Jalallaa

Jalallaa Artii Afaan Oromoo gudisu I am student

08/03/2024
 #%
19/09/2023

#%

15/11/2022

Oromia is one of the nine ethnically based regional states of Ethiopia, covering 284,538 square kilometers. It is bordered by the Somali Region to the east; the Amhara Region, the Afar Region and the Benishangul-Gumuz Region to the north; South Sudan, Gambela Region, and Southern Nations, Nationalities, and Peoples' Region to the west; and Kenya to the south. The 2007 census reported Oromia Region population is 26,993,933; making it the largest state in population and area.

25/09/2022

Sifoo garaan na aara
✍✍
❤️
Ijaaruu ijaareera
Waanan qabu baase
Osoon ani sif jiru
Maaltu ormaaf si dhamaase

*
❤️

Bitaf mirgaa ilaalacha
Adeemi bareedduu nama
Lola homayyuu hin qabu
Ani sumaafan kabalaama

❤️

Nama tokkoof taatam
Lamaa hin yaadiin lakkii
Kardiiyyuu yoo fixxe
Tele bira deemta liqii

❤️

Yaadadhu mee ati
Jaalalan maal jette
Galaana kee dhiiste
Kan ormaa maalif daakte

❤️

Waan tokkoon sitti hima
Akka mucaa nama
Utaaluurre yaalte
Dhumni isaa caba



Jaalalatti hin qoosu
Namni buleet baraa
Kan kee jabeeffadhu
Sifoo garaan na aara

Jalallaa143

Waren Abbichu jalatan qoftii   godha
11/09/2022

Waren Abbichu jalatan qoftii godha

31/08/2022
Turruus waa malee dhufneMaal dubbaadhu jaraanaJaalallii keennadhamHin obsu waan kana....Abebee mana jiruuMaali kan abebe...
29/08/2022

Turruus waa malee dhufne
Maal dubbaadhu jaraana
Jaalallii keennadham
Hin obsu waan kana....
Abebee mana jiruu
Maali kan abebee ibsa ibsu
Keessaanwarrii akkaami
Keenya akkaa loonit nama tiksu.......

Ijaartetta sila
Mul'aachun hin hafu
Dhoksa bayyisiin
Hiriyyaa gaffuu.

✍✍✍
Namoni walalo
Kana jalatan liki
Kana tuqun start
Godhaa Akan jajabadhu
Nagodha
👇https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r0436254378

24/08/2022

Dhaloota Dhaalchisuuf
Dachee bilisoomte
Oromiyaa ijaaruuf
Ofiif haarsa taate

Laggasaa ilma wagii
Sanyii taadde birruu
Nus kaayyoo kee kalee
Hin sharafnu hin hirruu

Dhaloonni ati kalee
Agarsiiste karaa
Qawwee kee kaaseetu
Ittiin diina qalaa

Goota ija barbbadaati
Dhugaarra yoom maqee
Leenca saafellaati
Biyyoot gadi qabee

Hin duune Ni jirta
Oromoo hunda keessaa
Hudatu si waamee
Geeraree si faarsa


10/08/2022

ይህ ትክክለኛው የፌስብክ ፔጅ ነው! follow Like ያድርጉ

12/06/2022

Muciyyoo takkaan
jaalladhe tan qabdu
konkoon anoo isheen
dhiisu yommuu
isheenan boona

Eyeen isheenu
kuulleedha bifti
ishee magalaa
anu yaadan cinqame
me maaltu na fala

Ijii ishee
kuulleen
onnee too
na rukutee
anu kanan
dura ishee
argee beekuu
karaarratin
argee isheenu
ta'un oltu
barbadu
Hararge

Ol baaste dubbatu
fadhii ishee Ukkaamsiti
ananis jibban qabdu
Onneera na jaalatii

Fadhii kee
ukkaamsuun
sii ga'a mee
Dhiisi kanan
boda tiyaati
kotuti Na kiisii
👇

Address

Addis Ababa

Telephone

+251934004071

Website

http://t.me/Abdexjems/Jalallaa143, http://www.Facebook.com/Abdulmannaan Jamaal

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jalallaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jalallaa:

Videos

Share



You may also like