Hamid Olii

Hamid Olii Hamid Tika

28/01/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Awel Jihad, Abdo Ababiya, Widaad Gurbaa Warra Naadda, Sharaf U Abatamam, Iman Rayya, Ahmad Ahmad, Saalihu Srj Abdu, Gamtaa Dargaggoo Oomoo Beeyyam, Sabir Jihad, Obsa Caala

22/01/2024
22/11/2023

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Balachaw Kasaye, Obsa Fadilu

06/11/2023

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kelifa Aba Sanbi, Jihad Taju, Qaanqee Bilisummaa Oromoo, Bahir Imam Abafita, Sabrii Gali Adam, Kaka Serbo, Jeylan Beker, Junedi Bediru, Biyyaaf Jirra Abaoli, Minimiidiyaa Aanaa Dalloo Mannaa, Jamiilaa Kadir, Mesfin T. Sime, Nazif Kadir, Abdii Mahammad, Hafizo Shemsu, Qaadii AbbaaFiixaa, Abdulaziz Aliyi, Fuad Habu, Misbaahu Husen, Rashaad Abdulmanan, Anuwar Husen, Jafer Sharif, Jamila Nuru, Keeru Nuraa, Mohammed Nazif, Amiino Hajizeenu, Diini She Wal, Saafiyaa Aliyyii, Abdoo Geetaachoo Tollay, Naajii Naasir, Awwal Duraa, Anis Dedoodha, Mahamad Amaan, Mubee Neim, Ashenfi Legese, Anes Qeyo, Kaalid Al Digga, Abduu Bayyana, Muktar Kemal Debela, Biyyaa Koof Naa Dulaa, Qaadii Shaafii, Biyya Diggaa, Yusuuf Bulcha, Ye Jimmaa Lij Neny, Munir Imamu, Roobaa Muusaa, Leencoo Mohammed, Fuad Abanega

Waajjirri Paartii Badhaadhina Godina Jimmaa hirmaannaa miseensota isaatiin ijaaramee xumuramee jira.Akkuma maqaa isaa Wa...
28/10/2023

Waajjirri Paartii Badhaadhina Godina Jimmaa hirmaannaa miseensota isaatiin ijaaramee xumuramee jira.
Akkuma maqaa isaa Waajjira Miidhagaa,ammayyaa'aa fi kan miseensa isaa fakkaatuudha.

Magaalaan kun eessa isinitti fakkaata?
26/10/2023

Magaalaan kun eessa isinitti fakkaata?

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Yahya Zakareya Abajober, Tofiqo Qeeranso, Abdelahi Mohamm...
26/10/2023

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Yahya Zakareya Abajober, Tofiqo Qeeranso, Abdelahi Mohammedamin, Obsinaan Fi Ifnaan Fura, Abdulhamid Ye Asandabo Lij, Muhidin Serbo Jimma, Muniree Muzo, Izaddin Jamaal, Umar Kadir Jibiriil, Abdurezak Temam, Ahimed Kemal, Ibnu Hafiz, Eliyas Ahimad, Muktar Bikila, Haydar Naga, Mudesir Mohammed, Jemaal Temaam, Reshad Sultan, Muyee Smart Man, Suudii Mujaahid Alii, Hafiz Ababor, Sulxaan Tamaam, Mustefa Tiyyaa, Fahmi Biyya, Muaz Nasir, Awwal Zinaab, Kemal Badri, Ali Ibnu Biya Hasen, Miftaa Faaris, Sanyii Leencaa, Siif AN Lij

