Ali zakir

Ali zakir www

21/09/2023

Yaa rabbii

11/11/2022

Akkas kunoo collummaan

10/11/2022

የጭካኔ ጥግ
የበደል ጣሪያ
የናዚ ሚስኪን ልጆች አማን የሚባል ሰው 500ሽ ብር ከፍሎ ከሱዳን ወደ ሊቢያ አሸገግሮ ብሩን በልቶ ጠፋ ደላለው አማን

10/11/2022

ምን ለማለት ፈልገው ነው ?

Innaa Lillahi wohinnaalillahi raji'un Dr kabajaa Ali Birraa  darbuu gaddaa guddaatu natti dhagahame rabbiin jannatal fur...
06/11/2022

Innaa Lillahi wohinnaalillahi raji'un Dr kabajaa Ali Birraa darbuu gaddaa guddaatu natti dhagahame rabbiin jannatal furdoosin siha qanansiisu

05/11/2022

የህዝብ ተውካይ ምክር ቤት ዘሬ ስለ ወሎ ኦሮሞ ላይ ስለ ተደረገው ግፍ

05/11/2022

መንጌ ኮመዲ

04/11/2022

Also on the daily podcast: Britain’s over-50s flood out of the labour force and attending a “crypto rave”

23/10/2022

FAYYUMMAA KALEE KEENYAAF:
**********************************
● Qorichoota dhukkubii woyyeessuf tajaajilan (Antipain, akka diclofenac fa'a) fi qorichoota biroos baay'isanii ykn hanga ogeessi fayyaa nama ajajuu ol fuddachuu dhabuu.
● Nyaata keessatti sooqidda xiqqessanii fayyadamuu. Fuduraaf kuduraa nyaachuu.
● Bishaan gahaa ta'e dhuguu. Guyyatti Litirii lamaa olii fi haaluma dheebuu keenya/qilleeensa jiru wojjiin ilaallee dabaluus qabna.
● Alkoolii baay'isanii dhuguu dhabuu ykn guutumatti dhaabuu.
● Tamboo/sigaaraa aarsuu dhabuu ykn dhaabuu
● Fincaan qabatanii turuu dhabuu/yeroma fincaan nama qabetti fincaanuu.
● Hirriba gahaa argachuu.
● Ulfaatinna keenya hojja keenyaan wolmadalchisuu.
● Dhukkuba Sukkaraafii dhiibbaa dhiigaatiif hordoffii gahaa gochuu.
● Akkasumas Dhukkuba onnee, Dhiibbaa Dhiigaa olka'aa ta'e, Dhukkuba Sukkaraa, Cirracha Kalee, Guddachuu Xannacha Pirosteeti, fi umriin keenya woggaa 60 ol yoo ta'e yoo xiqqaate woggatti al tokko qorannoo hojii kalee (Renal Function Test) hojjisifachuu.
● Sochii qaamaa gahaa ta'e gochuu.
Torbaanitti wolumaa galatti daqiiqaa 150 fi achi oliif Sochii qaama (kan akka deemsa arifannaa, daakkaa, daansii, fiigicha, kubbaa milaa fi kkf) hojjachuu.
---
Horaa, bulaa, deebanaa!
Fayyaa ta'aa, fayyaa dahaa!
---
©Dr. Nuredin Luketiin

31/07/2022
30/07/2022

FAAYIDAA QAARAA/ QACCEE
****************************************
✍️Gogaan qaama keenyaa akka dafee walitti hin butamnee fi dulluma yeroo malee nurraa ittisa
✍️Dhiibbaa dhiiga to'achuuf
✍️Dhukkubi Onnee Nurra ittisuuf
✍️Ulfaatina qaama kenyaa sirressuf
✍️Dhukkubbi akka sayinaasi nurra ittisuuf
✍️Dhukkubbi qoonqotiif
✍️Dhipinna fi yaaddo nurra balleesuf
✍️Dhibee ofirraa ittisuu qaama keenyaaf.
✍️Sooratni akkadaakamuuf.
✍️Kaansarii nurraa ittisa.
✍️Jabina lafee/Mashaa keenyaaf.
✍️Keemikaalota qaama keenyaaf hin barbaachifne ni dhabamsiisa.
✍️Dhibee Sukkaara to'achuuf
✍️Dhukkubi ilkaanitif
Namonni Dhibee garracha qabdani hin fayyadamina
Hub:-Dhukkubi Hundaa kaa nurra fayyisuu danda'uu Rabbi Guddaa qofa,waan tarresse kuni immo sababa isinii taha!
Fayyaa hin dhabinaa
Dr.Mohammed Kedir

