Hafuura Diree

Hafuura Diree Oduu Afaan Oromoo Socicial media ,laws ,human right

12/12/2022

13/02/2022

is Back . weovome

Marii biyooleessa1.geggesitooni Qaama hundataa Walaba tahuu qaban2.Namoota Hunda Hirmaachisu Qaba
31/01/2022

Marii biyooleessa
1.geggesitooni Qaama hundataa Walaba tahuu qaban
2.Namoota Hunda Hirmaachisu Qaba

"MAmo Qilo" updated  TO "TAYE DANDA"   jedhan Nama Gowwaan .Garuu Amma Update Tahuun Nama Goowwaan     jedhamaa Ganda ke...
29/01/2022

"MAmo Qilo" updated TO "TAYE DANDA"

jedhan Nama Gowwaan .

Garuu Amma Update Tahuun Nama Goowwaan jedhamaa Ganda keenyatti

15/01/2022

Yaroo Dheeraa Booda deebine Kuno!!

J I R T U?

DHAAMSAN  Daraatuuf Qabu!!=========================== Duula Jarraa Itti Dammaqneera:!!   Gaafiin Kee Gaaii Keenya Maraat...
05/01/2022

DHAAMSAN Daraatuuf Qabu!!
===========================
Duula Jarraa Itti Dammaqneera:!!

Gaafiin Kee Gaaii Keenya Maraatii Galatoomi duula Sirratti Banuu Hin oolan
Kanaaf Dursinee Waan beeknuu Homaa Sitti Hin fakkatin .waahayyufuu sammuu Kee Qopheesi fii i dammaqinaan Socho'uu hin dagatin.

Karaa Nama Jaalattun, ykn baayee Hariiroo Waliin Qabduun Sitti Dhufuu Malan waan Ta'eef.

. jduullii jibbisissu, fii Dabaa Kayyoon Jaraati. Waan ofii Hinfeene ykn nama Haqa oromoo dubbatu dhagayan Duula karaa 3 itti bana nuun beekkaman:

1.ማጠላላት (ማጠልሸት) olola Kijibaa itti banuun Maqaa xureess

2.መፈረጅ / maqaa Hintaanee Itti Kannuu : shanee, ሽብርተኛ kkf jechuun

3. በሴራ ማስወገድ ( ከጫእታው ውጭ ማድረግ) karaa dendeyan hundaan daba Irratti Godhuun

Dhimma :Gaafiin Daraartuu, Gaafii kiyya!!A. Yes        B. No
05/01/2022

Dhimma :

Gaafiin Daraartuu, Gaafii kiyya!!

A. Yes B. No

Dhimma| Yoo Jabaanne qofa Jabaa Kenya Baraarra!Kadhaa fii Dulaa Social Midiyaan Akkaa hin Hikkamne Mirkaneeffaneera!   Y...
02/01/2022

Dhimma|
Yoo Jabaanne qofa Jabaa Kenya Baraarra!

Kadhaa fii Dulaa Social Midiyaan Akkaa hin Hikkamne Mirkaneeffaneera!

Yoo Jabbanne Qofa Rabbiniis Ta'e Addunyaan Kan Nugargaaran.

Jajjabee Cinaa Hiriirun Jabeenya Kee has Mirkaneesinu.

01/01/2022

Baga Bara Harawaan #2022 Isin Ga'e

Bara darbee yaroo Akkana jajjabeen Keennya Dilas Hinmilkoofnne.

garuu Imalli Qabsoo ifatti jalqabame booda Jaallan Jajjabee Kenya saffisaa milkiifi Jirjiirama Guddaa Garsiisuun Halaa Amma Jiruu kana Geye.

Gaafiin kiyyaa
Jajjabee Waraana Keenyaa yaroo Ammaa Meeshaaf humnaan Hangam Geyrra Better yaada?

A.50%_60% B.60%_70% C.70%_80%
D.80%_80%

27/11/2021

WOB'N karaa Waraan Saayinsaswaa ta'een ,Balaa xiqqeessaa,Iddo Qabatee Hundatti Ummataa Ijaaraa Sochi'aa Jira! Kanaafuu Gaafii Takka Itti Kaasuun Hinbarbaachisu!!

26/11/2021

irratti Maqaa jedhuun daa wadha

Freq 10985 H 45000 share waliif Godha

26/11/2021

Xumuura Oromoon Oromoon Gabroomo.
=================
Seennaa Gabrummaa oromoo Keessaatti , Hammaa Oromoon Garaa , Oromoo Gabroomsuun Midhaa Bayyee Irraan Geessisa ture Alagaanuu Iraan Hin geenyee.

Minilik wajjiin Hirmaachuu fi Nafxeyaa irraa Ajeja fudhachuun Oromoo irratti midhaa Guddaa kan qaqqabsiise , .

