Oromiyaa Biyyakoo

Oromiyaa Biyyakoo Walii galan alaa galan

26/04/2023
26/04/2023

dutii artiisti keenya jaalataama zaarihuun wadaajoo baayee nama gadisiisa biyyen itti haa salphatuu

23/01/2023
23/01/2023

Milkoofneerra… Waaqayyo galatasaa haa fudhatu..
akka waaqayyo nama kabajuu fi nama isa sodaatuuf gatii isaa kaffaluuf arguukootti gammadeera...!
Akka Band ttis si waliin tajaajiluutti gammadneerra

11/09/2021

Baga Bacaqii Gannaa Baatanii Booqaa Birraa Geessan! Ayyaana Gaarii!!

Haa dhamaatu abbaan dhamaatu oromummaa irratti wal dhiisa hin taatu!
29/04/2021

Haa dhamaatu abbaan dhamaatu oromummaa irratti wal dhiisa hin taatu!

10/02/2021

Mootummaan biyya bulchaa jiru yoo nagaa biyyattii barbaada ta'e Beektota Oromoo mana hidhaatii gadhiisee rakkoo isaa karaa keessoon isaan waliin mariin furuu qaba yoo kana hin taanee biyyi gaaga'ama siyaasa hin taane keessa galuuf deemti.

11/06/2020
23/05/2020
22/05/2020
17/05/2020

Walii galan alaa galan!!

Address

Ambo

Telephone

+251994958127

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiyaa Biyyakoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category



You may also like