30/07/2022

Fayyumma Kalee Keenyaa Akkamitti Eeggachuu Dandeenyaa???
✍️.Walqunnamtii saalaa booda fincaan fincaanu
✍️.Hamma soogiddaa/Ashaboo guyyaatti fayyadamuu qabnuu (2g-3g)ol baay'isnee fayyadamu dhiisuu
✍️.Guyyaatti bishaan gahaa dhuguu (1.5L hanga 2L)
✍️.Fincaan qabatanii yeroo dheeraa tursisuu dhiisuu
✍️.Sosochii qaamaa gochuu
✍️.Qorichoota dhukkubbii hir'isan (Antipain drug) fi kanneen biroos ajaja ogeessa fayyaattin alatti fayyadamuu dhiisuu
✍️Hammi sukkaara guyyaatti fayyadamnu (25g-28g) caaluu hin qabu
✍️.Yeroo mana fincaanii dhaqan bishaaniin qulqulleefachu; keessattu dubartoonni sochiin harka isaanii duraa gara duubatti ta'u qaba. Kunis baakteeriyaan bobbaa keessatti argamu akka gara ujummoo fincaanii hin seene(dhufne) ittisuuf gargaara.

30/07/2022

Fedhii nyaataa akkamitti dabaluun danda'ama?

Fedhii nyaataa dhabuun akka nyaata gahaa hin nyaanne si godhuu irra dabree dhukkuba birootiif nama saaxiluu danda'a. Rakkinni akkanaa kun baayyinaan dubartii ulfaa fi kkf irratti mullachuu danda'a
Rakkoo kana irra aanuuf
----
1. Nyaata waa tiqqo itti daddeebinee nyaachuu:- guyyatti hogguu sadi nyaannee garaa xif irra godhuurra hoggu shaniif jaha itti daddeebinee nyaachuutu irra wayya. Gaafa fedhiin nyaataa nuu deebite guddisnee nyaachuun ni danda'ama

2. Nama biraa wajjin nyaachuu:- Nyaata namaa wajjin maloota fedhii nyaataa dabalan keessaa isa ijoodha. Nyaata kophaa nyaachuu fi bilcheessurra nama wajjin yoo ta'e irra filatamaadha. Nyaanni namaa wajjin nyaatamu akka barakhaa qabu beeytoonni ni dubbatu.

3. Odoo nyaata nyaachuu hin eegalle xiqqo sochii qaamaa godhanii of dafqisiisuu:- kun immoo akka beelooytu fi fedhiin nyaataa dabalu godha.

4. Nyaata sitti toluu fi akkaan jaalattu nyaachuu yaali.

5. Nyaata keenyatti barbaree( qaaraa) , zanjabiila, qarafaa( cinnamon) fa'a dabaluun soorachuu:- kun immo bokoka garaa fi dhuufuu xiqqeessuun akka fedhiin nyaataa dabalu godha.

6. Yeroo nyaata nyaannu dhugaatii gargaaraa ( faantaa ,kookaa fi kkf) fi bishaanii xiqqeesuu. Sababni isaas garaachi keenya dafee akka guutamu waan godhuuf fedhii nyaataa nama cufa!

7. Walumaagalatti maloota kanneen fayyadamnee fedhiin nyaataa kan hin fooyyofne yoo ta'e, mana yaalaa deemuun wanti rakkoo kana fide adda baafamee qorichi ajajamu jiraachuu waan danda'uuf of ilaaluun bareedadha.

