Dabbaal Multi Media

Dabbaal Multi Media kaayyoon page kanaa Oduuf Odeeffannoo Waloo Oromoofi Oromiyaa haala Yeroo Qindeesse Gurra Hawaasa Bal'aa biraan Gahuudha.

Kanaaf isin page kana like,follow,share gochuudhan nu jajjabeessa.Galatooma.

Daandii Dabbaal 👉👍👉👉👉
27/03/2024

Daandii Dabbaal 👉👍👉👉👉

✓Congratulations 👏❤️👍👋 Ilmaan Warra Dabbaal jiraannee arra kana ijaan arjuu kheenyaaf baga gammaddan.✓An kana dura wagga...
15/03/2024

✓Congratulations 👏❤️👍👋 Ilmaan Warra Dabbaal jiraannee arra kana ijaan arjuu kheenyaaf baga gammaddan.
✓An kana dura waggaa 5n 5ninin biyya dhaquu turee Amma kanaan booda guyyaa 5tti deebi'een maati Koo laala jechuudha kaa.
bahaa
Ijaarsa Daandii Asfaaltii Irreessaa -Guraawaa sadarkaa kana irra gaheera.

10/03/2024

BREAKING NEWS: The Crescent of Ramadan 1445/2024 has been sighted in Saudi Arabia!

Subsequently, Ramadan 1445/2024 begins tomorrow, 11 March 2024

Taraweeh Prayers will begin in the Two Holy Mosques after Isha Prayers

10/03/2024

Rabbiin soomanaa fi salaata keessan haa qeebaluu, dilii keessan hundaaf haa araaramuu, barakaa Isaa isin irratti haa roobsu.

Congratulations 👍👏❤️🎉 winner of 100,000 birr from 👉 bejaj nerash naiker
06/03/2024

Congratulations 👍👏❤️🎉 winner of 100,000 birr from 👉 bejaj nerash naiker

28/02/2024

Namoota Eega du'an jiraatan Nama Akka Abbaa Gadaa tahuu..👇dubbisi.
~~~~~~~~~~~````~~~~~~````~~~~

~ Namoota jiraatee du'aniifii du'anii jiraatan jidduu garaagarummaan jiru guddaa tahuus, namoonni jiraatanii du'an warra yaanni isaanii geengoo jiruu isaanii keessaa achi baaneedha. isaan jiraatanii du'an Kun warra jireenya isaanii arraa mijjeefachuuf golaafii goda dhaloota hunda diina wajjiin harka kaayuudha.

~Namoonni du'anii jiraatan ammoo warri Kun warra jireenya arraa dhiisanii jireenya dhaloota boruu mijjaa tolchaniidha. Isaan Kun warra dhugaaf abbukaattoo ta'uun jireenya dhunfaa isaanii wareeganii faajii haqaa tahaniidha.

~Garii namaa guyyaa dhalatan du'an, gariin ammoo guyyaa du'an dhalatan. Warri guyyaa du'an dhalatan warra waan dhalatanii jiraataniif dantaafii faayidaa dhunfa isaanii irraa fageeysaniidha. Warri guyyuma dhalatan du'an ammoo warra arraas jiraatanii du'aa ammaas jiraataniidha. Addunyaan Kun kan miidhagina agarru kana goonfatteen warra du'a isaanii booda jiraattaniin Akka tahe meeqa keenya beeka?

Atihoo jiraattee duuta moo, duutee jiraatta?

If gaafadhu!

✍️ Raabaa Doorii🙏

Yeroo hunda nama osoo hin taane ija Allah biratti gaarii ta'uu irratti xiyyeefadhu ❤️👍
28/01/2024

Yeroo hunda nama osoo hin taane ija Allah biratti gaarii ta'uu irratti xiyyeefadhu ❤️👍

✓Hunda Harka Rabbiitti Dhiisi, Yoo siif tole sitti dhufa. 👋👍❤️
18/12/2023

✓Hunda Harka Rabbiitti Dhiisi, Yoo siif tole sitti dhufa. 👋👍❤️

13/11/2023

''Ani maatirikii waanin kufeef yunvarsiitii galuun waggaa saddeet natti fudhate''

Hojjetaa humnaa, waardiyyaa gandaas turan. Amma Yun. Jimmaatti Pirofeesaradha. Dr. Iwunetuu Hayiluu jedhamu. Dhalatanii kan guddatan Godina Wallagga Bahaatti.

Isaan ijoollummaadhaa hanga dargaggummaa, darbees hanga ga’eessummaatti jireenya qorumsaan guutame dabarsuun milkaa’an. Seenaa isaanii akkanaan nuuf qoodan.
↪️ https://bbc.in/49AgbMk

25/10/2023

Abshir abshir nam-jabaa koo

25/10/2023

Galatoomi Hojii Miidhagaa kana anaaf hojjechu kheetif 👍❤️👏

25/10/2023
29/08/2023

ዳሸን ባንክ ለኢትዮጵያ ባንኮች የመጀመሪያ የሆነውን የ40 ሚሊየን ዶላር ብድር አገኘ

- ባንኩ ያገኘው ብድር ለወጪ ንግድ የሚሰጠውን ብድር ይበልጥ እንዲያጠናክር ያስችለዋል፡፡
- ለውጭ ምንዛሪ የሚሰጠው ብድር የግብርና ምርት ላኪዎች አዳዲስ ማሽነሪዎችን በመግዛት የምርት ሂደታቸውን እንዲያዘምኑና ምርታማነታቸውን እንዲያሳድጉ ያግዛል።
- የኢትዮጵያ የግብርና ምርት ላኪዎችን የገቢ አቅም በማሳደግ ምርታማነትን ያሳድጋል፡፡....ለበለጠ መረጃ ማስፈንጠሪያውን ይጫኑ https://shorturl.at/pAPXZ

26/08/2023

ከወለድ ነፃ የሆነውን ዳሸን አን-ኒሳእ ካርድ ዛሬውኑ ተጠቃሚ ይሁኑ::

Kabajamoo fi jalatamtoota hordoftoota fuula FB page Dabbaal multi media baga jirattaan isiniin jechaa kaleessa gaaffii b...
10/07/2023

Kabajamoo fi jalatamtoota hordoftoota fuula FB page Dabbaal multi media baga jirattaan isiniin jechaa kaleessa gaaffii badhaasa qabdu isin jafachuun keenya ni beekkama kaaf abbaa caarraa kan tahee beekkamee waan jiruuf baga gammadde jechaani waan waadaa isaaf gallees akka nurra fudhatuus kabajaan isa gaaffanna, badhaasichis kaardii Mobayilaa waan taheef lakkoofsa bilbilaa kee keessan ergadhu jennaan galatooma.

Address

Sabian , Seido Building Front
Dire Dawa

Telephone

+251962614427

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dabbaal Multi Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dabbaal Multi Media:

Videos

Share

Nearby media companies



You may also like