Simalee Biyyakoo

Simalee Biyyakoo Life is a gift, Live happily with the life you have, and thank god!!

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█🕋
18/04/2024

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█🕋

17/04/2024
 #ትዝብት"ረሃብን በሪሞት- አዲሱ ፈጠራ!?" 🤔ረሃብን ከፖለቲካ ፍጆታነት አልፎ  #በሪሞት መቆጣጠር የተቻለበትን ፈጠራ ከሰሞኑ ከወደ ትግራይ እያየን ነዉ፡፡ ከወራት በፊት የክልሉ ጊዜያዊ አ...
17/04/2024

#ትዝብት
"ረሃብን በሪሞት- አዲሱ ፈጠራ!?" 🤔

ረሃብን ከፖለቲካ ፍጆታነት አልፎ #በሪሞት መቆጣጠር የተቻለበትን ፈጠራ ከሰሞኑ ከወደ ትግራይ እያየን ነዉ፡፡

ከወራት በፊት የክልሉ ጊዜያዊ አስተዳደር ፕ/ንት ጨምሮ በርካታ ወሬ አቀባይ አፎቻቸው በትግራይ ክልል ከ 1977ዓ.ም የከፋ #ረሃብ እንዳለ ለአለም ሚዲያዎች መረጃ ሲያቀባብሉ አስተዉለናል።

በሚባለዉ ደረጃ ረሃብ ስለመኖሩ ምንም ማስረጃ በሌለበት ከፍተኛ ዘመቻ የተካሄደ ቢሆንም ነገሩ ብዙም ሳይቆይ ከረሃብ ጩሀት ወደ ጥይት ጩሀት ተቀይሯል፡፡
እንግዲህ... ከወደ ህወሃት መንደር ረሃብ ሲፈለግ የሚመጣ ሳይፈለግ በቀላሉ በሪሞት የሚጠፋ ነው ማለት ነው?
ሪሞቱም በህወሃት እጅ ነው ያለው ብለን እንድንጠረጥር አድርጎናል።
ህወሃት ይቺን የርሃብ ሪሞት በአእምሮ ንብረት ፈጠራ ስራ አስመዝግቧት ይሆን?! 😂

በንፁሃን ደም የሚሰራ ፖለቲካ በትግራይ ክልል ዳግም መፈጠር የለበትም!የትግራይ ህዝብ ከሚገባዉ በላይ ዋጋ ከፍሏል! አሁን በእጁ ያለዉን ሰላም እና መረጋጋት የማስጠበቅ ሃላፊነት ከሁሉም በላይ...
17/04/2024

በንፁሃን ደም የሚሰራ ፖለቲካ በትግራይ ክልል ዳግም መፈጠር የለበትም!
የትግራይ ህዝብ ከሚገባዉ በላይ ዋጋ ከፍሏል!
አሁን በእጁ ያለዉን ሰላም እና መረጋጋት የማስጠበቅ ሃላፊነት ከሁሉም በላይ የህዝቡ ነው። በትግራይ ህዝብ ስም የሚደረጉ አላስፈላጊ እንቅስቃሴዎች ህዝቡን ለከፋ ስቃይ ለመዳረግ መሆኑንም መገንዘብ ያስፈልጋል ፡፡ የክልሉ ጊዜያዊ አስተዳደር የተጣለበትን ሃላፊነት በአግባቡ መወጣት አለበት እንጂ "የእናቴ መቀነት አደናቀፈኝ" እያሉ ሰበብ መደርደሮ አያዋጣም!

በፕሪቶሪያዉ ስምምነት መሰረት እየተከናወኑ ያሉትን የሰላም ተስፋዎች ማምከን የከፋ ኪሳራ ነዉ፡፡ የፕሪቶሪያዉ ስምምነት መልስ ከሚሰጣቸዉ ጉዳዮች መካከል የወሰን እና የማንነት ጥያቄ አንዱ ነዉ በዚህ መሰረት ፡-
የፕሪቶሪያዉ ስምምንት
1. የተፈናቀሉ ዜጎችን ወደ #ቀዬ መመለስ እና አካባቢዎቹን በመከላከያ ሰራዊት ጥበቃ ስር ማስገባት
2. ለተፈናቃዮች ከትራንስፖርት እስከ ስንቅ ድረስ እንዲሁም #የሚደራጁበትን ሁኔታ ማመቻቸት
3. ተፈናቃዮች ወደ ቀያቸዉ ከተመለሱና መደበኛ ህይወታቸዉን መምራት ከጀመሩ በኋላ በማካሄድ እራሳቸዉን የሚያስተዳድሩበትን ሁኔታ መፍጠር የሚሉት የሚጠቀሱ ናቸዉ ፡፡ ነገር ግን ከወደ ትግራይ የምንሰማዉ ነገር ለትግራይ ተወላጅ እና ህዝብ እጅግ አስጊ ሁኔታዎችን የሚያመጣ ነዉ፡፡ በትግራይ የሚነፍሰዉን የሰላም አየር ሳይረበሽ የቀሩ ስራዎችን ቶሎ ሰርቶ የህዝቡን ሰላም ሙሉ ማድረግና ወደ ቀድሞ ህይወቱ መመለስ እንጂ በስንፍና ተጎልቶ ህዝቡን ለሌላ ስቃይ እና መከራ መዳረግ ከጭካኔም የባሰ ጭካኔ ነው!

