3B Media

3B Media Oduuf odeeffannoo bakka tokkotti

17/01/2024

Mattuu

Beeksisa qacarriiBulchiinsi magaalaa Finfinnee dameewwan garagaraan hojjattoota mindeessuu barbaada dorgomaaOdeeffannoow...
16/01/2024

Beeksisa qacarrii

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dameewwan garagaraan hojjattoota mindeessuu barbaada dorgomaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa yeroo isaa eeggate archiif follow godhaa

Yeroo hundumaa nu waliin waan jirtaniif galanni keenya dachaadha!


Today's best picture ❤❤❤❤❤❤
16/01/2024

Today's best picture
❤❤❤❤❤❤















ጃዊሳ እራሱን በራሱ መብላት ቀጥሎበታል ⚠️⚠️ከዚህ በፊትም ባለ መግባባት ውስጥ የነበሩ እና በመሃላቸው በርካታ የጥላቻ ድርጊቶች ተፈጥሮ ነበር። መከፋፈሉና አዳዲስ ቡድኖች መፈጠራቸው ቀጥላሏ...
09/01/2024

ጃዊሳ እራሱን በራሱ መብላት ቀጥሎበታል ⚠️⚠️

ከዚህ በፊትም ባለ መግባባት ውስጥ የነበሩ እና በመሃላቸው በርካታ የጥላቻ ድርጊቶች ተፈጥሮ ነበር። መከፋፈሉና አዳዲስ ቡድኖች መፈጠራቸው ቀጥላሏል።

ከትላልቅ እስከ ትናንሽ አመራሮች እስከ መታኮስ ደረጃ የደረሰ ግጭትን እያሳለፉ ነው፤የርስበርስ ግጭቱን በተመለከተ ዘመነ እራሱ መናገሩ እና መፍታት አለብን ብሎ ማመፀኑ ተሰምቶ ነበር።

አሁንም በተደጋጋሚ ከፍተኛ መቃረን ውስጥ እንደገቡ እየተናገረ ይገኛል።
ዛሬ የተሰማ አዲስ ነገር ጎጃም የሚገኘው ክንፍ ከፍተኛ ጥል ውስጥ በመግባት ተታኩሰው በርካቶች መገደላቸው እራሳቸው ውጪ ለሚገኙ ወደጆቻቸው አረጋግጠዋል።

Namni sitti hamtuu dalage; postiin atii post gootu hundii akka waan isaaf taate takka itti fakkata !✌️☺️ Best picture 🥰🥰...
09/01/2024

Namni sitti hamtuu dalage; postiin atii post gootu hundii akka waan isaaf taate takka itti fakkata !✌️☺️

Best picture 🥰🥰❤





26/12/2023

xumura leenjii hojjetaa mootummaa magaalaa Mattuu | Live stream powered by LiveReacting.co/?s

18/12/2023

Gammadaan fiigicha Qananiisaa lafa taa'ee ilaale taanaan animmoo garaa harmee koo keessa taa'een ilaale.

Dargaggoonni keenya hojii akka waajjira dargaggoof ispoortii tti milkeessitaniif badhaasnii fi waraqaan beekamtii isinii...
08/12/2023

Dargaggoonni keenya hojii akka waajjira dargaggoof ispoortii tti milkeessitaniif badhaasnii fi waraqaan beekamtii isiniif laatame nu gammachiiseera. Baga gammaddan.
Hachalu Lachesa
Wassie Bula
Ahmed Abamecha
Abdulbaset Ahmed
Habtamu Desalegn

01/12/2023

Irreecha Malkaa Soor ilaalchisuun

11/11/2023

Idaa/ liqii irraa gara miindaatti

Today,s Best photo❤❤❤❤❤❤              Yobsan Befekadu
26/09/2023

Today,s Best photo
❤❤❤❤❤❤













Yobsan Befekadu

Today,s Best photo❤❤❤❤❤❤             's Best Photo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️                            •    
26/09/2023

Today,s Best photo
❤❤❤❤❤❤












's Best Photo
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️























Sirreeffamtoota seeraa dubartootaaf deeggarsi meeshaalee garagaraa taasifame. Fulbaana 15/2016  Mootummaa naannoo Oromiy...
26/09/2023

Sirreeffamtoota seeraa dubartootaaf deeggarsi meeshaalee garagaraa taasifame.

Fulbaana 15/2016
Mootummaa naannoo Oromiyaa bulchiinsa magaalaa Mattuutti jilli itti aanaa kantiibaa Magaalaa Mattuu kabajamoo Obbo Joni Tesfaye Abdissa durfamu mana amala sirreessaa magaalaa Mattuutti argamuun sirreeffamtoota dubartootaa mooricha keessatti argamaniif meeshaalee qulqullinaa deeggarsaan laatanii jiru.

Sagantaa kennaa kana irratti argamuun haasaa kan taasisan Itti gaafatamtuun waajjira Dhimma Dubartii fi Daa'immanii magaalaa Mattuu kabajamoo Aadde Ilfinash Abdiisaa akka jedhanitti manni amala sirreessaa dubartootaaf ulfaataa ta'uu bartanii jabaattanii jijjiirama amalaa fi naamusaa agarsiisuun cinaatti bakki kun bakka itti ogummaa garagaraa bartanii baataniidha waan ta'eef carraa kana gaarummaaf itti fayyadamuu qabdu jedhan.

Dabalataanis Kantiibaa itti aanaan bulchiinsa magaalaa Mattuu kabajamoo Obbo Joonii Tasfaayees akka jedhanitti manni amala sirreessaa bakka hojii fi kalaqni adda addaa keessatti dagaagee mul'atu waan ta'eef yeroo turtii keessan xumrtanii baatanis hojiiwwan fakkeenyummaa gaariin mooraa kana keessatti hojjetamaa jiran irraa barachuun hawaasa keessatti hojiilee gaggaarii kana babal'isuun fakkeenya ta'uu qabdu jedhaniiru.

Xumura irrattis deeggarsi kun baasii qarshii 150,000 ol akka ta'ee fi tumsa jaarmiyaalee dubartii magaalichaan kan qindaa'e ta'uu waajjira Paartii Badhaadhinaa damee Bulchiinsa Magaalaa Mattuutti itti gaafatamtuun liigii Dubartii Aadde Muluu Taayyee himanii jiru.



Yobsan Befekadu

Bulchiinsa Magaalaa Mattuu Ganda Gaaddisa Odaatti  Qaammee  5 Guyyaa Dhalootaa Sababeeffachuun  Bakka  Bulchaan  Gandaa,...
10/09/2023

Bulchiinsa Magaalaa Mattuu Ganda Gaaddisa Odaatti Qaammee 5 Guyyaa Dhalootaa Sababeeffachuun Bakka Bulchaan Gandaa, Itti Gaafatamaan waajjira Daldalaa Ganda Gaaddisa Odaafi Bulchinsaaf Nageenyi Ganadaa akkasumas Bakka Dargaggoonni adda duree argamanitti bifa ho'a ta'een kabajamee Ooleera.

03/09/2023

゚ 🥰🥰❤❤

03/09/2023

Waldhabdee weellisaa Caalaa Bultumee fi Andu'alem Gosaa gidduu tureen walqabatee Artist Andu'alem dhimma waldhabdee isaanii akka jechuun dubbata.


🥰🥰❤❤

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 3B Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to 3B Media:

Videos

Share