๐’๐’Š๐’Œ๐’“๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’Ž๐’Š๐’

  • Home
  • Ethiopia
  • Ambo
  • ๐’๐’Š๐’Œ๐’“๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’Ž๐’Š๐’

๐’๐’Š๐’Œ๐’“๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’Ž๐’Š๐’ Jaalatani dhabuun fafa โค๐Ÿ’š๐Ÿ’™

My sister ๐Ÿ˜
14/09/2023

My sister ๐Ÿ˜

06/08/2023

ใ‚š ใ‚šviral ๐Ÿ˜๐Ÿ’‹๐Ÿ˜

06/08/2023

Duranu ๐Ÿ’ƒ

Love is good โ™ฅ๏ธ  ใ‚š  ใ‚šviral   ๐Ÿ˜˜
06/08/2023

Love is good โ™ฅ๏ธ
ใ‚š ใ‚šviral ๐Ÿ˜˜

Fulli rabbi sitti haa tolu Abbaa keenya   ๐Ÿ™
06/11/2022

Fulli rabbi sitti haa tolu Abbaa keenya ๐Ÿ™

06/11/2022

The Spirit of Nation has left us after laboring for his people for 6 long decades! Our Adero gave us all God has given him. His is a life lived to the fullest, with purpose. Not so much for himself, but the people he loved so much. Goodbye, until we meet again!

Rest in Power !

06/11/2022

๐Ÿคฒ Yaa Rabbi ๐Ÿคฒ

24/10/2022
Hacee maataa dhiiraa ๐Ÿ˜ช     โ˜† Namaan hamma kee jaaladhu hin qabu !     โ˜† Gaafaan du'a kee dhaga'u sana, nin maraadhe, wan...
24/10/2022

Hacee maataa dhiiraa ๐Ÿ˜ช
โ˜† Namaan hamma kee jaaladhu hin qabu !
โ˜† Gaafaan du'a kee dhaga'u sana, nin maraadhe, wanaan -
godhun dhabe ๐Ÿ˜ช
โ˜† Hacee koo ati goota, Oromoon yomillee si hin -
dagatu ๐Ÿ™

24/10/2022
The Oromo Amazing man ๐Ÿ™†โ€โ™‚๏ธLove you   ๐Ÿ’”
20/10/2022

The Oromo Amazing man ๐Ÿ™†โ€โ™‚๏ธ

Love you ๐Ÿ’”

20/10/2022

Isaan keessaa jechi Afaan Oromootiin hiikkaa dhabe isa kami ?

Bakka duwwaa kana eenyu haa guutuu laata_๐Ÿ‘‡_?

20/10/2022

โค๐Ÿ’š๐Ÿ’™
Siif jiraadhe du'uun koo Eegaa waan hin ollee !
Gaariif hammanya kee waa'eesaan walaalee !
โค๐Ÿ’š๐Ÿ’™

14/10/2022

Isaan kana keessaa jachi Afaan_Oromoo isa kami ? Mee Eenyu kan Afaan Oromootti naaf hiiku ?

Hasaawa keenya keessatti bayyinaan jechoota kana warri itti fayyadamu Oromoo kutaa kamiiti ?