17/04/2024

Abbichuu abbaa jaalalaa🌹🌹

❤❤❤❤️❤️❤️                                                  ❤️❤️❤️
16/04/2024

❤❤❤❤️❤️❤️







❤️❤️❤️

 !!....Warri lafa Tigraay hirachaa akka malee dhaaddachaa turan yeroo ammaa kana baqachaa jiraachuun dhaga'ame. Weerarto...
16/04/2024

!!....
Warri lafa Tigraay hirachaa akka malee dhaaddachaa turan yeroo ammaa kana baqachaa jiraachuun dhaga'ame. Weerartoonni naannoo Amaaraa jiraattonniifi angawoonni gara Magaalaa Qobbootti baqachaa jiru.

Walitti bu'iinsa kana kan dursee jalqabe hidhattoonni Amaaraa milishoota Tigraay irratti dhukaasa erga bananii ta'uus odeeffanneerra.

ሰበርሰላም ጠል  ጃውሳዎች የእስክንድርን የሰላም መንገድ አደናቅፈውታልእስክንድር ነጋ በድብቅ ከመንግስት ጋር ሲልከው የቆየው ሽምግልና እና ልመና በቅድመ ሁኔታ ላይ ተመስርቶ ተቀባይነት አግኝ...
16/04/2024

ሰበር
ሰላም ጠል ጃውሳዎች የእስክንድርን የሰላም መንገድ አደናቅፈውታል
እስክንድር ነጋ በድብቅ ከመንግስት ጋር ሲልከው የቆየው ሽምግልና እና ልመና በቅድመ ሁኔታ ላይ ተመስርቶ ተቀባይነት አግኝቶ እንደ ነበር ውስጥ አዋቂ ምንጮቻችን አድርሰውን ነበር። እንደ ምንጮቻችን ከሆነ እስክንድር ወደ አዲስ አበባ እንደሚመጣ ነበር። ይሁንና እስክንድር ነጋ ወደ አዲስ አበባ ጉዞ ለመጀመር ዝግጅት ላይ እያለ አጠገቡ ባሉ ታጣቂዎች ተከድቷል። ለሰላም የሰጠውን አማራጭ አጨናግፈዋል። ቢቆይም ለእስክንድር ነጋ የገባው የሰላማዊ አማራጭ ለጃውሳው አመራሮች አልተዋጠላቸውም። በጣም ያሳዝናል። እስክንድር ነጋ የመረጠውን መንገድ ይጓዝ። ሌሎች ጃውሳዎችም የሰላም አማራጭን ተከተሉ።

16/04/2024

Kenna tajaajilaa gufachiisuufi hidhatanii biyya waraanuun wal qixa!
---------
Dhaabbileen mootummaa sadarkaan jiran kan hundaa'aniif kaayyoon isaanii inni guddaan tajaajila qulqulluu, si'ataafi haqa qabeessa ta'e lammiileef kennuudha. Tajaajilli kennamu kunis kan bilisaan yeroo murtaa'e keessatti kennamu ta'uu qaba. Tajaajilli qulqulluufi haqa qabeessa kennamus loogii sabummaa, amantaafi firoomaa irraa bilisa ta'ee kennamuu qaba.

Hojjetaan mootummaas ergama, mul'ataafi kaayyoo manni hojii isaa hundaa'eef bu'uura godhachuun tajaajiluu qaba. Dirqama ogummaa hojii itti ramadamee, dirqama lammummaafi dirqama seeraa itti mindeeffamees beekuu qaba.

