Mifta K Dh Debela Fido

Mifta K Dh Debela Fido Rabbiif gabricha ta'uun, Bilisummaa hunda caaludha!

Callisuu kee keessatti wantoonni ati hin dubbanne baay'een akkuma jiran kolfa kee keessas wantoonni ati dhokfattu baay'e...
06/05/2024

Callisuu kee keessatti wantoonni ati hin dubbanne baay'een akkuma jiran kolfa kee keessas wantoonni ati dhokfattu baay'eetu jiru.

06/05/2024

Grab 200 followers before you sleep

06/05/2024

Grab 50 supporters here
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Mahia Mahi Mary Dominic Jato Abu Sabirina Shimmy GadsonMaรฎtre Lรฉon

  Daa'imummaan yeroo itti lafa qotani; dargaggummaan yeroo itti facaasani; jaarsummaan yeroo itti nyaatani!"   โƒ Yeroodh...
06/05/2024



Daa'imummaan yeroo itti lafa qotani; dargaggummaan yeroo itti facaasani; jaarsummaan yeroo itti nyaatani!"

โƒ Yeroodhaan ka'i!
โƒ Yeroodhaan ba'i!
โƒ Yeroodhaan gali!

"Osoo taa'uudhaan beekumsi argamee beekaan addunyaa kanaa dhagaa ture!"
โƒ Itti dadhabi!
โƒ Dubbisi!
โƒ Barreessi!
โƒ Hojjedhu!
โƒ Jajjabaadhu!
โƒ Milkaa'inaaf gatii baasi!
โƒ Ittuma jabaadhu!
โƒ Fiigi!

"Taa'anii buqqee jedhamuu irra fiiganii bubbee jedhamuu wayya!

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mifta K Dh Debela Fido posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mifta K Dh Debela Fido:

Share



You may also like