Shanan Gibe Media Advertise

Shanan Gibe Media Advertise Yesterday is not today
But reminder of tomorrow �

15/04/2024
11/04/2024
23/11/2023
Shimee Abbaa Haqaaf Misooma Jabaadhu Sii Waliin Jiraa
22/11/2023

Shimee Abbaa Haqaaf Misooma Jabaadhu Sii Waliin Jiraa

06/11/2023
05/11/2023
04/11/2023
28/10/2023
25/10/2023
Komishinarri komishinii poolisii federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel jila Ministira Itti aanaa nageenyaa Umma...
24/10/2023

Komishinarri komishinii poolisii federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel jila Ministira Itti aanaa nageenyaa Ummataa Chaayinaa Zhuu Datongiin durfamu waliin mari’ataniiru.

Mootummaan Chaayinaa Poolisii Itiyoophiyaaf carraa barnootaa ogummaa fi leenjii kennaa jiraachuu Jeneraal Dammallaash eeraniiru. Abbootii qabeenyaa Itiyoophiyaatti hojii misoomaarratti bobba’aniif poolisiin Itiyoophiyaa eeggumsa barbaachisu taasiisaa jiraachuu himaniiru.

Nageenyi Piroojektoota misoomaa Chaayinaa akka eegamu Poolisii federaalaa Itiyoophiyaa waliin hojjetamaa jiraachuu Itti Aanaan Ministira Nageenyaa Ummata Chaayinaa Zhuu Datong ibsaniiru.

Jilichi hojiilee misooma Poolisiin Federaalaa hojjetaa jiru daawwachuu ragaan Poolisii federaalaarraa argame ni mul’isa.

23/10/2023
17/10/2023
15/10/2023

Address

Oromia
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shanan Gibe Media Advertise posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share