Bulchiinsa Ganda Jireen

Bulchiinsa Ganda Jireen Bulchiinsi ganda jireen gandoota magaalaa 17 keessa isa ijoo fi bakka masaraa mootii abbaa jifaar ke

25/05/2022

Qarshii argachuu dandeessu kanaan !!

15/11/2021

The latest Tweets from adnan jimmaa (). Believed in logical reasons

11/11/2021
07/11/2021
01/08/2021
HOJIIN NI DUBBATA!!!Bulchiinsa ganda jireenDargaggoo fi qaama hawaasaa kaan hirmaachisee hojjate!! Qaamonni hojii mullat...
01/08/2021

HOJIIN NI DUBBATA!!!

Bulchiinsa ganda jireen

Dargaggoo fi qaama hawaasaa kaan hirmaachisee hojjate!!

Qaamonni hojii mullatu akkasii irratti waan dandeessaniin nu bukkee turtan fi hojjattan
ulfaadhaa galatoomaa

19/07/2021

ኢትዮጵያ በዓባይ ወንዝ ላይ እየገነባችው ያለው ግድብ አሁናዊ ገጽታን የሚያሳይ ተንቀሳቃሸ ምስል መንግስት የሕዳሴ ግድብ ሁለተኛ ዙር የውኃ ሙሌት መጠናቀቅን ዛሬ እንደሚያሳውቅ ይጠበ.....

10/05/2021

ይቅርታ እጠይቃለሁ!

| "ትላንት ለተፈጠረው ነገር በራሴና በከተማ አስተዳደሩ ስም ይቅርታ እጠይቃለሁ ።" - ም/ከንቲባ ወ/ሮ አዳነች አቤቤ

ረመዳን ከሪም!

ዉድ የከተማችን ሙስሊም ወገኖቻችን ፣ የኢትዮጵያ አደባባዮች የሁሉም ኢትዮጵያዊን ናቸው!

አብሮ አንድ ማዕድ በጋራ የተቋደሰ ፤ አደባባይ "የኔ ፣ ያንተ" ብሎ አይጣላም፡፡

ትላንት በጎዳናዎች ላይ ሊካሄድ ታስቦ የነበረው የአፍጥር ስነስርአት ተስተጓጉሏል።
ይህ የሆነው ወቅታዊ የደህንነት እና የጸጥታ ሁኔታን ከግምት በማስገባት የቦታው ስፋት እና ርዝመት ዉስን እንዲሆን ባቀረብነው ሀሳብ አዘጋጅ ኮሚቴው ባለማመኑ ብቻ መሆኑ ግልጽ እንዲሆን እንፈልጋለን ።

የትላንት ምሽት ሁኔታ የሁላችንም ሰላም እና ደህንነት እንዲጠበቅ አስፈላጊ ጥንቃቄ ለማድረግ የጸጥታ አካላት ጥበቃ ለማድረግ ብቻ የተንቀሳቀሱት እንጂ በፍፁም የአፍጥር ክልከላ አይደለም ። በተለያዩ የከተማ አካባቢዎች የአፍጥር ስነስርዓት መካሄዱን አይተናል።

ይሁን እንጂ አንዳንድ ሃላፊነት የማይሰማቸው አካላት ይህን ጉዳይ ወዳልተፈለገ አቅጣጫ ለመዉሰድ በማህበራዊ ሚዲያ ሊያራግቡት ሞክረዋል።

በዚህ ሁኔታ ላይ ሙስሊሙ ማህበረሰብ የተሰማውን ቅሬታ የገለጸበት መንገድ ጨዋነት የተሞላበት እና ሰላማዊ መሆኑ ሊደነቅ ይገባል።

ትላንት ለተፈጠረው ነገር በራሴና በከተማ አስተዳደሩ ስም ይቅርታ እጠይቃለሁ።
በድጋሜ ረመዳን ከሪም!