Fayyaa hin dhabinaa
Dr Abdulfetah Ibrahim

30/07/2022

Fayyummaa Qurunfullii (Clove)

1. Dhibee dadhabina onneef..
2. Utaalloo irraa dafnee fooyya'uuf.
3. Zayitiin Qurunfullii (Clove oil) dhukkubbii jilbaaf furmaata.
4. Qulqullina afaaniif bayeessa.
5. Foolii afaanii fayyaalessa taasisa.
6. Dhibee garaa laaleysaaf.
7. Dhibee garaachaaf ni tola.
8. Bokokuu ykn dhisamuu garaa ni ittisa.
9. Madaa ni qoorsa.
10. Dhiiguu irgoo ilkaanii ni ittisa.
11. Hanga cholesterol ni to'ata.
12. Marsaa dhiigaa fayyaalessa taasisuuf furmaata waaraa dha.
13. Madda aniisa qaamatiif..
14. Shubamuu godhaa qaama nama ittisuuf.
15. Seeloota dhiiga du'anii qulqulleessuuf..
Itti fayyadamni
Sha'i waliin.
Damma waliin daakama isaa!!
Galatoooma..
Dr Jirenya S

30/07/2022

Fayyaa onnee keenyaa eeggachuuf maal gochuu qabna?
Dubbisaa waliif sheer godhaa
==========================
1) sigaaraa aarsuu dhiisuu
Sigaaraan dhukkuba onnee namatti fiduu qofa odoo hin taane, qaama biroo irrattiis miidhaa geessisa.
Sigaaraan sababa dhukkuba onnee namatti fidan keessaa kan ofirraa dhoorkuu dandeenyudha

2) Qurxummii nyaachuu
Foon qurxummii "omega 3 fatty acid" waan of keessaa qabuuf fayyaa onneetiif baayyee gaaridha.
Yoo isiniif danda'ame torbaanitti yeroo lama qurxummii nyaachuun baayye barbaachisaadha
3) Sagalee ol kaasanii kofluu
"Facebook" fii "email" irratti LOL(laughout loudly) jechuun barreessitanii bira dabruu osoo hin taane qabatamaan kofluutu sirraa eegama.

4) Daa'ima tahuu qabda
Akkuma daa'imni waa hin hifannetti/nuffinnetti atiis jabeenya qaamaa nuffuu hin qabdu

5) Ocholoonii ykn loowzii nyaachuu

6) ciree sirritti nyaachuu
Ciree nyaachuun fayyaaf akkan barbaachisaadha. Nyaanni soorachuu qabnuus nyaata fayyaaf barbaachisaa kanneen akka
- kuduraa fi fuduraa
- itittuu ykn baaduu
- midhaan nyaataa kan akka ruuzii xaafii kkf

7) Soogidda ykn Ashaboo xiqqeessuu
Guyyatti walakkaa fal'aana shaayiiti ol fayyadamuu hin qabnu

8) Daddeemi, Daddeemi
Hanga feetellee ulfaatina xiqqaa qabaattu, yeroo dheeraf yoo teessuma baay'ifte akka umrii of gabaabsaa jirtu beeki.
Warri xarapeesaarra taa'ee yeroo dheertuuf hojjatu saa'aatii boqonnaatti daddeemu qaba

9) lakkofsa kee beekuu qabda
Kana jechaan hammaa dhiibbaa dhiigaa, sukkara dhiiga keessatti argamu,koolastiroolii fi kkf
Dooktara biraa deemtee yeroo yeroon if laalchisuu qabda.
Kana malees lakkofsa fayyaqabeessa fi kan fayyaqabeessa hin taane umrii fi saalaa kee wajjin wal qabsiiftee baruu qabda

10) Ilkaan yeroo yeroon rigachuu
Ilkaan rigachuun , ilkaan adii fi akka calaqqistu gochuu bira darbee fayyaa onnee keenyaatifiis gaariidha.
Akka qorannoon agarsiisutti baakteeriiyaan irgoo/a keenya miidhuu dhukkuba onnetis waan fiduuf.

*Walumaa galatti fayyummaa onnee keenyaa eeguuf sochii qaamaa gochuun barbaachisaadha. Sochii qaamaa yeroo jennu dirqama kaaraatee ,tiikwaandoo fi wushuu barachuun sirraa hin eegamu. Dandeessee yoo barattees haalaan jajjabeeffama. Sochii qaamaa yeroo jannu saksakuu,saaykila oofuu(bicycles), bishaan daakuu haadaan utaaluu kkf guyyaa guyyaan hojjachuun haalaan gorfama.
Galatoomaa
Dhukkubsatanii dawaa barbaadurra,dursanii of eguu wayya!
Dr. Abdulfetah Ibrahim

30/07/2022

🔴 على الرغم من الضغط غير المبرر ، ستواصل إثيوبيا ممارسة أقصى درجات ضبط النفس وإظهار التعاون لأننا مرتبطون إلى الأبد بهذا النهر المهيب. 🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🔴 ينتمي النيل إلى نصف مليار شخص في 11 دولة مشاطئة. الماء يكفي لنا جميعًا.

