๐‘ช๐’–๐’๐’–๐’๐’๐’†๐’† ๐‘บ๐’‘๐’๐’“๐’•

  • Home
  • Ethiopia
  • Addis Ababa
  • ๐‘ช๐’–๐’๐’–๐’๐’๐’†๐’† ๐‘บ๐’‘๐’๐’“๐’•

๐‘ช๐’–๐’๐’–๐’๐’๐’†๐’† ๐‘บ๐’‘๐’๐’“๐’• non government organization Gadaa is the origin of democracy
(3)

Current top scores at the ongoing Afcon
20/01/2024

Current top scores at the ongoing Afcon

07/01/2024

๐“๐ˆ๐‹๐Œ๐€๐€๐Œ๐€๐€ ๐๐€๐ƒ๐‡๐€๐€๐…๐€๐Œ๐€๐€
===========================
๐ŸŽ›๏ธ๐Ÿ…ฃ๐Ÿ…๐Ÿ…Ÿ๐Ÿ…—๐Ÿ… ๐Ÿ…•๐Ÿ… ๐Ÿ…’๐Ÿ…ค๐Ÿ…Ÿ

๐Ÿช˜Taphichi olaantummaa garee kamiitiin goolabama tilmaama keessaniin abbaa badhaasaa ta'aa. Carraa gaarii hunda keessaniifuu.
๐—จ๐—น๐—ฎ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ ๐—•๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ถ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ
๐Ÿ‘‰Maxxansa kana Gochuu.
๐Ÿ‘‰Namni maxxansa kana garee keessatti qoode ilaalcha qaba kanuma carraa keessan yaalaa.
Arsenal ๐Ÿ†š Liverpool

๐Ÿ—“๏ธ Sunday, 07 January, 2024
โฐ GMT - 1:30 PM local time
๐Ÿ† FA Cup - 3
๐ŸŸ๏ธ Emirates Stadium, London, England

Cristiano Ronaldo has scored more goals than any other player in 2023 โšฝ๏ธHe's 38 ๐Ÿคฏ
27/12/2023

Cristiano Ronaldo has scored more goals than any other player in 2023 โšฝ๏ธ

He's 38 ๐Ÿคฏ

Cristiano Ronaldo is having a year to remember ๐Ÿ
09/12/2023

Cristiano Ronaldo is having a year to remember ๐Ÿ

Premier League 2023/2024Aston Villa FC 1 : 0 Arsenal  J. MacGinn 7' โšฝ๏ธ Bundesliga  2023/2024Eintracht Frankfurt 5 : 1  F...
09/12/2023

Premier League 2023/2024

Aston Villa FC 1 : 0 Arsenal

J. MacGinn 7' โšฝ๏ธ

Bundesliga 2023/2024

Eintracht Frankfurt 5 : 1 FC Bayern Munich

Eintracht Frankfurt demolish FC Bayern Munich

Premier League 2023/2024Crystal Palace 1 : 2 Liverpool FC Mateta 57' (P)โšฝ๏ธ     M. Salah 76' โšฝ๏ธ ๐Ÿ…ฐ๏ธ                       ...
09/12/2023

Premier League 2023/2024

Crystal Palace 1 : 2 Liverpool FC

Mateta 57' (P)โšฝ๏ธ M. Salah 76' โšฝ๏ธ ๐Ÿ…ฐ๏ธ
H. Elliott 90+1' โšฝ๏ธ

Mohamed Salah reaches his 150th goal in the Premier League and becomes the tenth most goal-scoring player in the history of the Premier League.