26/10/2023

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Yahya Zakareya Abajober, Tofiqo Qeeranso, Abdelahi Mohammedamin, Obsinaan Fi Ifnaan Fura, Abdulhamid Ye Asandabo Lij, Muhidin Serbo Jimma, Muniree Muzo, Izaddin Jamaal, Umar Kadir Jibiriil, Abdurezak Temam, Ahimed Kemal, Ibnu Hafiz, Eliyas Ahimad, Muktar Bikila, Haydar Naga, Mudesir Mohammed, Jemaal Temaam, Reshad Sultan, Muyee Smart Man, Suudii Mujaahid Alii, Hafiz Ababor, Sulxaan Tamaam, Mustefa Tiyyaa, Fahmi Biyya, Muaz Nasir, Awwal Zinaab, Kemal Badri, Ali Ibnu Biya Hasen, Miftaa Faaris, Sanyii Leencaa, Siif AN Lij

23/10/2023
መደመር የሚገለጥባቸው 3 ባህሪዎች፦1ኛ. ማሰባሰብዛሬ ላይ የሚገኙትን ሀሳቦች፣ ሀብቶችና አቅሞች ማገናኘት ነው።2ኛ. ማከማቸት በትናንት ሀሳብ፣ አቅምና ሀብት ላይ የዛሬን መጨመር ማለት ነው።...
21/10/2023

መደመር የሚገለጥባቸው 3 ባህሪዎች፦

1ኛ. ማሰባሰብ
ዛሬ ላይ የሚገኙትን ሀሳቦች፣ ሀብቶችና አቅሞች ማገናኘት ነው።

2ኛ. ማከማቸት
በትናንት ሀሳብ፣ አቅምና ሀብት ላይ የዛሬን መጨመር ማለት ነው።

3ኛ. ማካበት
ለለውጥና ብልፅግና የሚያበቃ ወረት ማጠራቀም መቻል ነው።

Ergaa Galataa! Ayyaanni Irreechaa hora Harsadii karaa nagaa fi milkaahina qabuun xumuramuu isaatiin qaamolee milkaahina ...
08/10/2023

Ergaa Galataa!

Ayyaanni Irreechaa hora Harsadii karaa nagaa fi milkaahina qabuun xumuramuu isaatiin qaamolee milkaahina ayyaana kanaatiif gumaacha taasiftan hundaan galatoomaa jechuun barbaada.

Akkuma guyyaa kaleessaa irreecha hora Finfinnee irratti tokkummaaf obbolummaan dhugaa lammiilee gidduutti ifee mul'ate guyyaa har'aas Irreechi hora Harsadee akkaataa duudhaa fi safuu isaa eeggatee fi hammattummaa uummata Oromoo mirkaneesseen nagaa fi gammachuun kabajamee xumura argateera.

Kabajni ayyaana Irreecha hora harsadee jala bultii isaa irraa eegalee miidhagina addaa kan goonfate yemmuu ta'u, hirmaattotni ayyaanichaa uffannaa aadaa gara garaatiin miidhaganii ayyaanichatti simboo horuudhaan gamatti qaabeenya guddaa gama aadaa fi eenyummaatiin qabnu beeksisuudhaan gumaacha ol'aanaa taasisaniiru.

Irreechi hora Harsadii hirmaattota miiliyoonaan lakkaahaman keessummeessuun cinaatti sabaa fi sablammoota biyyattii hedduu hirmaachisuudhaan dirree heddumminni keenya miidhagee itti mul'ates ta'uu danda'eera.

Kabajni ayyaanichaa akkaataa duudhaa isaa eeggateen rakkoo tokko male nagaan kabajamee akka xumuramuuf gumaacha ol'aanaa kan taasiftan, Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee, Qaamoleen nageenyaa, dargaggootni fi shamarran, hooggansi fi qaamoleen hawaasaa sadarkaan jirtan akkasumas miidiyaaleen biyya keessaa fi biyyoota alaa sirna miidhagaa kana addunyaaf ifatti agarsiiftan hunda caalaa ammoo keessummoota iddoolee garaa garaatii dhufan gammachuun simattanii, kan qabdan irraa qooddanii keessummeessuudhaan jaalala dhugaa kan mul'iftan uummatni magaalaa Bishooftuu galata guddaatu isiniif mala.

