Artist Sabona Tefera

Artist Sabona Tefera Of ta'uun Oromoo ta'uu dha!
(1)

18/06/2024
12/06/2024

Hin banne jira.

Nuti hojiirra Jira aboo!
07/06/2024

Nuti hojiirra Jira aboo!

Yaa bara sanaa!  jirtaa!
07/06/2024

Yaa bara sanaa!
jirtaa!

Etika Teferi eda gaarumaan ciistee bultekaa! 😁
03/06/2024

Etika Teferi eda gaarumaan ciistee bultekaa! 😁

25/05/2024

Akka jaraaf dachee jala seenne
Akka Waaqaaf yoona geenye

21/05/2024

Injifannoon keenyuma.

21/05/2024

Waloomuu wayya!

19/05/2024

Shaggariin Ulaan shan banaadha ibsa isaa qalbeeffadhaa🥰🙏

19/05/2024

Leenci si'a tokko bookkisa kan iyyaa oolu Wangoodha!

19/05/2024

Nagaa Bultanii?
Lafa nagaa oolaa!

18/05/2024

Yommuu hiddituun hiddituu koo lapheen utaalchoo.....

Yommuu sirbituun....

18/05/2024

Hurrum godhi agarsiisi!😎

18/05/2024

Gaafa dhugaa biyyoonni biroo dubbatan warra Kan keenyaa mataa dhukkubbiitu itti ka'a!

11/05/2024

Gantuun duruu gantuudhuma.
Oromoon garuu ni bilisooma, gaafas....

Gurra guddatu jarri!
10/05/2024

Gurra guddatu jarri!

10/05/2024

Seerri utuu jiraatee seera kabachiisaan seera hin cabsu ture!

09/05/2024

*BO

09/05/2024

Loli ABO

09/05/2024

Namni ati mootii taata, ati doktora taata fi kkf jedhamani yeroo tahetti waan jedhaman sana tahuuf ni yaalu. Kallattii kamiinis tahu wanta jedhaman sana tahanii ni argamu. Namoonni akka kanaa madda rakkinaa ijoo tahuun ni beekamu.

04/09/2023

Mana Farshoo!

Address

Oromia
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Artist Sabona Tefera posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Artist Sabona Tefera:

Share



You may also like