Seenaaf Seexaa Amboo

Seenaaf Seexaa Amboo Ethiopa

14/04/2024

Maalii HUBATTAA
OROMOON .??

02/03/2024
  16-11-2025                 kooti?Labooba laphee kiyyaaKulkula kaleef tiruuAlbee qaama Koo lixeeQaama Koo addaan ciruLa...
23/07/2023

16-11-2025
kooti?
Labooba laphee kiyyaa
Kulkula kaleef tiruu
Albee qaama Koo lixee
Qaama Koo addaan ciru
Lafee Koo qaqal,atte
Dhiigni koos guute hin jiru
Yaandoo yaadaafi icciitii Koo
Eenyu kootti ofirraa hiru?
Silaa maalan gabbaree
Gubaaf qadadoo ofin qabu
Muldhiin Koo addaan citee
Boquun Koo gad hin cabu.
Dirqiitu addaan nu baase
Ijjoolleen Kee akkaam goone
Harkaa ormaa eeggannaa
Kunoo harma doomaa hoona!!!

Hyi ummaata qashtii
22/07/2023

Hyi ummaata qashtii

Dr.Ali Birraa.
21/07/2023

Dr.Ali Birraa.

Adaamaa!

Siidaa Artist Dr.Ali Birraa.🙏

18/07/2023

The famous and genuine Artist!
Caalaa Daggafaa!🌳

✓Guraandhala 17-06-2015            ___________________.        ✓Walaaloo         __________.         .        ••••••••••...
24/02/2023

✓Guraandhala 17-06-2015
___________________.
✓Walaaloo
__________.
.
••••••••••••••••••••••
Nattii Tolus badus
Waan feedhe yoo ta,es
Obseetan jiraadha
Akkaan ta,u ta,ee
Iccitii Koo hin himaadhu
Afaan kooti basee
Itti dhisuu naaf wayyaa
Obsuuf dhoksutu furmaata.
""""""''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''"
Qabadhuu cimsii akkanatti
Dhoksaan garaa iccitiidha
Qabadhuu cimsii garaatti
Obsuun karaa sirriitti....✍️✍️✍️✍️
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
👍From seenaaf seexaa Amboo 🤪💪🙋

  Oromoo  in peaceDr. Kabajaa Alii Birraa Fulbaana 29/01/1950--27/02/2015ti seenaa guddaa hojjaachun lafaa kanarra turaa...
08/11/2022

Oromoo
in peace
Dr. Kabajaa Alii Birraa Fulbaana 29/01/1950--27/02/2015ti seenaa guddaa hojjaachun lafaa kanarra turaan.
"Beekaa irraa kunne malee,
Seenaa hiyyeessan qabuu!" Namaa jedhee,😭😭😭😭

Seenaaf seexaa Amboo koo
22/10/2022

Seenaaf seexaa Amboo koo

Address

West Shawa
Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seenaaf Seexaa Amboo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Seenaaf Seexaa Amboo:

Share