Odaa page

Odaa page pagen Kun akkuma maqaasa; aadaa,safuu,duudha Fi kabaja oromoo waan calaqqisiisu qabate dhufe.

Suura kanarratti barreefama maal jedhu argita?
17/01/2021

Suura kanarratti barreefama maal jedhu argita?

16/01/2021

Gadaa , mul'ata, abdii, muudama qabna ni injifanna.

01/10/2020

Irreechi dirree Araarati malee, dirree waraana mit.

24/08/2020

Qaamni ani nafxanyaadha ofiin jedhu erga jiraate, gumaan aanolee Fi calanqoo gaafatamu qaba.
Dhaabbanni mirga namoomas gaafachu qaba.

22/08/2020

Garbummaa sammuurra, garbummaa qaama filateti qeerroon falma finiinse.

Beeku fi dubbachuun walii adda.Fayyoon rakkoo uummanni oromoo Amma itti jiru hangas gadi fageesse beeka natti hinfakkaat...
29/06/2020

Beeku fi dubbachuun walii adda.
Fayyoon rakkoo uummanni oromoo Amma itti jiru hangas gadi fageesse beeka natti hinfakkaatu.
Kanaaf waanuma itti fakkaate dubbate.

Maqaan isaa maal jedhama?
29/06/2020

Maqaan isaa maal jedhama?

12/05/2020

Dhimmi hidha guddicha Abbayyaa , Partilee siyaa Ethiopia agobara tokko jalatti walitti qabu hin oolu.
maalif, dubbichi dhimma birmadummaa waan ta'eef.

05/05/2020

Hundeen bilisummaa, tokkummaadha.

18/04/2020

Addunyaarrati;
~ Namoonni. 2,237,586 kv qabameniiru
~ Namoonni 156,364 du'aniiru
~Namoonni 567,134 bayyanataniiru

~

28/03/2020

Hanga ammaatti covid_19
Akka idil addunyaati.
~ Namoota 600'000 ol qabera
~Namoota 27'000 ol ajjeesera
~Namoonni 133'000 ol dandamataniru

19/03/2020

Covid_19 sababeffachuun gabaa qaalessun, yakka qofa osoo hintaane farrummaa dha

Nama gargaaruf, nama tahu qofti gahaadha.Covid_19 sababeffachuun,gabaa qaalessun yakka qofa osoo hintaane, birmadummaa w...
18/03/2020

Nama gargaaruf, nama tahu qofti gahaadha.
Covid_19 sababeffachuun,gabaa qaalessun yakka qofa osoo hintaane, birmadummaa wallaluudha.

15/03/2020

Bara Sanaa
Dargiin kufe, dargiin dargii caalu dhufe jette ijoollen!

11/03/2020

Sammuun garboomurra, qaaman garboomu wayya jedhe.

08/03/2020
Birmadummaa!
06/03/2020

Birmadummaa!

05/03/2020

Gooxi fi gandummaan hafte tokkummaan gara birmadummaa biyyaati deebite dubbiin.
Amma tolte dubbiin.

04/03/2020

Lola leenca fi adurree gidduuti godhamu, turees leencumatu injifata.

04/03/2020

Hogganaan aango jaalannan uummanni miidhamadha. Faalla kanaan aangoon hogganaa jaalannaan uummanni fayyadamaadha.

03/03/2020

Dhimmi hidha guddicha laga abayyaa akka qoosatti kan ilaallamu miti.

03/03/2020

Kan nama qaanessu ba'aa guddaa sammuuti baachu osoo hintaane, sammuu hinyaanne baachudha.

03/03/2020

Afaan oromoo, afaan hojii mootummaan federaala gochuun, yoo dhuguma gaaffi uummata oromoo bara dheera deebisuf ta'e shira kamirrayyu bilisa ta'u qaba.
kana malees, dhimma kamiinu walitti hirkachu hinqabu.

03/03/2020

Addunyaa kanarrati namoonni argachuu keerra dhabukeetti gammadan akka baay'atan ni beekta.

03/03/2020

Qilleensa

Address

Ambo

Telephone

+251917240793

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Odaa page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category