Yaroo sanaai Kaasee Hanga Arra an tanaa Oromoon Oromoo Garaatiin midhaa Bayyeetu nurra Gaya jira. Sanuu

Oromoon Garaa ( 'n) wayyaaneef Ergamuun midhaa Bayee nurraan Gehaa turee ,

Keessaafuu Yaroo Qubee Generation kanatti , Ammallee , 'n bixiginnaa'uun , Midhaa Bara 27 Wayyaneen nurraan Geessee Caalaa , Nurraan Gehaa Jirti.

Kanaafuu Qabsoon teenyaa guddaan Oromoon Garaa ,Oromoo Gabroomsu hidda Si Buqqaasuun Tarkaanfii Cimaa fudhachuun Golabnee xumuuruun Qabna!! Yaroo isaatis Amma!!

Horaa Bulaa!!

24/11/2021

Dubbiin Garam Deemaa Jirti?

MM Abiy Ahmed Angoo Dabarsee Dammaqaa Makoonnaniif Kanneera.kunii OPDO fuu Icciti ISAAN tokkoolee hinbeekne dha.

Dubbiin Akka ololome Sana'a miti. Aangoon Gurguddoon Hundi Harka Bilxiginna Amaaraa harka jirti.

Kunii Hoggonootiin Keenyaa mana jiranii Bayyee Sodaachisaadha Kanaafu Hogoonata Kana Tiiffachuun Nuraa Eeggama.

Bakka Jirtanii Naanoo Teessaan Tooyadha. OPDO irraa Waan takka Abdii Oromo Ta'uu hindendeessu!

24/11/2021

NILE SAT IRRATTI Daawwadha
11554V 27500 share

09/11/2021

ኢትዮጵያን በሗልዮሽ ስቅለው ከፍታ !!

በሀሳብ መንገድ _ በሗልዮሽ ክፍታ
የሀሳብ መላምት - የአስተሳሰብ ዝቅታ
ውሸት መሆኑ ሀቅ _ ነው የማታ የማታ

ወጥተው ወደ ላይ - ልክ እንዳሳባቸው
ልክ ማማው ላይ _ የሆኑ መስሏቸው
በልበ ሙሉነት _ የወራት ፎከራቸው

አታውርዱን ከከፍታ _ ሲሉ ያኔ ያመኗቸው
የሃልዮሽ ከፍታ ምናብ - መሆኑ ተስኗቸው
የመላምት ብልጥግና _ መሆኑ ዛሬ ገባቸው

ካልሆኑበት ማማ ካልደረሱበት ከፍታ
ሲወርዱ አየናቸው_ ቁልቁለት ዝቅታ
እውነት አይረታም _ በውሸት ጋጋታ

Addee Adaanach Abeebee Deebisaa Irreecha Finfinneef Deebisaa Kannitee! Keessaa"Kaneen Motummaa Balaa lee fa tan Ergamtuu...
03/10/2021

Addee Adaanach Abeebee Deebisaa Irreecha Finfinneef Deebisaa Kannitee!
Keessaa

"Kaneen Motummaa Balaa lee fa tan Ergamtuu Wayyaane Juntaati jette

*Ergamtuun Juntaa irreecha finfinnee Milioonota Idduu makamuun Jeequu sa Kaasuuf turan eegumsa Poolisa Adda Naanoo Oromiyaafi Federaalatiin fashalee .

Addee Adanach Barruu Itti Barreesani Kannananiif haala kanaan Dubbistullee. Akka Gaafa XilAyee xilalaahu ,waami ,yaami giiingisu Baatuus!

OMN Deebi'eera Kunoo suura kana irra Laala!! Yoo sirritti hin dalagne  yokaan  sagalee Qofa Ta'e Nu beeksisaa!  Yoo Hojj...
02/10/2021

OMN Deebi'eera Kunoo suura kana irra Laala!!

Yoo sirritti hin dalagne yokaan sagalee Qofa Ta'e Nu beeksisaa!

Yoo Hojjatee jechuu comment Godhaa!!

02/10/2021

Irreecha Guyyaa Harraa kanaa TV'n biyyaa keessaa Agarsiisaniiru fak kes saaf Ta'ulle

Garuu TV Naanno Amara Irreechaa finfinee Sossoose kana Ilaalchise oduu takka Hin gabaasne!!

02/10/2021

Motummaan Russia Baga Irreechaan Isin Gehe jechuun gara imbsa isa finfinnee jiruun Dhamsa Dabarse

Embaasiin Russia Kan Finfinnee Jiruu Dhaamsa Baga irreechaan Isin Gehe Jechuun Afaan fi qofaan Baga irreechaan Isin Geye jechuun Twjtter irratti maxxansee!!

Qeerro Power Bishooftuu itti Wa Abarraa!!
02/10/2021

Qeerro Power Bishooftuu itti Wa Abarraa!!

02/10/2021

Mootummaan Irreecha guyyaa harraa kanaa bayyee Baarage ,
Karaa bishooftuu cufee ti jira.