29/09/2022
29/09/2022

Irreechi Irree Kooti jedhe Abbaan koo ๐Ÿ’ช

28/09/2022

๐Ÿ•ฏ
Yaadannoo Waggaa 46ffaa
Murruqiin Qabrii Soddomaa Fuulbana 28, bara 1976 waggaa 46n Guyyaa Arraa Godina Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuu araddaa Biyyoo keessatti mootummaan Dargii, manguddoo, aayyootaafii daa'immaan bakka jimlaan walitti qabee halkan dukkana ummata nagayaa maatii tokko irraa nama 33 bakka tokkotti ajjeesee shaqqaa boollaa keessatti haree biyyee irra garagalche. Ajjeechaan jimlaa kun aayyoota ilmoo garaa qabu males manguddoo umrii 80 irraa hanga daa'ima harma haadhaa luugu (hoodhu) if keessatti hammatee jira. Murruqiin jimlaa kan mootummaa Habashaatiin hawaasa Oromiyaa irratti
hoojjatame heedduu tahus maatiin qabrii soddommanii garuu "Maatii keessantu mootummaa Dargiitiin loluuf bosona Labuu keessa hidhatee
jira." Ja'ameeti maatii guutuudhaan boolla tokkotti gara jabummaan ajjeefame.
*MAQAA HAWAASA AJJEEFAMEE
1) Haaji Maammaa Husseen Nuuree
2) Shamsiyyaa Husseen
3) Faaxumaa Haaji Maammaa Husseen
4) Jamaal Ahmad Mohammad
5) Taajuddiin Jamaal Ahmad
6) Aaminaa Nuuree
7) Abdulaziiz Ahmad
8)Misraa Ahmad
9) Kaliifaa Haaji Muummad
10) Alii Wadaay
11) Aishaa Abdullaa
12) Kimiyaa Aadamoo
13) Faaxumaa Aadamoo
14) Rummaanaa Aadamoo
15) Haashim Aadamoo
16) Shamsii Daawwee
17) Saadiyyaa Daawwee
18) Iftuu Daawwee
19) Rihaanaa Daawwee
20) Saadiq Daawwee
21) Ahmad Daawwee
22) Sayimaa Daawwee
23) Mohammadsaanii Usmaan
24) Abdulaziiz Sheekh Yuusuf
25) Abdulaziiz Sheekh Aadam
26) Keeyriyyaa Hassanee
27) Faaxumaa Waaqoo
28) Xahaa Husseen
29) Taajuu Muhammad
30) Zahraa Muhammad
31) Nasraa Muhammad
32) Husseen Fatoo (keessummaa karaa deemtu)
33) Nama karaa deemu
Seenaan Qabrii Soddomaa bal'oodha. Inshaa-Allaah yaroo gabaabduu keessatti seenaa guutuu isaa kitaaba mata dureen "Qabrii Soddomaa"
ja'u keessatti argachuuf jirtan.

Irreechaa Consort Coming for Oromo ๐Ÿ–
28/09/2022

Irreechaa Consort Coming for Oromo ๐Ÿ–

Abbaa koo hin boo'iin, hundu ni darbaa ๐Ÿ˜ช
27/09/2022

Abbaa koo hin boo'iin, hundu ni darbaa ๐Ÿ˜ช

3Obsa
27/09/2022

3Obsa

27/09/2022

Ayyaana Gaarii !!

Baga bara bilisummaa geessan !
11/09/2022

Baga bara bilisummaa geessan !

Yoosan Geetahun ft Meski Mange qaxalee oromoรด
30/08/2022

Yoosan Geetahun ft Meski Mange qaxalee oromoรด

Nuf jiraadha jajjabee keenna !!Samson Mekonen Leta Waahila koo qaxalee jiraadhu !
17/08/2022

Nuf jiraadha jajjabee keenna !!
Samson Mekonen Leta Waahila koo qaxalee jiraadhu !

Abiy Ahmed Ali Kaleessa Harar Deemuun isaa gariidha.Garu Maalif Namichoo   jedhanin kana fudhate harar dhaquun barbaachi...
14/08/2022

Abiy Ahmed Ali Kaleessa Harar Deemuun isaa gariidha.
Garu Maalif Namichoo jedhanin kana fudhate harar dhaquun barbaachisee ? ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Bekele Garba Abbaa Keenya Abbaa dhugaa, Abbaa Dagalee, goota sabaaf sagalee, Umriin keessaan haa dheeraatu !!
08/08/2022

Bekele Garba Abbaa Keenya Abbaa dhugaa, Abbaa Dagalee, goota sabaaf sagalee, Umriin keessaan haa dheeraatu !!

Yeroon suuraalee kanneen Argu waanin jedhun dhabe !!
05/08/2022

Yeroon suuraalee kanneen Argu waanin jedhun dhabe !!

04/08/2022

Legend Hacaaluu Hundeesaa !

