Harargee media network damee dhaabbata Barsiisaa Heera mormaa Olii fi Gadii

  • Home
  • Ethiopia
  • Hirna
  • Harargee media network damee dhaabbata Barsiisaa Heera mormaa Olii fi Gadii

Harargee media network damee dhaabbata Barsiisaa Heera mormaa Olii fi Gadii I Need Allah πŸ™

25/08/2023

Maatii obbolaa
Ijoollee Dibaabaa
Nuuf Jiraadhaa
Jiruu Gaarii
Jiruu milkii

27/10/2022
29/08/2022
07/08/2022

IRRA DEEBII: Saaraa Kabbadaa Hordofaa waggoota 20 ol Ameerikaa kutaa Minesootaa keessa kan jiraattu yoo tahu, yoo xiqqaate guyyaatti buddena 8,000 maamiloota isheef rabsiti.

Saaraan Oromiaa, godina Arsii Leemmuu Bilbilootti dhalattee kan guddatte yoo ta'u, osoo gara Ameerikaatti hin darbiin dura baqattumaan Keeniyaa keessa waggoota saddet dabarsiteetti. Erga Ameerikaa galtee booda ammoo buddeena tolchitee gurguruun jiraachaa turte.
Ameerikaa keessatti bara 2008 irraa eegaluun buddeena harkaan tolchuun gurguraa turte. Guyyaatti dhaabbattee sa'a 16 ol buddeena tolchaa ooltus maamiloota ishee wal geesisuu akka hin dandeenye dubbatti.

Kana irraa ka'uun maaliif maashina sa'a gabaabaatti buddeena baay'ee tolchuu danda'u hin kalaqu jechuun gara yaaliitti akka galte BBCtti himte Saaraan. Kanaan ''eelee sa'a tokkotti buddeena 350 tolchu kalaqeen guyyaatti buddeena 8,000 ol rabsaa jira'' jette Saaraan. Guutummaasaa dubbifadhaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://bbc.in/3zWbM6A

18/07/2022
12/07/2022

Qashtii'yee

Baredini kan keessatti malee kan gubbaa qofa miti
12/07/2022

Baredini kan keessatti malee kan gubbaa qofa miti

Galateefanaa motumma tii fi balaaleffanaa koree majlisaa Islaamaa Itoophiyaa kan duraanii
03/06/2022

Galateefanaa motumma tii fi balaaleffanaa koree majlisaa Islaamaa Itoophiyaa kan duraanii

Harargee Biyya Gotoota fi Misooma Amansiisaa
25/05/2022

Harargee Biyya Gotoota fi Misooma Amansiisaa

23/05/2022

Peejin Kun Barnoota Hundaa. Dhimma Hawaasummaa.Dhimma Oromoo Fii Oromiyaa irratti Barsiisuuf Baname

Biyyaa Jechuun Haadha waan ta'eef jecha.Biyyi tan Warra Gammade qofa osoo hin ta'intan warra Gaddee ykn  muffaatte'ttisi
16/05/2022

Biyyaa Jechuun Haadha waan ta'eef jecha.
Biyyi tan Warra Gammade qofa osoo hin ta'in
tan warra Gaddee ykn muffaatte'ttisi

05/05/2022
05/05/2022
Rakkoon Hawaasa mariin furaamaa
04/05/2022

Rakkoon Hawaasa mariin furaamaa

30/04/2022
30/04/2022
Babareduu Oromoo
27/04/2022

Babareduu Oromoo

Badiyya biyya too
21/04/2022

Badiyya biyya too

21/04/2022

Shirkiin Bakka Meeqatti Akka Qoodamtu Ni Beeytaa ?
β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’

Shirkii jechuun Rabbitti waa qindeessuu jechuudha.

Shirkiin tun bakka lamatti qoodamti.

1: Shirkii Gurguddoo
2: Shirkii Xixiqqoo

β€’ Shirkii Gurguddoo: Rabbii si uume dhiistee waan biraa gabbaruu, Sanamaaf salaatuu, Rabbi malee waan biraatiif qaluu, Rabbi malee waan biraa yaammachuu fii kkf.

β€’ Shirkii Xixiqqoo: Rabbi malee waan biraatiin kakachuu, Riyaa’a ykn dalagaalee gaggaarii na haa arkaniif dalaguu fii kkf.

Rabbiin nama Shirkii hundarraa qulqulleewu Nu Haa Taasisuu.

Barreeffama kana Dubbisaatii Share waliif Godhaa.

Waan Dubbistaniif Galatoomaa : Jazaakumullaahu Kheeyran

By: Ibsaa Dhugaa

https://www.instagram.com/ibsaashyusuf/

Address

Barsiisaa Hera Mormaa Olii Fi Gadii
Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Harargee media network damee dhaabbata Barsiisaa Heera mormaa Olii fi Gadii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Harargee media network damee dhaabbata Barsiisaa Heera mormaa Olii fi Gadii:

Videos

Share



You may also like