Dr Abas Fun

Dr Abas Fun Muldhata qabna isaa dhaloota dhaalchifnu!! Be crazy enough to believe in Allah!!!

Hiriyyaan keessan amaloota armaan gadii qabaannaan irraa of-eegaa!1 Nama yeroo hunda waan ati qabdu  qabaachuu barbaadu....
18/03/2024

Hiriyyaan keessan amaloota armaan gadii qabaannaan irraa of-eegaa!

1 Nama yeroo hunda waan ati qabdu qabaachuu barbaadu.

2 Nama yeroo hunda si waliin dorgomu.

3 Nama milkaa'ina keetti hin gammanne.

4 Nama waa'ee kee soba namatti himu.

5 Nama dugda kee duubaa si ittisuu hin dandeenye.

6 Nama kufaatii fi imimmaan kee gammachuu ta'uuf.

7 Nama ofitti amanamummaadhaan si amanuu hin dandeenye.

Yaadadhu:
Yeroo hunda naannoo kee ilaali, adda baasi, mallattoo itti godhi, fageenya irraa waliin hojjedhu. Baay'een namaa amanamoo miti." Rabbiin Hundaa keenya haa tiksu..

18/03/2024

Iddoo hundumaatti gaarummaa hojjadhu! Yoos maqaan kee bakka gaariitti waamama.
Rabbiin rizqii siif kenne,addunyaa tana irratti nama rakkataa gargaaru si haa taasisu.🤲

16/03/2024

Strong people don't put others down, but they lift them up.

Dissipate of this ; There are also people out their happier with less than what you have!!

16/03/2024
Nama Gaarii ta'uu yoo barbaadde jalqaba irratti afuura inaaffaa sammuu kee keessaa dhabama godhi!Muramte 🙏
15/03/2024

Nama Gaarii ta'uu yoo barbaadde jalqaba irratti afuura inaaffaa sammuu kee keessaa dhabama godhi!
Muramte 🙏

Do good for others
14/03/2024

Do good for others

Ethiopia Poultry population!!!
14/03/2024

Ethiopia Poultry population!!!

14/03/2024

Exotic chickens were first introduced
into Ethiopiain 1953 and 1956 by
Jimma Agricultural and Technical
School and Alemaya College of
Agriculture, respectively . Four breeds of chickens
(Rhode Island Red, Australorp, New
Hampshire and White Leghorns) were
imported from Kenya, Denmark and
the United States during this time.

Chicken Ethiopia!!
14/03/2024

Chicken Ethiopia!!

This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

14/03/2024

Making the farmers of Ethiopia healthier and wealthier

by provide one chicken per person per year through smallholder farmer's!!!!

Address

Chelenko
Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Abas Fun posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dr Abas Fun:

Share