Kanaafuu kanneen Miilaan Deemuuf Qopphooftan oso hin fa aane bakka takkaa Gurmaa'uun bayyinaan Oso Adda hin faca'iin tuutaan deemaa!!

Motummaa Polisii Adaa Naanoo Oromiyaa fi feedarala bayyinaan karaa Bishooftuu bobbasee ra!!

02/10/2021

If Eegganno!!

Mootummaan PP yaroo Ammaa finfinnee Keessaatti Hoteela fii iddoo biraa Qeerroon dubbattee basaasa an Jala Bu'ee hidhuu Fi Tumuu itti jira.

Kanaafuu Kophaa keessaan Taatani Hin deemi na , Addaa Hin faca'aa!!

Share godhaa

24/09/2021
23/09/2021

Oduu_23_Sep_2021
================
Manneen Maxxansaa Finfinnre Hanga irreecha Duratti Hojii Maxxansaa dhoorkaman!!

Finginnee Keessaati bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Manneen Maxxansaa hangs Auuaanni Irrechaa Raawatamuu, barruulee Huccuu , Tisharti fi Xalayyaa kkf maxxasuuraa Dhoorkaman.

Manneen Maxxansaa Amma Dura Barruulee Maxxansan yoo jiratan Akka harka bulchiinsatti Kannan Akrekachisa cimaan irratti Muraawe.
Manneen Maxansaa Kanneen Murtii Armaan Olitti Eeraman Darbuun Argama irraatti Tatkrkaanfii tu Irratti Fudhatama Jechuun Bulchiinsi Finfinnre Beeksise!!
Tarkaanfiin Kunis : Akka Hayyama irraa Fuudhamu, , Adabbi maallaqa fi Hidhaa!! Tahuun Beekkameera!!

Ammee:WBO'n Walqaayt seenee. JAAL MARROON Achitti Argamuun Jiraattota Walqitiif Haasawa Taasise!!
21/09/2021

Ammee:
WBO'n Walqaayt seenee. JAAL MARROON Achitti Argamuun Jiraattota Walqitiif Haasawa Taasise!!

Ulaagaalee Gootaa!!Goota Jechuun :-1.Kayyoo Qabsaaniif Of booda Oso hindeebine , hin hifannee fi Of booda Hindeebine kay...
21/09/2021

Ulaagaalee Gootaa!!

Goota Jechuun :-

1.Kayyoo Qabsaaniif Of booda Oso hindeebine , hin hifannee fi Of booda Hindeebine kayyoo Sana Galamaan Geyuu!
2/ Kayyoo Qabsaaniif Wareegamuu

Ulaagaalee Lamaan Asii Olii Alatti Nam Tokkoo Gonkumaa GOOTA Hinjedhamuu.

Goolichi dheengee Gootaa!?
Gooolichii qabsoo Oromoo Keessatti Arsaa Bayyee Kagfaleera. keessatti Namoota Baayee Leenjisee . kanneen leenjisee Keessaa tokkoo!

Baayee Hojjateera , Garukaayoo Isaa Galmeen Hingeenyee.
Gaafi Goota Moo Miti gaafii jettuuf Deebisaa kannuun Nama Dhiba !

Maalif ! Goolichi Dheengii umrii Isaac IRA guddaa Qabsoo Oromoo irraati Dabarsee . Xumuura Isaatu Kana Ta'ee PP'n Simatamee Manatti Malee .

Gootaa Lamaan Asii Oliitti Eeraman Bu',ura godhachuun ulaagaale Kana waan Hin Guutneef jecha Jechuu Hin dendeyamu.

Akkasumtti Goolichi Gantuudha jechuunis Nama Dhiba yoo 'n walbira Qabne!

Garuu Goolichi Ammallee Kayyoo Isaa Keesaa Bahee Malee , Kayyoo Akka Galma Geyuf jibbaa Takka Hinqabuu , Akkaa fii faatti jechuu kiyya!!

ጠ/ሚሩን ለማውቅ ከፈለክ ዲያቆን ዳኔኤል ክብረትን ማውቅ ማወቅህ በቂ ነው!!
19/09/2021

ጠ/ሚሩን ለማውቅ ከፈለክ ዲያቆን ዳኔኤል ክብረትን ማውቅ ማወቅህ በቂ ነው!!

ABIY AHMED Bekuu YOO Feetee , DANEEL KIBRET BEEKUUN NIGEYA!!
19/09/2021

ABIY AHMED Bekuu YOO Feetee , DANEEL KIBRET BEEKUUN NIGEYA!!

ለአሜሪካ ማዕቀብ የመልስ ምት======================Tayyee Dandaa!!
17/09/2021

ለአሜሪካ ማዕቀብ የመልስ ምት
======================
Tayyee Dandaa!!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hafuura Diree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hafuura Diree:

Videos

Share



You may also like