Xumura irrattis tokkummaa fi obbolummaa dhugaa kabaja ayyaana irreechaa irratti mul'ate yeroowwan kaanis jabeessinee akka itti fufsiifnu dhaamsa koo dabarsuun barbaada.

Galatoomaa!
Fiqaaduu Tasammaa
Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa

Irreechi wiirtuu obbolummaan dhugaa itti mul’atu, kan araara waaqaatiin namootni lolaafi cabbii, bakakkaafi duumeessa ak...
02/10/2023

Irreechi wiirtuu obbolummaan dhugaa itti mul’atu, kan araara waaqaatiin namootni lolaafi cabbii, bakakkaafi duumeessa akkasumas qilleensa hamaa baatii gannaa darbanii ifa barii birraatti ce’uu isaaniitiif galata itti galfatanidha.

Guyyaan Irreechaa guyyaa namootni wal dhaban itti wal araarfatan, garaagartummaa gidduu isaanii jiru tokkummaan bakka buusanii waliin itti dhaabbatan, dhiifama waliif godhanii obbolummaa dhugaa itti mul’isan guyyaa eebbifamaadha.

Hamminni hawaasa gidduutti akka bakka hin argamne, jibbi jaalalaan bakka bu’ee, tokkummaaf obbolummaan dagaagee akka mul’atuu akkasumas maanguddootni, dargaggootni, dubartoonnii fi daa’imman akka nagaa qabaataniif eebbaan dabaalamee kan kabajamu ayyaanni irreechaa dhiyaatee jira.

Ayyaanni irreechaa bara kanaa akkaataa safuu fi duudhaa isaa eegeen akka kabajamuuf qophiin kan xumurame yemmuu ta’u, milkaahina ayyaana eebbifamaa kanaatiif hunduu gahee isaa bahachuun murteessaadha.

Sagantaan Dookimantarii hojiiwwan Aanaa Oomoo Naaddaa ayyaana sababeeffachuun qophaa'e OBN TV dhaan sa'aatii 1:40 irraa ...
27/09/2023

Sagantaan Dookimantarii hojiiwwan Aanaa Oomoo Naaddaa ayyaana sababeeffachuun qophaa'e OBN TV dhaan sa'aatii 1:40 irraa eegalee ni darba waan ta'eef hordofaa.

Congratulations! Baga Gammaddan! Magaala Jimmaa fi Masaraan Abbaa Jifaar Badhaasa Tuurizimii Oromiyaa injifachuu keessan...
26/09/2023

Congratulations! Baga Gammaddan!
Magaala Jimmaa fi Masaraan Abbaa Jifaar Badhaasa Tuurizimii Oromiyaa injifachuu keessaniif!

Warqee Diimaa Aanaa Oomoo Naaddaa.
17/09/2023

Warqee Diimaa Aanaa Oomoo Naaddaa.

13/09/2023

ነገረ ጃዊሳ.....
ጃዊሳ በ24 ሰዓት አራት ኪሎን ለመቆጣጠር ዝቶ ተነሳ፣ በፉከራና ሸለላ አማራ ክልልን አጨናነቀ። የደናቁርት ስብስብ የሆነው ጃዊሳ ፉከራና ስራ ለየቅል መሆናቸው ከቶም አልገባውም ። አራት ኪሎን አይደለም በ 24 ሰዓት ዝንተዓለም መቆጣጠር እንደማይችል የአገር መከላከያ ተገቢውን ትምህርት በመስጠት ልኩን አሳየው ። የመከላከያን ምት መቋቋም የተሳነው ጃዊሳ አሁን ሰብዓዊ መብቴ ተጣሰ እያለ ማላዘን ጀምሯል። ጃዊሳ አንድ አማራጭ ብቻ ነው ያለው፡ ትጥቁን አስረክቦ ወደ ሰላማዊ ትግል መመለስ።

10/09/2023

የሕዳሴ ግድብን ውኃ ሞልተን ኢትዮጵያ አይበገሬና የምትፈልገውን ማሳካት የምትችል እንደሆነች እንዲያውቅ በማድረግ የትውልድን ልብ የሚያክሙ ሥራዎችን ጀምረናል፡፡

Jiilli Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Oomoo Naaddaa Obbo Naasir Raayyaatiin Durfamu Ganda Naaddaa Sokoteetti Argamuun Avokaado...
03/09/2023

Jiilli Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Oomoo Naaddaa Obbo Naasir Raayyaatiin Durfamu Ganda Naaddaa Sokoteetti Argamuun Avokaadoo Sanyii Filatamaa Al-ergeef Qophaa'aa Jiru Daawwate.