نحن نتعامل مع مشروع سد لتوليد الطاقة الكهرومائية ، وهو ليس الأول من نوعه في العالم. نحن نبني خزانًا لتخزين المياه التي ستولد الكهرباء عن طريق ضرب التوربينات. على سبيل المثال ، خزان سد النهضة أصغر بمرتين ونصف من خزان سد أسوان.

ما يميز سد النهضة عن غيره من المشاريع هو الأمل والطموح الذي ولّده لـ 65 مليون إثيوبي لا يحصلون على الكهرباء. كما أنها فريدة من نوعها لأن بناء السد يتم تمويله من دماء وعرق الإثيوبيين العاديين.

سد النهضة مشروع شعبي ومحاولة متواضعة لتحقيق احتياجاتنا التنموية. إنها بصمات المزارعين والرعاة والعمال المياومين والطلاب وأصحاب الأعمال التجارية والشتات في جميع أنحاء العالم الذين يكسبون لقمة العيش في ظروف صعبة للغاية.

الإثيوبيون لديهم أطيب التمنيات ورعاية الجوار لمواطنيهم في مصر والسودان. لدينا كل النية للعيش معا في سلام والتعاون من أجل منفعتنا المتبادلة. يوضح سد النهضة هذا المبدأ الأساسي للرفاهية الجماعية والازدهار.

نحن هنا لأن مصر والسودان عبرتا عن معارضتهما لسد النهضة. جيراننا لديهم سدود وقنوات كبيرة وصغيرة قاموا ببنائها ، مع التجاهل المطلق لحق الدول المشاطئة الأخرى ورفض طلب #إثيوبيا للتشاور.

على عكس مصر والسودان ، لا يوجد لدى إثيوبيا احتياطي كبير من المياه الجوفية. كما أنه ليس لدينا مياه بحر لتحلية المياه. ما يقرب من 70 في المائة من مياه بلدي في حوض النيل. حتى لو أردنا ، حتى لو حاولنا ، لا يمكننا تجنب استخدام نهر النيل.

تعتقد إثيوبيا أن التوصل إلى اتفاق في متناول اليد ، بالنظر إلى الإرادة السياسية اللازمة والالتزام بالتفاوض بحسن نية. تم التوصل إلى فهم بالفعل بشأن عدد من القضايا. الاتحاد الافريقي ينظر في الأمر ويسهل مفاوضاتنا باقتدار.

يواجه مجلس الأمن مسألة تحديد ما إذا كان الإثيوبيون لديهم الحق في استخدام النيل أم لا. نيابة عن جميع الإثيوبيين ، أناشد أصدقائنا في هذا المجلس للإجابة على هذا السؤال: هل للأثيوبيين الحق في الشرب من النيل؟

على الرغم من الضغط غير المبرر ، ستواصل إثيوبيا ممارسة أقصى درجات ضبط النفس وإظهار التعاون لأننا مرتبطون إلى الأبد بهذا النهر المهيب. سواء أحببنا ذلك أم لا ، سنستمر في الشرب من نفس النهر ويجب أن نتعلم كيف نعيش معًا كجيران.

إن التزام إثيوبيا الطويل الأمد بالعملية التي يقودها الاتحاد الأفريقي يرتكز على الاعتقاد بأن الأفارقة لديهم الحكمة والخبرة الفنية والأهم لمواجهة تحدياتهم. يمكن أن يساعدنا النهج التدريجي الذي اقترحه رئيس الاتحاد الأفريقي في كسر المستنقع.

عملية الملء هي فيزياء خالصة. بمجرد أن تصل خرسانة السد إلى ارتفاع معين ، يتدفق الماء إما عبر المخارج السفلية أو يفيض بالخرسانة. هذا العام سيخزن السد المياه حتى تصل إلى 13.5 مليار متر مكعب كما هو محدد في جدول الملء.

