Waarii Mooraa Fugug.

Waarii Mooraa Fugug. dhugaan hin dabu.

12/04/2024
17/03/2024

Hellooo.... Every One !!

Enyuu inni yaadatuIddoo yookiin lafaSuuraa irratti mull'atuYoo yaadatte gaafaSuuraan tuni kaatuMee nuuf katabiKeessaanil...
04/11/2023

Enyuu inni yaadatu
Iddoo yookiin lafa
Suuraa irratti mull'atu
Yoo yaadatte gaafa
Suuraan tuni kaatu
Mee nuuf katabi
Keessaanillew taaru

Adaamaa ➢ Doktara Kabajaa Art. ALII BIRRAASiidaan Dr. Kabajaa Artist Alii Birraa Qarshii Miliyoona 18.9'n daandii Alii B...
20/07/2023

Adaamaa ➢ Doktara Kabajaa Art. ALII BIRRAA

Siidaan Dr. Kabajaa Artist Alii Birraa Qarshii Miliyoona 18.9'n daandii Alii Birraa Magaalaa Adaamaatti Ijaarama Ture Xumuramuun Isaatiin Wal qabatee "Kabajamoo Af Yaa'ii Mana Maree Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan, Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa fi Haadha Manaa Artist Alii Birraa Aadde Ilillii Birraa fi Artiistoonni" baayyeen bakka Jiranitti nitti Miira Addaatiin eebbifameera.

18/07/2023

"Oduun galma hin ta'u " Ijoon dubbii hojiidha!

Namoonni baay'een Jawar Mohammed nama jedhamu kana balleessuuf ykn xiqqeessuuf rakkatu.
Garuu inni oduuf miti, Abiddaafuu hin jilbiinfatu!
Hanga fedhe haa qabbanaa'u, Hanga fedhe haa bubbisu, Hanga fedhes yoo roobe,
Abadan Jawaar bakka yaadu ga'u malee deemsa hin dhaabu!
Ammootuu Hayyuu silaa galateenfachuu qabnu waan ofii gochuu dadhabneen komachuu fi himachuun hin taatu. Eeyyen Ololli galma ta'ee waan nama fayyadu tokkos hin qabaatu. Osoo oduudhaan ta’ee Hayyuun siyaasaa kumaatamaan jiraata ture. Dubbachuufis taanaan kan dubbiin lafa guutu hedduudha. Akkasuma osoo injifannoon doorsisaa fi oduudhaan kan argamu ta'ee silaa sabni kamiyyuu adduunyaa kanarratti cunqurfamaa hin ta’u ture.
Kanaaf Qaamni rakkoo ummataa da'oo godhatee beektota Oromoo fi hooggantoota Oromoo balleessuuf dhaadatu kamuu firas taatu diina.
Jawaar Goota mijuu dhuunfaa bitatti dhiisee, mirgatti hadhaa saba ofii waliin dhamdhamaa jiruudha!

Kanuma jawaar haqa eega. Isammoo waaqa haqa uumetu eega!

12/07/2023

Africa's Highest Number of Facebook Users

1. Egypt (55.7 million)🇪🇬

2. Nigeria (40.3 million)🇳🇬

3. Algeria (31.1 million)🇩🇿

4. South Africa (30.3 million)🇿🇦

5. Morocco (26.9 million)🇲🇦

6. Kenya (13.7 million)🇰🇪

7. Ghana (8.6 million)🇬🇭

8. Tunisia (8.76 million)🇹🇳

9. Tanzania (6.78 million)🇹🇿

10. DR Congo (6.6 million)🇨🇩

11. Zambia ( 6.5 Million )🇿🇲

14/05/2023
25/04/2023

Hayyu Dureen ABO ammallee hidhattoota mootummaan marfamanii jiru- Lammii Gammachuu

=================

Dubbi himaan ABO Obbo Lammiin akka jedhutti ammallee eegdotuma mootummaan ramadetu Obbo Daawudiin marsanii eegaa jiru.

‘’Mana keessatti ittisee kan eegaa tures jaruma kana, ammallee isaanumatu jiu. Wayita jalqabaa mana hayyu duree deemuun hafee karaa sanayyuu darbuun sodaachisaa ture.’’

Waajjira muummee ABO Gullallee jiru diidaan miseensota Komishinii Poolisii magaalaa Finfinneetu eega jedhe Lammiin.

Obbo Lammiin ofisaafillee qondaala ABO ta’ee osoo jiruu mooraa Gullallee seenuu akka hin dandeenye hime.

Qabeenya saamame jedhu kunneen deebisiisuuf tattaaffiin taasisaa turanii fi jiran dhaggeettii akka hin argannes ibse Lammiin.

‘’Qabeenyaan kun akka nuuf deebi’u qaama dhimmi ilaalu hundayyuu gaafannee turre. Gaafataa jirras. Garuu deebiin hin jiru.’’

23/04/2023
19/12/2020

Mooraan fugug tun waarii hin beekan moo beekaati warii hin goone sa ?

10/12/2020

Maal barbbaaddu ??

06/12/2020

Barattootni yuniversitii osoo mata duree dhimma baruuf barsiiauufi babal'ina covid-19 irraa of eeguu jedhu irratti mari'achaa jiraniiti...
Geggeessaan waltajjii akjana jedhe "barataan kamiyyuu fageenya isaa , qulqullinaafi ajaja ogeeyyi fayyaatin ala yoo argame tarkaanfii of duuba deebi hin qabneetu irratti fudhatama" jedhe
yeroo kana tokko harka isaa baasee "barataan osoo chiikota kiss osoo godhuu yoo argame hoo " jedhee hin gaafaatu seetani......

02/12/2020

wel come my dear

11/11/2020

waarii keessatti miiltoo waarii waliin waaraa !;

Address

Brítain
Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waarii Mooraa Fugug. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waarii Mooraa Fugug.:

Videos

Share



You may also like