Gospel singer Nahom Fikadu

Gospel singer Nahom Fikadu Waaqayyo keenya jajadha inni isa jajamu qabudha gaarin akka Goofta yesus hinjiru

Har’akeetu sidha 💪🏻👌🏽==================Namichi bara darbe beektan, kaleessa ykn dheengadda gurbaan beektan sun ana miti ...
20/03/2024

Har’akeetu sidha 💪🏻👌🏽
==================
Namichi bara darbe beektan, kaleessa ykn dheengadda gurbaan beektan sun ana miti Si miti anu hinbeeku dhugaa. Inni kun garuu anumadha👌🏽😣isa boriimmoo wajjumaan haa ilaalluu mee??👌🏽 Utuuti daalachooftee jirtuu Si arganiitu daalattii jedhanii maqaa sitti moggaasan ati garuu isa miti har’a geeddaramtee nama biraa taate of agarteetta. haala gadbu’aa, ykn boolla keessaatti utuu fiigicharra jirtuuu kopheekee ykn uffatakee ykn waanuma fakkaattu ofi ilaaluuf daawwitii baatte utuu fiigdee cabdee naafachuunkee waan hin oolle ture. ofbeekuunke garuu gaariidha. Urgaaf ajaakee qulqullunakee kan eeggattu irra caalaa sababa nama keessa ooltu qofaaf taanan gaafa qofaakeetii waraabessa faana galta jechuudha. Namaaf of eeggachuun waan gaaridha garmalee ofdagattee garuu namni maalnaan jedhaa qofaaf jireenyi ati jiraattu high coppy life dha urijinal lifen isati oftaatee ofbeektee addunyaa joortuu kanas beektee jiraattuudha bro 🤩
Nagaan ooli

Guyyaan keessan haabareedu
28/02/2024

Guyyaan keessan haabareedu

Nu waan tokko illee gara addunyaatti waan hin fidiniif, waan tokko illee addunyaa keessaa fudhachuu hin dandeenyu.  Garu...
04/02/2024

Nu waan tokko illee gara addunyaatti waan hin fidiniif, waan tokko illee addunyaa keessaa fudhachuu hin dandeenyu. Garuu waan nyaannuu fi waan uffannu qabaannaan nu gaʼa.
1 Xiimotewos 6:7-8

21/01/2024
⁹ burqaan jireenya kennu si bira waan jiruuf, ifa keetiin ificha in argina. far 36:
29/12/2023

⁹ burqaan jireenya kennu si bira waan jiruuf, ifa keetiin ificha in argina. far 36:

eenyu yaadee beekaBuddeen ija Shan kuma shantu nyaataa
28/12/2023

eenyu yaadee beeka
Buddeen ija Shan kuma shantu nyaataa

³ Eyyee, warri harka kee eeggatan hin yeellaasifaman; warri akkasumaan amanamuu isaanii dhiisanii si irraa garagalan gar...
07/12/2023

³ Eyyee, warri harka kee eeggatan hin yeellaasifaman; warri akkasumaan amanamuu isaanii dhiisanii si irraa garagalan garuu in yeellaasifamu.far 25

⁴ Ani bowwaa dukkanaa'aa sodaachisaa keessa yoon adeeme iyyuu, hamaan anatti dhufa jedhee hin sodaadhu; ati anaa wajjin ...
03/12/2023

⁴ Ani bowwaa dukkanaa'aa sodaachisaa keessa yoon adeeme iyyuu, hamaan anatti dhufa jedhee hin sodaadhu; ati anaa wajjin jirta, uleen keetii fi dhaabbanni kee ana in jajjabeessu.far 23

¹⁰ Kanaafis, warri fo'aman fayyina isa karaa Kristos Yesus dhufu ulfina bara baraa wajjin akka argatanitti, isaaniif jed...
02/12/2023

¹⁰ Kanaafis, warri fo'aman fayyina isa karaa Kristos Yesus dhufu ulfina bara baraa wajjin akka argatanitti, isaaniif jedhee waan hundumaa obsaan nan baadha. 2ximo 2

⁴ Boo'uun yeroo qaba, kolfuunis yeroo qaba; gadduun yeroo qaba, sirbuunis yeroo qaba;lallaba 3:4
25/11/2023

⁴ Boo'uun yeroo qaba, kolfuunis yeroo qaba; gadduun yeroo qaba, sirbuunis yeroo qaba;
lallaba 3:4

15/07/2023

Inni hamaan waaqayyicha bara si'anaa kana ta'e, yaada warra hin amanin sanaa jaamseera; inni ifa ulfina Kristos, isa fakkaattii Waaqayyoo wangeela keessaa ibsu sana, akka hin argineef isaan dhowweera*. Nuyi ofii keenya utuu hin ta'in “Yesus Kristos gooftaa dha” jennee in lallabna; nuyi immoo sababii Yesusiif hojjetoota keessan*. Waaqayyo isa, “Dukkana keessaa ifni haa ifu!” jedhetu, beekumsa ulfina isaa isa fuula Kristos irraa mul'atu ifatti baasuudhaaf garaa keenya keessatti nuuf ibse*. *
Qorontos Isa Lammaffaa 4:4-6

Tedo 😍 excited
01/07/2023

Tedo 😍 excited

Surraan keessan bineensa lafaa hundumaa, warra qilleensa keessa balali'an, waanuma lafa irra munyuuqu, qurxummii galaana...
26/06/2023

Surraan keessan bineensa lafaa hundumaa, warra qilleensa keessa balali'an, waanuma lafa irra munyuuqu, qurxummii galaanaas hundumaa haa sodaachisu, haa naasisus! Isaan harka keessanitti kennamaniiru.
Seera Uumamaa 9:2

Nagaan kottu Matisha
14/04/2023

Nagaan kottu Matisha

Welcome again dear Yaado
04/04/2023

Welcome again dear Yaado

03/04/2023

Jaalala walitti agarsiisuudhaan waliif yaaduudhaan waldorgomaa,,,!

Abbaakoo
31/03/2023

Abbaakoo

Bekishaa
30/03/2023

Bekishaa

Bless u dear  Zare  can't  wait
26/03/2023

Bless u dear Zare can't wait

25/03/2023

Fayyisaan biyya lafa Iyyesuus qofadha

Address

Addis Ababa

Telephone

+251922395818

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gospel singer Nahom Fikadu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gospel singer Nahom Fikadu:

Share



You may also like