhu irree
mala dhawadhuu
qopheefadhu dirree

dinni ifatti hin dubbatu
gungumee hasaasa
lafarra nu balleessuufi
keemikaala fi rasaasan

adoo ilmeeni Gujii
keemikaalan duutuu
kana booda jibbaadha
Worqiin banki guutuu

maafiyaan Shimallis
worqii keenna hin halchina
sumaalee haga keeniyaa
seeraa qabeessaa galchina

dhiitichoo malee
maali eegu harreerra
gantuu fi yartuuu hunda
shiraa keessaan barreerra

hunnaa fi qawween
shaakkisoo lixxani
keemikaala fi rasaasan
Gujii lafarra fixxani

woraanaa fi qawween
lafa teenna weerarani
nu tufatani nutti dhaadata
miidiyaa nutta geerarani

Gujii biyyaa gootaa
seenattuu dubbata
kan seenaa hin beenne
yartuu nu tufataa.

Wolalleessaa .

🌿 Mariin dhiyeessitoota albuuda woliin godhamaa turte hobbaate.Awwaluu Abdii I/A/P/Oromiyaa, Araarsaa Mardaasaa, Hoggana...
24/05/2023

🌿 Mariin dhiyeessitoota albuuda woliin godhamaa turte hobbaate.
Awwaluu Abdii I/A/P/Oromiyaa, Araarsaa Mardaasaa, Hogganaa B/N/Oromiyaa, Taaddelee Uddoo fi RIB fa’atti nama mari’achiisaa ture.

Yaadi marii wolii galaa:
• Dirqama albuuda gabaya biyyaatiif dhiyeessitan, ta’uu baannaan eeyyama, lafaa fi maashinii keessan isin irraa dhaalama.
• Naannoo sababa hanqinna nageyaatiif jecha, hujiin albuuda baasuu addaan citee ture, nageenni fooyya’ee gara hujiitti akka deebi’an godhama.
• Sodaa nageyaa irraa ka’uun uggurri, boba’aa fi sochii adda addaa irratti RIB godhamaa ture ka’ee, qonna albuudaatiif haalli mijataan akka uumamu hin godhama.
• Yo barbaachisaa te’e, Maashinii albuuda baasu mootummaa hin dhiyeessa.
• Woyyaanee ariinee, Abbootii qabeennaa isin goone.
• Sadarkaa fi Baayi’inna albuuda dhiyeessitanuu dursitanii waadaa galtu. Itti aansee, Sakata’iinsaaf gamaagama addaan hin cinnetti godhama.
• Worra Worqii sirritti bank galchu, albuuda seeraan dhiyeessuuf, Finfinnee irratti lafti kennameefii, carraan investment hin mijataaf.
• Sochiin albuudaan wol qabatee godhamu hundi, toowwii mootummaa jala gala.
• Namoota/waldaa albuuda dhiyeessu qofaaf, eeyyami haareffama; worra albuuda ga’aa hin dhiyeessin irraa mulqama.
• Hardhaa kaasee, *Maashinni guddaa lafaan qotanu /Excavator 125 Gujii keessa (Naannoo Albuudaa) jiru hundi toowwii mootummaa jala gala.
{*Hubadhaa! Maashinni kun ka horii abbaa qabu}
• Haga ammaa obsine, asiin duuba tarkaanfii fudhanna.

Gaaffii /Deebii Hirmaattotaa
+ Bakka Bu’uuraalee Misoomaa hin jirretti, humna fi ga’umsa guutuun gara hujii bobba’uun rakkisaa te’ee adoo jiruu, akkamiin albuuda haganaa qotaa fidaa jedhamna?
+ Logistic albuuda baasuuf nama gargaaru, Boba’aa fi konkolaataa fkkf. RIB dhooggaa/gubaa tureera, maarree karaa kamiin albuuda isinii dhiyeessina re?
+ Ardaan Albuudaa kuun hidhattootaan kuun ammoo RIB weeraramee/Saamamee jira; Gujiin hirba qoffee keyu hin qabu.
+ Carraa lafa Finfinnee misoomsuuf nu kennameef galatoomaa!

