Tajir

Tajir adadis merejawoch

23/06/2023
22/06/2023

Beekaa fi Aalima keenna Rabbi daddy daddafatti bayanii nuhaa dhageessisu.

11/04/2023

Ramadaanni Kurnan boodaa caarraa jijjiramaati ibaadaaf of qopheessuun barbaachisaadha.
Rabbi nuuf halaaffisu

04/12/2022

በጣም ተወዳጅ ውርዶች

26/09/2021

Balaa tiraafikaa aanaa Ejersa Lafootti qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbe

Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa aanaa Ejersa Lafootti balaa tiraafikaa aanaa Ejersaa Lafootti mudateen lubbuun namoota 8 darbu poolisiin beeksiseera.

Saajiin olaanaa to’annoo tiraafikaa aanichaa Fiqaaduu Mulgeetaa, balichi kan qaqqabee kaleessa galgalaa bakka addaa Laga Hulluuqootti jedhaniiru.

Konkolaataan minibaasii deddeebisaa uummataa Finfinneerra gara Giincii imalaa ture ayizuuziin konkolaataa deddebisaa uummataa Amboorraa gara magaalaa Finfinnee imalaa turee waliin walitti bu’uun balichi qaqqabuu himaniiru.

Balichaan konkolaachisaa minibaasichaa dabalatee lubbuun nama 8 darbuu ibsameera.

Namoonni balaan kun irra qaqqabees hospitaalaa Phaawuulisitti wallaa’nsii taasifamaafi jiraachuu hubachiisaniiru.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

31/07/2021

𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐨𝐨 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚𝐰𝐚𝐦𝐞 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐰𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐍𝐚𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐮𝐮𝐟𝐧𝐞 𝐃𝐨𝐠𝐧𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐚𝐭𝐢 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐍𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐌𝐮𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝 𝕋𝕪𝕡𝕖...... 𝐒𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮 𝐀𝐥𝐞𝐲𝐡𝐢 𝐖𝐚𝐬𝐚𝐥𝐥𝐚𝐦
𝐌𝐲 𝐛𝐫𝐨𝐭𝐡𝐞𝐫𝐬 𝐚𝐧𝐝 𝐦𝐲 𝐬𝐢𝐬𝐭𝐞𝐫𝐬 𝐩𝐥𝐞𝐚𝐬𝐞
𝐅𝐨𝐥𝐥𝐨𝐰𝐞𝐫𝐬 𝐦𝐲 𝐩𝐚𝐠𝐞🙏

as wr wb
29/07/2021

as wr wb

asalamaaleykum worahamatullahi wobarakatu
18/07/2021

asalamaaleykum worahamatullahi wobarakatu

share like gochuu hindagatina jzk rabbin wolumaan nu'a milkeessu sallalah walehi wassallam
12/07/2021

share like gochuu hindagatina jzk rabbin wolumaan nu'a milkeessu sallalah walehi wassallam

amiiiiin aamiiiiiin yaa allah
12/07/2021

amiiiiin aamiiiiiin yaa allah

11/07/2021

#''Fayyisaa Furii lubbuun afurii'' naan jedhee namni wayii.muddannoo koo irraa kan ka'e.page koo kana like share godha naa gargaraa.
❤Love oro❤
❤ bulii Qeerroo ❤
**************

08/07/2021

🎤⬇️🖍️❓❓❓❓🖍️❓❓❓❓❓❓❓
️⃣0️⃣9️⃣_FFAA
🎤⬆️🖍️❓❓❓❓🖍️⬇️🖍️❓❓❓❓❓
️⃣0️⃣9️⃣: Abbeeraa Rasuulaa (S.A.W) Keessaa Kan Hajjaajota Obaasudhaan
Beekkame Kami?
_EDHUUF
🎤⬆️🖍️❓❓❓❓⬇️🖍️✔️✔️✔️✔️✔️✔️
️⃣0️⃣9️⃣: Abbaas Ilma Abdulmuxxalibi.
🎤🖍️✔️✔️✔️✔️⬇️🖍️❓❓❓❓❓❓
️⃣1️⃣0️⃣_FFAANIIS_KUNOOTI
🎤⬆️🖍️❓❓❓❓🖍️⬇️🖍️❓❓❓❓❓
️⃣1️⃣0️⃣: Haadha Hafsaa Intala Umarii Maqaan Ishee Eennu?
🎤⬆️🖍️⬆️❓❓❓❓⬇️🖍️👍👍👍👍👍👍


'AA_JZK ❤️🌹❤️🌹❤️🌹❤️🌹❤️🌹❤️🌹❤️🌹❤️🌹❤️🌹❤️🌹❤️🌹❤️🌹

08/05/2021

yaa rabbi nama waan sikadhate huunda argate milkaa'u nugodhi amiiiiiiiiiin jedhi😂

22/04/2021
amiiiiiin yaa Allah
20/04/2021

amiiiiiin yaa Allah

18/04/2021

as wr wb yaa rabbi nama ji'a raamadana kana keessa keeyri hojjetu nama waan sikadhate hunda argatu nama milka'ulle nugodhi yaa rahaman harka balla nuuf birmadhu nuuf araarami

04/03/2021
21/02/2021
04/12/2020

Address

Jimma

Telephone

+251917975226

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tajir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tajir:

Share



You may also like