Laalo Press Page

Laalo Press Page Dhimma Oromoof Oromiyaatti fuulleffata! Oromoon Oromummaa feedhasan ykn sirna Gadaa isaa Isa inni ittiin Ormayyuu Oromeessuun hin Oromoofne. Kanaaf falmanne.
(1)

Oromiyaaf Oromoon kennaa Uumaan Uumamaan nuuf kenneedha.Mootummoota abboolii Irree Imphayeera ixoophiyaa kana humnaan bulchaa turan akkasumas bulchaa jiran,jalatti kennaan Waaqni keenya nuuf kenne yakka ta'e. Oromooma ta'eetu,Uumame.Oromummaan Uumama Uumaa waaqayyooti. Uumaati dhiiga Oromummaaf Ilaalcha Oromummaa Oromoof keennee Uume. Kennaan immoo kan Uumaati. Kanaaf waan fedha keenya

an osoo hin taanee dirqamaan Uumaan nuf kenne kanaaf nuti Oromoon yakkamuu hin qabnu Jennee warra nu yakke dinne. Waan falmanneef,hidhamne.hari'atamne,ajjeefamne.hanga lafarra duguugamuu geenyee waan baay'ina qabnuuf irraa hafne. Seera_Uumamaa_Iddootti_Eeguun_Dirqama. Falli dhumaa hidhachuun falmachuu qofa ta'e. Wbonis fala Isa dhumaa kan inni ittiin Saba isaa kabachiisu akkasuma hiree Saba isaa murteessuu danda'u falmaa hidhannoo qofaan ta'uu waan hubateef,hidhannoo jabeeffate falmaa hadhooftuu gochaa jira. Falmaa nuti goonu kan adda godhu seera Uumaa Waaqni Oromoo godhee nu uume maaf Oromoo taaneef yaakkamaa jedhamnetu.adda taasisa. Falmaa nuti goonu seera Uumaatiin deggeramaadha. Kanaafuu Yaa Saba Oromoo injiifachuun keenya mamii tokkolle hin qabu. Nii m***a. Nii injifanna
Haqa qabna. Seerri Uumaa hin dabu hin jallatu dhiiga keenyaan bakkatti Eegna! Oromumummaan dhiiga
Dhiigni lubbuudha. Lubbuu Uumaa harka Waaqayyooti.

Address

Forest
Gimbi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Laalo Press Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Laalo Press Page:

Share

Nearby media companies