ينتمي النيل إلى نصف مليار شخص في 11 دولة مشاطئة. الماء يكفي لنا جميعًا. #إثيوبيا تنتج 77 مليار متر مكعب من المياه سنويًا. من العدل أن نحجز جزءًا صغيرًا من التدفق السنوي لسد الطاقة الكهرومائية.

إننا نحث جيراننا المصريين والسودانيين على تفهم أن حل قضية النيل لن يأتي من مجلس الأمن ؛ لا يمكن أن يأتي إلا من مفاوضات حسن النية تحت رعاية الاتحاد الأفريقي مع العناية الواجبة برفاهية وتطور بعضنا البعض.

- للنقاط الرئيسية التي أدلى بها الدكتور المهندس ، وزير المياه والري والطاقة الإثيوبي السابق ، في جلسة مجلس الأمن التابع للأمم المتحدة حول قضية الإثيوبي الكبير في العام الماضي .

✊🏽
🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹🇪🇹🇪🇹

30/07/2022

🔴 ما تريده إثيوبيا هو التنمية وهذا حق أساسي لنا فقد سئمنا من الفقر والحاجة ولا نريد الإضرار بأحد. 🇪🇹🇪🇹🇪🇹

هناك 50 مليون إثيوبي ما يقرب من سكان دولة واحدة لا يجدون مياه نظيفة ولا يحصلون على كهرباء ولا تزال الأمهات الإثيوبيات يحملن الحطب من أجل الحصول على الطاقة لتلبية احتياجاتهن الأساسية من يستطيع مساعدتنا في تغيير هذا الواقع وتحقيق رغبتنا في التنمية فليفعل ومن لم يستطع فليتركنا وشأننا سنفعل كل ما بوسعنا لتحقيق التنمية التي نريدها.

- رئيس الوزراء الدكتور آبي أحمد أمام البرلمان يونيو 2020

✊🏾
🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹🇪🇹🇪🇹

21/07/2022

Akkamitti Fayyaa Kalee Keenyaa Eeggachuu Dandeenya?
1,Guyyaatti bishaan gahaa dhuguu (1.5L hanga 2L)
2 ,Fincaan qabatanii yeroo dheeraa tursisuu dhiisuu
3,Sosochii qaama gochuu
4,Qorichoota dhukkubbi hir'isan (Antipain drug ) fi kannen biroos ajaja ogeessa fayyaattin alatti fayyadamuu dhiisuu
5,Wal qunnamti saalaa booda fincaan fincaanu
6,Hamma Soogidda/Ashaboo guyyaatti fayyadamu qabnu ((2g-3g)ol baayyisnee fayyadamu dhiisuu
7,Hammi Sukkaara guyyaatti fayyadamnu (25g-28g) caaluu hin qabu
8,Yeroo mana fincaanii dhaqan bishaanin qulqulleefachu;keessattu dubartoonni sochiin harka isaani duraa gara duubatti ta'u qaba.Kunis baakteeriyaan bobbaa keessatti argamu akka gara Ujummoo fincaanii hin seene(dhufne) ittisuuf gargaara.
9,Dhibeewwan kanneen akka huuba qoonqo fi infeekshinii gogaa qaama keenyaa (keessattu ijjoolee) yoo nama qaban salphisani ilaaluu hin qabnu ; yeroon gara mana yaalaa deemani ilaalamun barbaachisaadha.
10,Namoonni dhibee biroo qaban; kannnen akka dhibee sukkaara,dhiibbaa dhiigaa ol ka'e,Dhibee onnee fi kannen biroo kallattinnis ta'e al-kallattin kalee irraatti miidhaa geesisu danda'u. Kanaaf namonni dhibee kannen qaban hordooffif yaala akka ogeessi fayyaa ajajeen fudhaachu qabu.
Dr.Haromsa Zerihuun
Galatooma

08/07/2022

Eid mubarak

04/07/2022

Yaa rabbii nagaa buusi

ሱራቱልረህማን 68
28/01/2022

ሱራቱልረህማን 68

Address

None
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ali zakir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ali zakir:

Videos

Share