WMN Wabi Media Network

WMN Wabi Media Network Wabii

16/11/2022

The three super hero of Promo😘

15/11/2022

harraa cobiiti Dironiin lammilee nagaa rukute

07/09/2021
Olmaa Waraana bilisummaa Oromoo (Oromo Libration Front army) Guyyaa arraa Goodina Gujii Bahaa Aanaa Gumii Edaloo injifan...
05/09/2021

Olmaa Waraana bilisummaa Oromoo (Oromo Libration Front army) Guyyaa arraa Goodina Gujii Bahaa Aanaa Gumii Edaloo injifannoo Bonsaa galmeesse Olee

👉Quba qabduu? Wbon abdii sabaa Oromiyaa bilisomsee Ummata isa Walabomsuuf cimee itti fufee jira. Kallattii 4n Sh***er ma...
05/09/2021

👉Quba qabduu? Wbon abdii sabaa Oromiyaa bilisomsee Ummata isa Walabomsuuf cimee itti fufee jira. Kallattii 4n Sh***er marsee itti deema jira.Gammachuun keessaan hoo hagam irra jira?

_Wabi_Media_Network hordofaa.

Yoyyaa ammaas yoyyaa Odefannoo WBO guyya guyyaan isin biraan geenya isiniis Odefannoo keenya argachuuf page  Wabi Media ...
04/09/2021

Yoyyaa ammaas yoyyaa Odefannoo WBO guyya guyyaan isin biraan geenya isiniis Odefannoo keenya argachuuf page Wabi Media Network godhaa qaqqaalii ilmaan Oromoo.

Qabsoon karaa nagayaa yeroon isaa taree jira Amma fallii Tokkichii Oromoon qabu hidhachuufi dandii Wbo deggaruudha.kanaa...
25/07/2021

Qabsoon karaa nagayaa yeroon isaa taree jira Amma fallii Tokkichii Oromoon qabu hidhachuufi dandii Wbo deggaruudha.kanaan achii salphatee karaa deemtuun biyya Abbaa isaa Oromiyaa irratti ergamee jiraata. Oro dammaqii biyya kanatti mirga isaa kabachisifachuu Kan danda'u Saba hidhatee falmatee qofadha. Qabsoo karaa nagaanin bilisooma jettee abjuu hin taane hin abjotinii.

Jawaar Abbaa beekkumsaati Abbaa Oromootii. Namni jaalattuu qoftiin like tuqii darbii.
25/07/2021

Jawaar Abbaa beekkumsaati Abbaa Oromootii. Namni jaalattuu qoftiin like tuqii darbii.

Sisaay Hundeessaa
17/07/2021

Sisaay Hundeessaa

Kottaa ijoo baddaa baanaa.
08/07/2021

Kottaa ijoo baddaa baanaa.

Humna furgaatuu Urjii loolaa like godhaaWMN Wabii Media Network qaroo ummata Oromoo haa jabeessinuu.
06/07/2021

Humna furgaatuu Urjii loolaa like godhaa

WMN Wabii Media Network qaroo ummata Oromoo haa jabeessinuu.

Humna furgaatuu Urjii lolaaKokoofaltuu koo si fanaan OlaaJaal Haccee👊
06/07/2021

Humna furgaatuu Urjii lolaa
Kokoofaltuu koo si fanaan Olaa
Jaal Haccee👊

WMN Wabii Media Network
06/07/2021

WMN Wabii Media Network

Bilisummaan ni mi'ooftii hadhaa bodaan dhuftii Tigray bilisomeera kun immoo yeroo 2ffaafi Oromoo otuu tokkooyyuu hin gon...
01/07/2021

Bilisummaan ni mi'ooftii hadhaa bodaan dhuftii Tigray bilisomeera kun immoo yeroo 2ffaafi Oromoo otuu tokkooyyuu hin gonfatiin. Yaa Oromoo nuti abaarsa qabna moo? Naa deebisi gaafii kana.

Address

Shegger
Hirna
24

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WMN Wabi Media Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share



You may also like