Kenniinsa tajaajilaan walqabatee komiin tajaajilamtoota biraa hedduun ni ka'a. Kunis dhimma tajaajilamtootaa yeroon xumuruu dhiisanii beellamaan guyyaa deddeebii itti baay'isuu, faayidaa hin malle argachuuf harka tajaajilamaa ilaaluufi miira tajaajiltummaa gonfachuu dhabuun ni jira. Gochi kun hundi aad-maleefi gufuu kenniinsa tajaajilaati.

Tajaajila kennamu gufachiisuunis gocha hidhatanii nageenya booressuuf taasifamu faana tokkichuma. Tajaajila uummataa gufachiisuun itti quufinsa lammiileen mootummaa irratti qaban xiqqeessuun amantaa uummatni mootummaa irraa qabu hir'suun komii uummataa uuma.

Rakkoo kana hambisuuf hundinuu gita jirrutti sammuu qulqulluun lammii keenya kan osoo hin baratin nu barsiise sirnaafi kabajaan tajaajiluu qabna. Qaamni tajaajilamuuf gara mana hojii deemus ulaagaa irraa barbaadamu guuttatee dhiyaachuuf dirqama kan qabu ta'uu beekuun gaariidha.

Mootummaan Naannoo Oromiyaas rakkoo kenniinsa tajaajilaan walqabatanii hawaasa biraa manneen hojii mootummaa irratti ka'an hundee irraa furuuf koree taaksi foorsii sadarkaa hundatti hundeessuun hojjechaa jira.

Torban keessaas guyyoota sadii (Wiixata, Roobiifi Jimaata) guyyaa hoggansi mana hojiitti argamuun tajaajila kennu taasifamanii jiru. Hoggansa dabalatee hojjettoota kenniinsa tajaajilaa gufachiisan hedduu irrattis tarkaanfiwwan barsiisoo ta'an adda addaa fudhatamaa jiru.

16/04/2024
15/04/2024

👏👏

"Uummataaf dhaabanna jennee baanee, uummata mataarra dhaabanne"Miseensota ABO Shanee waamicha nagaafi booji’amuun harka ...
15/04/2024

"Uummataaf dhaabanna jennee baanee, uummata mataarra dhaabanne"

Miseensota ABO Shanee waamicha nagaafi booji’amuun harka kennatan.

Vacation❤
15/04/2024

Vacation❤

15/04/2024

!!.....
Odeeffannoo qabatamaa amma arganneen Finxaalessi Iskander Nagga maqaa "Adda uummata Amaaraa" jedhuun naannoo Showaafi Goojjam keessa socho'aa ture. gidduu kana mootummaa dhiifama gaafatee galuuf yaadni inni dhiyeesse fudhatama argachuu odeeffanneerra.

Imalli Iskindir Naggaa mootummaa jalaa dhokachuu baatuus jaarsummaan inni gara mootummaatti ergate fudhatama argachuun yeroo dhiyootti gara finfinnee akka inni dhufutu eegama. Mootummaan keenyas nagaafi araaratti waan amanuuf kan garaa nagaa galuuf daandii nagaa hawwina!

15/04/2024

#ከንቲባ 👏👏
Kantiibaa❤👌

15/04/2024

ብልፅግና ቃል በተግባር ነው።

Laganna maali ??Shanee  baraaruuf ajandaa uumametu  Obbo Battee galaafateShaneedhaaf wal ajeesuun haaraa miti.  Dhimma O...
13/04/2024

Laganna maali ??

Shanee baraaruuf ajandaa uumametu Obbo Battee galaafate
Shaneedhaaf wal ajeesuun haaraa miti. Dhimma Obbo Battee haaraa kan taasisu Shanee Boollarra geesse baraaruuf shira dhahameen aarsaa kaffaluu isaati. Du’a Obbo Battee hordofee bitaa mirgi neet-workii ajjeechaa fi saamichaa shanee keessa jiru, keessaa alaa quba isaa mootummaatti qabe. Kun kaayyoo ijoo Obbo Batteen itti ajjeefameef waan ta’eef baay’ee waan nama raajuu miti. Shirri akkanaa kun Shanee fi humna naannawa kana jiru birratti baramaa ta’uu isaa humni aadaa qabsoo Oromoo keessa ture baay’ee ni beeka. Garuu ammoo humna muraasa biratti burjaajii uumuun isaa hin oolu waan ta’eef, dubbii kana ifoomsaa deemuun barbaachisaadha.