Current Premier League standings: Liverpool at the top of the league ๐Ÿ‘Œ ๐Ÿ™

Barclays Women's Super LeagueGameweek Seven in the   gave us everything! ๐Ÿ™Œ
19/11/2023

Barclays Women's Super League
Gameweek Seven in the gave us everything! ๐Ÿ™Œ

K.Roonaaldoon Poorchugaaliif galchii 128ffaa lakkoofsisuun rikardii isaa fooyyesse. Gulaallii Waancaa Awurooppaa irratti...
17/11/2023

K.Roonaaldoon Poorchugaaliif galchii 128ffaa lakkoofsisuun rikardii isaa fooyyesse. Gulaallii Waancaa Awurooppaa irratti galgala galchii tokko kan lakkoofsise Roonaaldoon, umriin isaa 39 seenuuf dhihaateera.

16/11/2023
๐Ÿ† Women's World Cup, ๐Ÿ† Women's Champions League, ๐Ÿ† Liga F, ๐Ÿ† Women's Ballon d'Or! โœ… It hasn't been a bad year for Aitana...
31/10/2023

๐Ÿ† Women's World Cup, ๐Ÿ† Women's Champions League, ๐Ÿ† Liga F, ๐Ÿ† Women's Ballon d'Or! โœ… It hasn't been a bad year for Aitana Bonmatรญ! ๐Ÿ‘

โญ๏ธ ๐Œ๐„๐’๐’๐ˆ ๐–๐ˆ๐๐’ ๐“๐‡๐„ ๐๐€๐‹๐‹๐Ž๐ ๐ƒโ€™๐Ž๐‘!2009 โ€” 2010 โ€” 2011 โ€” 2012 โ€” 2015 โ€” 2019 โ€” 2021 โ€” 2023. ๐‡๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐ซ๐ฒ ๐ข๐ฌ ๐ฆ๐š๐๐ž. โœจ๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ท
31/10/2023

โญ๏ธ ๐Œ๐„๐’๐’๐ˆ ๐–๐ˆ๐๐’ ๐“๐‡๐„ ๐๐€๐‹๐‹๐Ž๐ ๐ƒโ€™๐Ž๐‘!

2009 โ€” 2010 โ€” 2011 โ€” 2012 โ€” 2015 โ€” 2019 โ€” 2021 โ€” 2023. ๐‡๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐ซ๐ฒ ๐ข๐ฌ ๐ฆ๐š๐๐ž. โœจ๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ท

๐Ÿ†โœจ Whatโ€™s the most ๐ฌ๐ฎ๐ซ๐ฉ๐ซ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  choice in the top 3๏ธโƒฃ0๏ธโƒฃ ranking for the Ballon dโ€™Or?
31/10/2023

๐Ÿ†โœจ Whatโ€™s the most ๐ฌ๐ฎ๐ซ๐ฉ๐ซ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  choice in the top 3๏ธโƒฃ0๏ธโƒฃ ranking for the Ballon dโ€™Or?

๐Ÿšจ ๐Ž๐…๐…๐ˆ๐‚๐ˆ๐€๐‹: Erling Haaland wins the Mรผller Trophy as Best Striker of the year 2023! โœจ๐Ÿ”ตโœจ Manchester City crowned 2023 Bal...
31/10/2023

๐Ÿšจ ๐Ž๐…๐…๐ˆ๐‚๐ˆ๐€๐‹: Erling Haaland wins the Mรผller Trophy as Best Striker of the year 2023! โœจ

๐Ÿ”ตโœจ Manchester City crowned 2023 Ballon dโ€™Or Club of the Year for the second season in a row.

=======

๐Ÿšจ ๐Ž๐…๐…๐ˆ๐‚๐ˆ๐€๐‹: Erliing Haalaandi badhaasa Mรผller ja'amuun beekkamu taphataa cimaa sarara fuulduraa(haleelaa jabaa) bara 2023 ja'amee badhaafamee jira.โœจ

Kilabni isaa Maanchistar Sitiin ammoo kilaba baalaandooraa tan bara 2023 tahuun waggoota lamaan walitti aananiif moohattee jirti.

