20/08/2024
መልካም ዜና!
በዲጂታል ኢትዮጵያ ጉዞ አንድ እመርታ የታየበት ደረጃ ላይ ደርሰናል። ኢትዮ ቴሌኮም ከቪዛ ኩባንያ ጋር በመተባበር በኢትዮዽያ የመጀመሪያውን በኪስ የሚያዝ 'ቨርቱዋል ቪዛ' ካርድ ብሎም የተሻሻለ የሀዋላ አገልግሎት በቪዛ ዳይሬክት እና በቴሌብር ረሚት አቅርቧል።
ቪዛ ዳይሬክት ከ190 ሀገራት በላይ ቀለል ያለ የገንዘብ ማዘዋወር አገልግሎትን በቴሌብር ቨርቱዋል ካርድ ቁጥር አማካኝነት የሚያቀላጥፍ ይሆናል። ይህ አዲስ አገልግሎት ከ47.55 ሚሊዮን በላይ የሆኑ የቴሌብር ተጠቃሚዎችን ያገለግላል። ኢትዮ ቴሌኮም ትልቅ ስራ ሰርቷል።
Adeemsa 'Diijiital Itoophiyaatiin' sadarkaa tarkaanfii guddaan tokko itti mul'aterra geenyeerra. Itiyoo Telekoomiin Dhaabbata Viizaa waliin walta'uudhaan Itoophiyaatti viizaa isa jalqabaa giibiitti qabatamu kaardii 'Virtual Visa', akkasumas tajaajila hawwaalaa fooyya'e karaa Viizaa Daayrektii fi Telebirri remiitii dhiyeesseera.
Viizaa Daayrektiin tajaajila maallaqa waliidabarsuu salphaa ta'e biyyoota 190 olitti karaa lakkoofsa kaardii 'virtual' telebirrii kan si'oomsu ta'a. Tajaajilli haaraan kun fayyadamtoota telebirrii miliyoona 47.55 ol ta'an ni tajaajila. Itiyoo Telekoomiin hojii guddaa hojjeteera.
A significant milestone in our Digital Ethiopia journey has been achieved with Ethio telecom, in partnership with Visa Inc., launching the country's first wallet-based Virtual Visa Card and enhanced remittance services via Visa Direct and telebirr Remit.
Visa Direct facilitates easy money transfers to Ethiopia from over 190 countries using a telebirr virtual card number. This partnership supports over 47.55 million telebirr users and advances Ethiopia's digital financial services. Well done to EthioTelecom!