Uggurri gabaa jedhamee yeroo ammaa afarsamaa jirus qaama piroojktii kanaa akka ta’e hubachuun ni danda’ama. Sagalee Shanee kan ta’e OMNs piroojktii kana qindeessuu keessatti gahee ol’aanaa bahachaa jira. Dhugaan jiru kanuma.

13/04/2024

Shanee baraaruuf ajandaa uumametu Obbo Battee galaafate
Shaneedhaaf wal ajeesuun haaraa miti.

Dhimma Obbo Battee haaraa kan taasisu Shanee Boollarra geesse baraaruuf shira dhahameen aarsaa kaffaluu isaati.

Du’a Obbo hordofee bitaa mirgi neet-workii fi saamichaa shanee keessa jiru, keessaa alaa quba isaa mootummaatti qabe.

Kun kaayyoo ijoo Obbo Batteen itti waan ta’eef baay’ee waan nama raajuu miti. Shirri akkanaa kun Shanee fi humna naannawa kana jiru birratti baramaa ta’uu isaa humni aadaa qabsoo Oromoo keessa ture baay’ee ni beeka.

ammoo humna muraasa biratti uumuun isaa hin oolu waan ta’eef, dubbii kana ifoomsaa deemuun barbaachisaadha.

Shanee du'ee boollaa baasuuf OMN miidiyaa kaasaaraa guddaan irra gahee kadhaan jiraatuudha. Du'a Obbo Battee ilaalchisee...
12/04/2024

Shanee du'ee boollaa baasuuf

OMN miidiyaa kaasaaraa guddaan irra gahee kadhaan jiraatuudha. Du'a Obbo Battee ilaalchisee Oduu jalqaba baasaniin quba mootummaati qaban. Hang har'aatti waan biraa hin maxxansine. Namni isaan hin dubbisne hin jiru. Kun hundi waan tokko milkeessuufi, ABO-Shaneetti lubbuu horuu.


12/04/2024
12/04/2024

የመሪያችንን መልካምነት ያየንበት ስራ ነው:- ከፒያሳ ልማት ተነሺዎች

11/04/2024
11/04/2024

👇👇

Waraanni shanee walqoqoodee Bittina'aa jira!!

Waraanni ABO shanee walqoqodiinsa hiika dhabe keessa galuun garee gareen ta'anii walitti dhukasaa jiru.

kanaraa kan ka'e miseenssonni shanee akkasumaas ajaajaan ABO shanee ol'anaan jalmaroon haalli keesa jiruu bay'ee ulfataa ta'uu isaatira kan ka'e abdii kutannaa guddaa kessa galuun isaa ibsameera.

miseensonni shanee abdii kutannaa keessa galan kan kumatamaan lakawwaman harka isaanii mootummaati kennacha jiru.

Batteen walqoodiinsa Shanee gulallee fi Bosonaa gidduutti aarsaa kaffale Dubbiin  kasaaraa siyaasaa guuttachuuf akka ode...
10/04/2024

Batteen walqoodiinsa Shanee gulallee fi Bosonaa gidduutti aarsaa kaffale
Dubbiin kasaaraa siyaasaa guuttachuuf akka odeeffamuu miti. Dubbiin akkana, Shaneen yeroo ammaa kana Shanee Gullallee fi Shanee bosonaa jechuun wal qoqqooddee olola walirratti oofaa jirti. Walqoqqooduu fi walajeesuun Shaneedhaaf haaraa miti. Shurrubbee fi marroo gidduutti waldhabdee uumee kan ilkaan walitti ciniisisuu bira darbee isaan diigaa jiru, shira shanee gulallee fi bosonaa jedhee deemu kana. Shurrubbeen shanee Gullalleetiif aboomamaa yoo ta’u, deeggarsaa fi aantummaa adda ta’es gulalleerraa argachaa jira. Marroon humna gullallee jiruun iji koo sin hin argiin jedhee fuula irraa erga gargalfatee bubbulee jira. Hin ajajamu hin aboomamu. Haala Kanaan, shaneen Gulallee fi Shaneen bosonaa marroodhaan hogganamu ijaa fi biyyee erga ta’anii bubbulee jira.
Shiraa fi wal-eeggannaan Gulallee fi shanee bosonaa gidduutti jalqabe Obbo Battee arsaa kaffalchiisee jira. Haala Kanaan, obbo Batteen hojii dhuunfaaf mana jireenyaa isaani......

Address

Addis Ababa
Ambo
STRAGL

Telephone

+251911001111

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Simalee Biyyakoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Simalee Biyyakoo:

Videos

Share

Category



You may also like