19/11/2024
Yaa Hireee Saba Kanaa!
Jiraannee of hin kabachiisne;
dhabamnee dachee hin gadhiisne.
“Walii galtee dhaba keenyaaf Sareen tokkottii allayyaatti nu naqxe”jedhe Jaldeessi
Oromoon rakkoo hamtuu keessa jira.
Qe’eeen Oromoo safuu dhabe!