22/05/2023

Mootummaan dhimma medroc laga danbii irratti yeroo gabaabduu keessatti yoo ibsa baase kampaanicha hojii hin dhaabsisin Gujiin bahaa dhihaa kaabbaa kibbaa wolgurmeesse qabeenna isaa eeggatuuf yeroo dhihoo keessatti hiriira guddaa niwaama.

💬Ibsa qeerroo Gujii.

Dubbiin tuni dubbii falaaf dhawwa barbaadu uummati keenna addoo gurra gara gadaa gara yaa'a deeffate dansaadha.Gadaan ya...
16/05/2023

Dubbiin tuni dubbii falaaf dhawwa barbaadu uummati keenna addoo gurra gara gadaa gara yaa'a deeffate dansaadha.
Gadaan yaa'a koruu qaba..

15/05/2023

Mootummaa Naannoo Gujii......

Dubbii tutuxani dubii dhalchitani uummata xiiqii keessa galchitan.Gujii Oromiyaa Gabbaa Xiiqii (Xuruurraa)/(Kaayyoo)😍Jab...
02/05/2023

Dubbii tutuxani dubii dhalchitani uummata xiiqii keessa galchitan.

Gujii Oromiyaa Gabbaa Xiiqii (Xuruurraa)/(Kaayyoo)😍

Jabaan waaqa.

  AAGGAA😍😍Gujii gabayaa haareya dhaabateera. waan keenna barbaada nutta dhufan malee waan namaa barbaanneen beennuuNagee...
30/04/2023

AAGGAA😍😍

Gujii gabayaa haareya dhaabateera.
waan keenna barbaada nutta dhufan malee waan namaa barbaanneen beennuu

Nageellee Gujii!

Haga gaaffiin Gujii deebii argattuttii Gujiin hojja bitata hojja gurgurata

Gabayaa Xuruuraa Hammarreessa (Kaayoo)

NIGUSSIE KULLEETTI Barreesse hubannoon Dubois.Gaaffii guyyaa adhaa!Gatiin Guji'ii meeqa?========Mootummaan waa'ee nama k...
28/04/2023

NIGUSSIE KULLEETTI Barreesse hubannoon Dubois.

Gaaffii guyyaa adhaa!
Gatiin Guji'ii meeqa?
========

Mootummaan waa'ee nama kanaa dubbatu haga ammaatti hin uumamne. Maaniif jennaan nama miidhame kanatti . Akkuma woliin jenne mootummaan lafa male nama hin qabu. Gujiin tanumaaf ani-badee dhabe. Dhakaa boolla keessaa qotanii baasanutti nama caale.

Yo akka dhageennee Gujiin kulleen mootummaa kana filadhee jira jedha. Mootummaa miidhama isaatiif haajaa hin qabne qofa adoo hin te'in mootummaa jibbaa fi tuffii Gujiitiin maraate kana akkamiin akka inni filate garuu naaf hin galle.

Uummati Gujii akka sadi du'e.
👉Keemikaala du'e.
👉Keemikaalli kuni narraa haa dhaabbatuuf hiriiree du'e. Du'ee woreegama isaatiin cufsiise.
👉 inni dhiigaan cufsiise ilmaan abbaa gadaa marii tokko malee, beenyaa tokko malee fi keemikaalli kana dura balaa uumaa ture suni adoo hin qulqullaayin tuffii fi jibba uummata kanarraa qabduuf deebistee bante. Banuu qofa adoo hin te'in nami woma sanuu irra bayee finxaalessa, diina maalxuqusee jettee qabaatii gadi nu lakkisaa jette. Ilmaan Abbaa Gada'aa uummata kana tuffatte du'a du'a caalte.
Jibbitee xireeffatte!

Ta biraa itti deephina!
=======

Nageyaan oolaa!
Nageelle taanuma!!

Via

Address

Shaakkisoo
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Media Gumii Aagaa-MGM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Media Gumii Aagaa-MGM:

Videos

Share