Barii Lafaa

Barii Lafaa Barri 2023 bara bilisummaa rabbi nuf ha godhu

06/01/2023
04/01/2023



Guyyaa Seena qabeessaa Jaal Elemoo Qilxuu rasaasa WBO Kan calqabaa diinatti dhukaaseef diina daaraa botoroo godheedha guyyaan kuni. Gootakoo seenan siihaayadatu yoomillee.

02/01/2023

Rirriittaa alagaa fi gabrumma, waanjoo sibiila caalaatti ulfaatu hunda damdamattee bara haaraa Amajji 1/6417 Akka dhaha Oromottii, Amajjii 1/2023 Akka dhaha warra dhi'aatti fi guyyaa kabajamaa guyyaa WBO,Guyyaa rasaasni ABO,Harargee Lixaa Carcar Cirrotti Jaal Elemoo Qilxuun dhukaate,Baga Geessee Dhugaan bakka hindhabu Jaalo bifaan walbeekuu baannus kayyoon kenya tokko

Address

Sigimo
Jimma
REGION1

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barii Lafaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Barii Lafaa:

Videos

Share