Oromia Teachers Community

Oromia Teachers Community Barsiisaan Abbaa Hayyootaati!

 Yaalaa
20/08/2024



Yaalaa

Kabaja   hamma kana gad buusuun maalif barbaachise garuu?!Barsiisota leenjiif ji'a tokkoof Yuniversiititti leenjisuun Qa...
20/08/2024

Kabaja hamma kana gad buusuun maalif barbaachise garuu?!

Barsiisota leenjiif ji'a tokkoof Yuniversiititti leenjisuun Qarshii 1000 tokko qofa itti kennuun lakkisan. Safuudha!

 Qormaata bahinsaa booda ragaa fudhattu.
19/08/2024



Qormaata bahinsaa booda ragaa fudhattu.

11/08/2024
Teachers who came for summer training at Wolayita S**o University have stopped their training and left the campus.======...
07/08/2024

Teachers who came for summer training at Wolayita S**o University have stopped their training and left the campus.
=====================

According to the plan planned by the minister of education, it was announced at the beginning of the training that the training will be given from 22/11/2016 to 15/12/2016 but it is clear from the president of the university that the training is going to be given without any allowance, so the teachers who are angry have left the meeting hall saying they will not continue the training.

The coaches and the president of the university who are confused about the issue have submitted the issue to the prime minister and the minister of education and reassured the trained teachers by saying that they will give you an answer but it has been confirmed that the training has been stopped indefinitely until the answer is found.

Odeeffannoo dabalataaf Oromia Teachers Community hordofaa

07/08/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Tare Hailu, CHeneka Etana Biyena

Daballii  Waan kun soba! Hin afarsinaa!
06/08/2024

Daballii

Waan kun soba! Hin afarsinaa!

  gaarii kutaa 8ffaa bara 2016'f ! ➦Ministirii kutaa 8ffaa👇➺Dhiiraaf=85%fi ol➺Dubaraaf=82%fi ol kan qaban➦Tiraaniskiriip...
04/08/2024

gaarii kutaa 8ffaa bara 2016'f
!
➦Ministirii kutaa 8ffaa👇
➺Dhiiraaf=85%fi ol
➺Dubaraaf=82%fi ol kan qaban
➦Tiraaniskiriiptii 7fi8👇
➺Dhiiraaf=85%fi ol
➺Dubaraaf=75%fi ol kan qaban
➦Ingiliffaaf Herrega qofaatti👇
➺Dhiiraaf=75%fi ol
➺Dubaraaf=70%fi ol kan qaban
: Hagayya 06-10/2016tti, Waajjira Barnoota Aanaaleefi Magaalotaatti!
:- Hagayya 24/2016, buufataalee 24tti!

04/08/2024

Waan raajii arguuf jirra!

Shaggar CityKiraa mana Barsiisotaa!
12/11/2023

Shaggar City
Kiraa mana Barsiisotaa!

12/11/2023

Qulqullina Barnootaa barsiisaan alatti fidna jechuun bakka saawwi hin jirree faltii arganna jedhanii yaaduun qixuma!
💯

Kanneen Magaalaa shaggar kanaan hordofaa!
29/10/2023

Kanneen Magaalaa shaggar kanaan hordofaa!

Haala qacarrii fi guddina Gosa Barnootaa Haaraa dabalamaniif!
27/10/2023

Haala qacarrii fi guddina Gosa Barnootaa Haaraa dabalamaniif!

25/10/2023

Barsiisotaan alatti qulqullina Barnootaa yaaduun ni ulfaata!

24/10/2023

Barsiisota itti gaafatamummaa jalaa kan baasan wantoota hedduutu jira!

24/10/2023

Barsiisonni Naannoo Oromiyaa keessaa karaa fuula fb keenya kanaa nu hordofaa!

Kan duraa nu jalaa cufameera!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Teachers Community posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share