ወ/ሮ አዳነች አቤቤ
የአዲስ አበባ ከተማ ም/ከንቲባ

Akkasitti nubonsu dargaggoon badhaadhinaa!!! Ulfaadhaa !! Qaamoleen sagantaa kana irratti hirmaattan fi mijeessaa turtan...
22/12/2020

Akkasitti nubonsu dargaggoon badhaadhinaa!!! Ulfaadhaa !! Qaamoleen sagantaa kana irratti hirmaattan fi mijeessaa turtan hundaaf galta guddaa qabdu!!.

12/12/2020
Qe'ee quufaa masaraa Abbaa Jifaar Bara Badhaadhinaa
12/12/2020

Qe'ee quufaa masaraa Abbaa Jifaar Bara Badhaadhinaa

Leenjiin dargaggoo mata duree "haala yeroo fi tarsiimoo ce'umsaa" jadhu irratti marsaa 2ffaaf sadarkaa gandaatti dargagg...
17/11/2020

Leenjiin dargaggoo mata duree "haala yeroo fi tarsiimoo ce'umsaa" jadhu irratti marsaa 2ffaaf sadarkaa gandaatti dargaggoo karoora jadhameen gaggeefamaa jira!!!.
Viva jireen

15/11/2020

Ittisa biyyaa Wobii birmadummaa biyyaati
Anis Raayyaa ittisa biyyaa woliinan dhaabbadha !!
ይህ ሰራዊት የእኔ ነው!
እኔም ለሰራዊቴ እቆማለው!!

14/11/2020

Way juuntaaw akkas kadhaatti galuu kee beekaa hammeenyaan nu xuxxuqxee sila!! Guyyaa 3 kennameef keessaa ½ fixatanii maal qophoon jaraa???

14/11/2020
13/11/2020
Bulchiinsa Ganda jireen Sadaasa 3/2013  Hiriira nagaa gocha sukkanneessaa birmadummaa biyyaa xuqe tarkaanfii RIB keenyar...
12/11/2020

Bulchiinsa Ganda jireen

Sadaasa 3/2013

Hiriira nagaa gocha sukkanneessaa birmadummaa biyyaa xuqe tarkaanfii RIB keenyarratti gareen BAANDAA TPLF raawwate akka balaaleeffatan kan ibsan dargaggoofi hawaasni ballaan ganda jireen dhaadannoo adda addaan addunyaaf agarsiisanii kana booda RIB bukkee waan qabaniin hirmaachaa hanga adda kennuutti wareegama barbaachisu akka kafalan ibsatanii jiru.🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙 Tarkaanfii RIB keenya fudhataa jiru sirrii tahuu isaa fi yeroo dhumaaf qaama kana akka qulqulleessan ergaa dabarfataniiru!!.

Sadaasa 2/2013  #  ganda jireen Arjooma dhiigaa dhaadannoo "Dhiiga ko Raayyaa ittisa kootiif " jadhuun Jaarmiyaalee fi h...
12/11/2020

Sadaasa 2/2013
# ganda jireen

Arjooma dhiigaa dhaadannoo "Dhiiga ko Raayyaa ittisa kootiif " jadhuun Jaarmiyaalee fi hawaasa ballaa ganda jireeniifi keessummoota bakkatti argamaniin kennamaa ooleera!!. Baandaan waggoota baayyeef nu qorqaa ture shiraa fi tarkaanfii sukkanneessaa irraa akka dhaabbatuuf carraan baayyeen kennameefii laalamaa turus: gocha birmadummaa biyyaa xuqu tarkaanfii RIB keenyarratti fudhatan akka balaaleeffatan ibsanii gama hundaan yaadaa hanga adda kennuutti hanqaaquu hanga gaala kennuutti ni hirmaanna kan jedhan bulchaan gandichaa hawaasnis eejjannoo cimaan dirree waraanaa gochuuf biyya keenya keessatti ergamtootni baandaa kanaa sochii taasisan dagannaa tokko malee akka fashaleessan miira jiruun ibsatanii oolaniiru!!.

Address

Abbajifaar Palace Main Street
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bulchiinsa Ganda Jireen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share