Jude Bilingihaam hin danda'amnee INCREDIBLE Jude Bellingham Scored again  2-1! ๐ŸคฏReal Madrid 2 : 1 Barcelona
28/10/2023

Jude Bilingihaam hin danda'amnee
INCREDIBLE Jude Bellingham Scored again 2-1! ๐Ÿคฏ

Real Madrid 2 : 1 Barcelona

๐Ÿ Cristiano Ronaldo honored for reaching 200 appearance with Portugal National Team ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡น
14/10/2023

๐Ÿ Cristiano Ronaldo honored for reaching 200 appearance with Portugal National Team ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡น

An illustrious playing career comes to an end ๐Ÿ”ตWishing you the best in retirement, Eden Hazard ๐Ÿซก
10/10/2023

An illustrious playing career comes to an end ๐Ÿ”ต

Wishing you the best in retirement, Eden Hazard ๐Ÿซก

AC Milan  make โ€˜Giroud 9โ€™ goalkeeper shirts available to buy after French strikerโ€™s heroic cameo between the sticks agai...
09/10/2023

AC Milan make โ€˜Giroud 9โ€™ goalkeeper shirts available to buy after French strikerโ€™s heroic cameo between the sticks against Genoa โ€“ and quickly sell out
AC Milan have made special Olivier Giroud goalkeeper jerseys available to buy following his heroic cameo between the sticks against Genoa.

Qabxii piriimeer liigii Ingiliiz hanga torban 8ffaatti
08/10/2023

Qabxii piriimeer liigii Ingiliiz hanga torban 8ffaatti

AREA RECORD ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฑ's  Sifan Hassan torms to the second fastest women's marathon in history as she wins the Bank of America C...
08/10/2023

AREA RECORD

๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฑ's Sifan Hassan torms to the second fastest women's marathon in history as she wins the Bank of America Chicago Marathon in 2:13:44 ๐Ÿ”ฅ

That's of course an area record in just her second marathon of her career๐Ÿ‘

Baga gammadde

Repost ๐Ÿ’™Cheelsiin maraatuu isaatti deebi'eโœ…Ijoolleen Maawriiziyoo Pochetiinoo Paalmer, Isterliingi fi Jaaksan akkasuma A...
07/10/2023

Repost
๐Ÿ’™Cheelsiin maraatuu isaatti deebi'e
โœ…Ijoolleen Maawriiziyoo Pochetiinoo Paalmer, Isterliingi fi Jaaksan akkasuma Ameen(og) walitti aansuun lakkoofsisaniin Barnileey moo'achuun qabxii Damma Damma mi'ooftu sadi argate.
โœ…Cheelsii Piriimiyerliigii Ingiliiziin Isteediyeemii Barnileey Tarnimoor irratti taphoota 9 taphate jaha walitti aansuun moo'achuu quba qabduu sin adaraa!
โœ…Dubbii yoo gabaabse Barnileey Cheelsii moo'achuun erga abjuu itti tahee waggoonni jaha lakkaawwamanii jiru (Taphoota 17 keessaa Cheelsiin 12 moo'achuun 4 qabxii qooddate) oh.
โœ…Viinseenti Kaampaaniin seenaa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti leenjisaa jalqabaa Isteediyeemii isaatti taphoota jaha walitti aansuun moo'ame jedhamuun galmee seenaa irratti galmaa'e.
โœ…Rahiim Isterliingi immoo Barnileey irratti taphataa liivarpuul, Maanchistar Siitii fi Cheelsii tahuun galchiiwwan irratti lakkoofsiseen taphataa jalqabaa jedhamuun

Maddii Odeffannoo The Beautiful Gamee

BAGA IRREECHAAN NU GAHE !
06/10/2023

BAGA IRREECHAAN NU GAHE !