Mee laalaa Oromoo, Waan Hongeen ykn Beeltti Harmee teenya tana goote ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญMaali yaa nama,  garaa jabeenyi hammana ga'uโ— ๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ญ
03/08/2022

Mee laalaa Oromoo, Waan Hongeen ykn Beeltti Harmee teenya tana goote ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
Maali yaa nama, garaa jabeenyi hammana ga'uโ— ๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ญ

Mashallah Rabbiin isinirraa haa jaalatu โ˜†Mee Rabbiif jecha, Rassuula Rabbii (S.A.W) Irratti Salawaata Buusiโ“Waan niyyaat...
30/07/2022

Mashallah Rabbiin isinirraa haa jaalatu โ˜†
Mee Rabbiif jecha, Rassuula Rabbii (S.A.W) Irratti Salawaata Buusiโ“
Waan niyyaattee hin dhabiin !

 Ayyaana Waggaa 60ffaa Afran Qallo Jedhamee ykn Qabsoo Afran Qalloo jedhamee Minisootatti Qophaa'e Irrattii. Haasawa Tur...
29/07/2022


Ayyaana Waggaa 60ffaa Afran Qallo Jedhamee ykn Qabsoo Afran Qalloo jedhamee Minisootatti Qophaa'e Irrattii. Haasawa Ture Kessattii waaniin Tajjabeen Qaba. 1, Maqaa Yaroo Rakkoo Qabsaawonni Baha Oromiyaa Baafatanii itti fayyadamaan Hedduutu Ture. Kana Keessa maqaa Gosaa Kessaa filatanii Ayyaaneffachuun Maaf Barbaachise?? 2, Akka waan Qabsoo Baha oromiyitti Godhamte Afran Qallon Kophaa Isaanii lola Turanitti obboloota isanii Kan Ituufi Humbanna. Harargee Bahaafi dhiha Waliin Qubatan kan calii Calanqottii waliin dhiiga Dhangalasanii lafeen ittii Tuulamte. Akkasuma Qabsoo Adda Bilisummaa Oromoollee waliin wareegama Hammana Hinjedhamne Kafala Turan Madditti Dhiisanii. Gootummaa if Qofaaf lachuun. Qanyiidha. Seena walii Ukkamsuun sirrii miti. Akkuma Amarrii Nuqofaatu Goota Itophiyaati Jedhee If leellisutti isinis Nuti Goota Harargeeti jettanii Yoon if dhaadhessitan Guyyaa seenaan Dhugaa Ragaan wajjiin gadi Bahe Ifitti Qaanfachuun Kessan waan Hin Olle.
Seena Rirmi Hin Nyaatu.

Oromo Legend's ๐Ÿ‘‘
26/07/2022

Oromo Legend's ๐Ÿ‘‘

OSFANA Jira !
23/07/2022

OSFANA Jira !

Tadele Gemechu, Radina Dire, ft Muktar Usman, The moment you've all been waiting for is finally here! We are 8 daysaway ...
20/07/2022

Tadele Gemechu, Radina Dire, ft Muktar Usman, The moment you've all been waiting for is finally here! We are 8 days
away from the Official OSFNA Closing Night Concert! We look forward to seeing you all at the party of the year!

20/07/2022
 or Lencho the Orรด legend Mฤ…nโ—
19/07/2022

or Lencho the Orรด legend Mฤ…nโ—

Ali Bira the Africa ft World Legend's !Alii Keenna waaqni umrii si ha dheereessu ๐ŸŸข๐Ÿ”ด๐ŸŸข
18/07/2022

Ali Bira the Africa ft World Legend's !
Alii Keenna waaqni umrii si ha dheereessu ๐ŸŸข๐Ÿ”ด๐ŸŸข

Urjiilee Saba
18/07/2022

Urjiilee Saba

  &   Picture this Note Story !! ๐Ÿ‘
16/07/2022

& Picture this Note Story !! ๐Ÿ‘

  top 10 of the pictures
15/07/2022

top 10 of the pictures

Address

Harar
Ambo
HARAR

Telephone

+251911130045

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐’๐’Š๐’Œ๐’“๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’Ž๐’Š๐’ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ๐’๐’Š๐’Œ๐’“๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’Ž๐’Š๐’:

Share



You may also like