02/09/2023

የህዝቡን ሠላም በሚነሱ: ዝርፊያ ሁከትና ግድያ በሚፈፅሙት እንደነጃዉሳ ዓይነት ቡድኖች ላይ ጠንካራ እርሚጃ ሊወሰድባቸዉ ይገባል :: ለዚህ እርሚጃ መሳካት የህብረተሰቡ ሚና ወሳኝነት አለዉ ::

Moggaasni guyyoota Qaammeef kenname iftoome🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa guyyoota Qaammee itti ...
31/08/2023

Moggaasni guyyoota Qaammeef kenname iftoome
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa guyyoota Qaammee itti kabajamuufi moggaasni guyyaa tokkoon tokkoonsaaniif kenne beeksiseera.

Ministir De’eetaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Obbo Kabbadaa Deesisaa ibsa kennaniin akka jedhanitti, barri 2015 bara Itoophiyaan dirree dippilomaasii idiladdunyaafi ardii Afrikaarratti dhageettii argatte bara injifannooti.

Ministir de’eetaan kun guyyoota Qaammee itti kabajamuufi moggaasni guyyaa tokkoon tokkoonsaaniif kenname ibsaniiru.

Haaluma kanaan:-
👉Qaammeen 1 guyyaa Tajaajilaa
👉Qaammeen 2 Guyyaa wareegamaa
👉Qaammeen 3 Guyyaa Tola Ooltummaa
👉Qaammeen 4 Guyyaa Oomishtummaa
👉Qaammeen 5 Guyyaa Dhalootaa
👉Qaammeen 6 Guyyaa Tokkummaa jedhamuun sirnoota adda addaan kan kabajaman ta’uu ibseera.

31/08/2023

ምንም መረጃ የሌላት ethio mereja 360 እንዲሁ ለወሬ ፍጆታ ይሆናት ዘንድ የሌለ አሉባልታና የሐሰት ወሬ በመቀባጠር የደጓሚዎቿን ፍላጎት ለማሟላት እየጣረች ትገኛለች ::

31/08/2023
እንኳን ደስ ያላችሁኢትዮጵያ BRICSን ተቀላቅላለች ብራዚል፣ ሩሲያ፣ ሕንድ፣ ቻይናና ደቡብ አፍሪቃን በአባልነት የሚያስተናብረዉ BRICS፣ የምዕራባዉያኑን ጫና ለመቋቋም የተመሠረተ ምጣኔ ሐብ...
24/08/2023

እንኳን ደስ ያላችሁ
ኢትዮጵያ BRICSን ተቀላቅላለች

ብራዚል፣ ሩሲያ፣ ሕንድ፣ ቻይናና ደቡብ አፍሪቃን በአባልነት የሚያስተናብረዉ BRICS፣ የምዕራባዉያኑን ጫና ለመቋቋም የተመሠረተ ምጣኔ ሐብታዊ ማሕበር ነው።
BRICS-በ 15ኛው ጉባኤው ኢትዮጵያን ጨምሮ 6 ሀገራትን በአባልነት አካቷል።

Address

Oomoo Naaddaa
Jimma

Opening Hours

Monday 01:00 - 17:00
Tuesday 01:00 - 17:00
Wednesday 12:00 - 21:00
Thursday 12:00 - 20:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 19:00
Sunday 09:00 - 19:00

Telephone

+251917324313

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hamid Olii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share