01/10/2023

.
โœ…Piriimiyerliigii Ingiliiz dorgommii bara 2023 /24 taphoota torbeewwan afur dirreen ala taphate afranuu moo'ate. Eennu? Arsenaal. Tokko jedhaa.
โœ…Piriimiyerliigii Ingiliiz dorgommii bara 2023 /24 taphoota torbeewwan afur dirreen ala taphate hundarrattuu galchiiwwan lakkoofsisee jira. Eennu? Arsenaal. Lama jedhaa.
โœ…Piriimiyerliigii Ingiliiz dorgommii bara 2023 /24 taphoota afran darban taphate tapha tokkorrattis galchii homaa (0)hin keessummeessine. Eennu? Arsenaal. Sadi jedhaa.
โœ… Piriimiyerliigii Ingiliiziin torbeewwan jalqabaa torba walitti aansuun taphate hanga ammaatti utuu hin moo'amin itti fufe. Kilabni qaaliin Addunyaa Arsenaal jedhamu.Afur jedhaamee.
โœ…Mikaa'el Armaaniyaa Arteettaa Arsenaal turtii waggoota 16 booda yeroo jalqabaatiif torbeewwan jalqabaa torba walitti aansuun utuu hin moo'amin itti fufee jira. Shaniimii
โœ…Arsenaal Piriimiyerliigii Ingiliiz taphoota torbeewwan jalqabaa dirreen ala taphoota afur walitti aansuun waggoota sadi moo'achuun kilaba jalqabaa taheera.
โœ…Arsenaal Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti garaa garummaa waggoota kudhaniin taphoota torbeewwan jalqabaa afur afur dirreen ala walitti aansuun si'a sadi moo'achuun (2003/04,2013/14 akkasuma 2023 /24) kilaba jalqabaa.


โค๏ธArsuu Dhukaasi mee
โšฝThe Beautiful Game


Niwuukasil Yuunayitid goolii 8 Sheefildirratti galchuun riikardii haaraa galmeesse.Goolii eegaafi taphattoota 2 qofatu g...
24/09/2023

Niwuukasil Yuunayitid goolii 8 Sheefildirratti galchuun riikardii haaraa galmeesse.
Goolii eegaafi taphattoota 2 qofatu goolii hingalchine.

Keessumummaa dhaqanii yandoo roobsuun gaariidhaaree?

Kun seenaa kilabichaatiin kan jalqabaati.

 Taphattoota   11 dirree seenan keessaa Nama 3 saditu goolii hin galchin๐Ÿ™†โ€โ™‚๏ธ   dabalatee.
24/09/2023


Taphattoota 11 dirree seenan keessaa Nama 3 saditu goolii hin galchin๐Ÿ™†โ€โ™‚๏ธ dabalatee.

Congratulations ๐ŸŽŠ๐ŸŽ‰๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘WORLD RECORD๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น's Tigst Assefa obliterates the women's marathon world record* in Berlin ๐Ÿคฏ2:11:53 ๐Ÿš€*...
24/09/2023

Congratulations ๐ŸŽŠ๐ŸŽ‰๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
WORLD RECORD

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น's Tigst Assefa obliterates the women's marathon world record* in Berlin ๐Ÿคฏ

2:11:53 ๐Ÿš€

*Subject to the usual ratification procedures

๐Ÿ”ฅ IT'S DERBY DAY! ๐Ÿ”ฅ๐Ÿค ยกDรA DE DERBI! ๐Ÿค
24/09/2023

๐Ÿ”ฅ IT'S DERBY DAY! ๐Ÿ”ฅ
๐Ÿค ยกDรA DE DERBI! ๐Ÿค

Erling Haaland keeps on going ๐Ÿค–Since his Manchester City debut his record in all competitions is unmatched  ๐Ÿ”ต
23/09/2023

Erling Haaland keeps on going ๐Ÿค–

Since his Manchester City debut his record in all competitions is unmatched ๐Ÿ”ต

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐‘ช๐’–๐’๐’–๐’๐’๐’†๐’† ๐‘บ๐’‘๐’๐’“๐’• posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ๐‘ช๐’–๐’๐’–๐’๐’๐’†๐’† ๐‘บ๐’‘๐’๐’“๐’•:

Videos

Share